Turullee Dhugatu Mo'ata
12.2K subscribers
546 photos
184 videos
120 files
475 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Zoonii_Kambaataa_Xambaarroo #Ganda_Shasharaatti

#Zoonii_Kambaataa #Xambaarroo , Naannoo #Aanaa_Adeeloo, #Ganda _Shasharaatti (#በከምባታ_ጠምባሮ_ዞን, #በአዴሎ_ዙርየ_ወረዳ, #በሻሻራ_ቀበሌ )
Sagantaa guddaa guyyaa 14/10/2016 gegeeffame irraatti sagantaa da'awaa hayyoota gara garaatiin fi #mormii_paastara nannoo sanii wojjiin sa'aa dheeraaf erga gegeeffame booda #dhiiraa_tokko fi #dubartiin_takka Amantii dhalootaatti isaaniitti deebi'anii jiruu. Warroonni Amantii Kiristaanaa hedduu (100 ol) sagantaa da'awaa fi mormii gegeeffame irraatti hirmaatuun, paastariin dhufe yeroo inni Afaan isaa wol hidhee ragaa Amantii isaa irraatti dhabee, Ani amantiiyyuu hin qabu jedhuu fi dubbii kitaabaa isaanii keessatti argamu Yesuus Waaqaa qabaa Kitaabni Wongeela #Yohaannis 20:17 hin fudhu jedhu yeroo dhagahan, bareedumaa fi dhugummaa Islaamummaa ifatti hubatanii, sagantaa keenna simannaa bareedaa fi jaalala nuuf qaban badhaasan wojji nuuf ibsaniin goolabnee, nagahaan biyya teennatti gallee jirraa Alhamdulillah.

https://t.me/Xaaliburidallah