Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Marsariiti Biiroo Fayyaa Oromiyaa (Oromia health bureau website ) ( https://www.orhb.gov.et/ ) seenun odeeffannoo dhimma fayyaa hordofuu ni dandeessu.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama:- https://t.me/ORHBcommunication
Yuutiyuubii :- https://youtube.com/channel/UCq73LUo1B4XPmzAVIxWDUiw
Marsariitii:- https://orhb.gov.et/
Feesbuukii:- https://www.facebook.com/OromiaHealth
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Sagantaan babal'isuu kanfatii duraa inshuraansii fayyaa hawaasaa gaggeefamee jira.
==================================
Sagantaa kana irratti l/ G waajjira kilaastara hawaasummaa naannoo Oromiyaa Obbo Nuuraa Guyyoo, daayreektara olaantuu dhaabbata inshuraansii fayyaa federaalaa Adde Firwoot Abbabaa fi qaamoleen dhimmi ilaallatu argamanii jiru.
H/I/A Biiroo Fayyaa Oromiyaa Sr. Tigisti Tafarii saganticha irratti argamuun haasaa taasisaniin akka naannoo Oromiyaatti namoonni miiliyoona 26 ol sagantaa inshuraansii fayyaa hawaasaa keessatti kan hammatamanii ta'uu ibsuun, tajaajila inshuraansii fayyaa hawaasaa fooyyessuuf biiroon fayyaa Oromiyaa sagantaa garaa garaa qopheessun hojiirra oolchaa jiru keessaa tarkaanfii haaraa sagantaa kanfaltii tajaajilaan duraa Inshuraansii fayyaa hawaasaa 'Capitation program' isa tokko akka ta'e kaasanii jiru.
Sagantaa kana hojiirra oolchuf magaalaa Sandaafaa fi Godiina Shawaa kibba Lixaa Aanaa Sooddoo Daaccii keessatti sagantaa yaalii gaggeefamaa tureen bu'a qabeessummaan isaa mirkanaa'uu ibsanii jiru.
Kaayyoon sagantaa kanfaltii duraa, maallaqa miseensa inshuraansii fayyaa hawaasaa irraa walitti qabamee jiru baay'ina namoota dhaabbatichatti tajaajilamuu danda'anii fi baasii barbaachisu dursanii adda baasuun dhaabbilee fayyaatif kanfaltii dursaa raawwachuudhan gahuumsa dhaabbilee fayyaa cimsuun kenna tajaajila fayyaa qulqulluu fi haqa qabeessa ta'e hawaasni akka argatuuf akka ta'e dubbatanii jiru.
Sr. Tigisti itti dabaluun, sagantaa kun marsaa jalqabaa kanaan godiinaalee 8, bulchiisota magaalaa 3 keessatti kan argaman buufataalee fayyaa 68 fi hospitaalota 2 keessatti kan babal'atu yoo ta'uu, itti aansun haala qabatamaa irratti hundaa'udhan godiinaalee fi bulchiinsota maagaalaa biroo keessatti kan hojiirra oolu ta'a jedhan.
Sagantaa kana irratti dhiyeessin haala qabatamaa hojiirra oolmaa sagantaa kanaa fi bu'aa argame agarsiisu dhiyaachun mariin irratti gaggeeffamee jira.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama:- https://t.me/ORHBcommunication
Yuutiyuubii :- https://youtube.com/channel/UCq73LUo1B4XPmzAVIxWDUiw
Marsariitii:- https://orhb.gov.et/
Feesbuukii:- https://www.facebook.com/OromiaHealth
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Waxabajjii 20 bara 2015 Adaamaa.

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Raawwii hojii tarkaanfilee haaraa (Inshetivoota) Biiroo Fayyaa Oromiyaa bara 2015