Turullee Dhugatu Mo'ata
12.2K subscribers
546 photos
184 videos
120 files
475 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Magaalaa_Maraaroo,

#Godina_Arsii_Bahaa
Magaalaa #Maraaroo, oduun tee ገናኖ (Tokkummaa fi wol dhageettii teessan beeknaa, ganaa Seenaa kana caalu, boonsaa hawaasa #Maraaroo irraa eegnaa, Inshaa Allah).

Guyyaa har'aa (12/05/2016 or 24/01/2024), magaalaan Maraaroo #Aalima_guddaa #qubsiiftee, Aalimaa dhaltii, sangaa, lafaan, midhaan kkf gumaachitee, yoom kana qofa ree, #namootaa_3_diinii bareedaa Islaamummaan boojitee, gammachuu irraan gammachuu badhaafamtee ooltee. Hawaasa bareedaa kiyya, baga Rabbiin sadarkaa kanaan si gahe. Ta tana caaltuunillee Rabbiin si haa gahuu. Diinni kee xinnaa guddaan, eddoo jirutti haa nahuu. Amiiiin.

https://t.me/Xaaliburidallah