#Turullee #dhugatuu #irra #aana
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Kutaa #8ffaa
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
#Hojii #manaa
๐๐๐
Ragaa #1 #Qorontos #11: 3 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐๐๐๐๐๐
1 Qorontos 11: 3
" Amma immoo #Kristos mataa warra #dhiiraa, #abbaan #manaa mataa #haadha #manaa, #Waaqayyo mataa #Kristos ta'uu isaa, akka beektan nan barbaada. "
Gaafii ๐๐๐
Akka 1 Qorontos 11: 3 ttii hima kamtuu ๐ดsirrii miti?
A. Kiristoosii (Yesuusii) fi warri dhiiraa wol qixa.
B. Abbaan manaa fi haati manaa wol qixa.
C.Waaqaa fi Yesuus (Kiristoosii) wol qixa.
D. Hunduu deebi.โ โ โ
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
Akka ragaa 1 Qorontos 11: 3 irratti ibsametti, fakkeenna ifa bahaa ta'e tokkoo fi Qabxiiwwan ijoo sadi(3), argachuu dandeenna.
Fakkeenni kaahame, abbaan manaa mataa haadha manaa (abbaan manaa bulchaa yookaa hoogganaa haadha manaa) kan jedhu, ammas waan gara garaa ta'uu osoma namuu beeku ibsamuu isaa.
Qabxiiwwan ijoon tuqaman ammoo:
1ffaa- Yesuus mataa worra dhiiraa ta'uu isaa. Kana jechuun Yesuus hoogganaa yookaa barsiisaa ummata itti ergamee (Israa'el) ta'uu akeeka.
2ffaa- Waaqayyo mataa Kiristoosiitii yeroo jedhu, Yesuus ammoo Waaquma ta'ee qaama mataa hin taane ka mataa gadiitii argamuu yaada jedhu agarsiisuuf osoo hin taane , wonti ibsamuu barbaadame;
I. Waaqaa fi Yesuus waan gara garaa ta'uu (Waaqaa fi Yesuus tokkoo dubbiin jedhu olala ta'uu) isaa ifatti kaahee.
II. Waaqaa fi Yesuus wol qixallee akka hin taane (Waaqni akkuma waa kamiituu olii Yesuusille ol ta'uu) ifatti dubbatee.
III. Waaqni mataa Yesuus jechuun, Yesuus uumama tooyannoo fi hayyama Rabbiitiin jiraatu kan ta'e, gabrichaa fi ergamaa Rabbii ta'uu isaa ifatti mirkaneesse.
3ffaa- Akkuma abbaan manaatii fi haati manaa wol qixa, yookaa Yesuusii fi dhiirri wol qixa jechuun hin malle, inumaayyu Waaqaa fi Yesuus wol qixa jechuun gonkumaa hin maluu yaada jedhu ibsaa jechuudha.
๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ๐ฅฆ
โช #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1แ แแฐ แฐแฐแแแ แฐแแฝ 5:21 แแแ แแตแ #แแแซแแแ #แซแแค ๐๐๐dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.
โช hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธBy:XR โป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐
https://t.me/Xaaliburidallah

Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
#Zoonii_Kambaataa_Xambaarroo #Ganda_Shasharaatti
#Zoonii_Kambaataa #Xambaarroo , Naannoo #Aanaa_Adeeloo, #Ganda _Shasharaatti (#แ แจแแฃแณ_แ แแฃแฎ_แแ, #แ แ แดแ_แแญแจ_แแจแณ, #แ แปแปแซ_แแ แ )
Sagantaa guddaa guyyaa 14/10/2016 gegeeffame irraatti sagantaa da'awaa hayyoota gara garaatiin fi #mormii_paastara nannoo sanii wojjiin sa'aa dheeraaf erga gegeeffame booda #dhiiraa_tokko fi #dubartiin_takka Amantii dhalootaatti isaaniitti deebi'anii jiruu. Warroonni Amantii Kiristaanaa hedduu (100 ol) sagantaa da'awaa fi mormii gegeeffame irraatti hirmaatuun, paastariin dhufe yeroo inni Afaan isaa wol hidhee ragaa Amantii isaa irraatti dhabee, Ani amantiiyyuu hin qabu jedhuu fi dubbii kitaabaa isaanii keessatti argamu Yesuus Waaqaa qabaa Kitaabni Wongeela #Yohaannis 20:17 hin fudhu jedhu yeroo dhagahan, bareedumaa fi dhugummaa Islaamummaa ifatti hubatanii, sagantaa keenna simannaa bareedaa fi jaalala nuuf qaban badhaasan wojji nuuf ibsaniin goolabnee, nagahaan biyya teennatti gallee jirraa Alhamdulillah.