Beeksiisa Qacarrii Ogeeyyii Fayyaa
Biiroon fayyaa Oromiyaa godiinaalee irratti ogeeyyii fayyaa ulaagaa guutan dorgomsiisee qacaruu barbaada. Kanaafuu, ogeeyyin ulaagaa bahe guuttan godiinaalee beeksifni baheetti irratti dorgomuu kan dandeessan ta'uu isin beeksifna!

Tajaajilli waldhaansa fayyaa odeeffannoo ragaa irratti hundaa'e tajaajila fayyaa qulqullina qabuu fi hunda galeessa ta'e kennuuf murteessadha.
Tajaajilli wadhaansa fayyaa odeeffannoo ragaa irratti hundaa'e hospitaalota keessatti hojiirra olchuuf leenjiin hubannoo uumuu qaamolee qindoominaan dhimma kana hojiirra oolchaniif kennamee jira.
Waldhaansi tajaajila fayyaa odeeffannoo ragaa irratti hundaa'e tarkaanfii haaraa biiroon fayyaa Oromiyaa milkaa'ina tajaajila fayyaatiif hojiirra oolchu yoo ta'u, hojiin kun qandoomina daayreektaroota yookin gareewwaniitin kan raawwatamuudha.
I/A/Hoogganaa biiroo fayyaa Oromiyaa Dr. Bokonaa Guutaa sagantaa kana irratti argamun akka ibasniitti kaayyoon sanada waliigatee akka ibsaniitti, daayrektaroonni yookin gareen biiroo fayyaa Oromiyaa keessa jiran garee sagantaa walitti hidhamiinsa marsaa 4ffaa hospitaalotaa qulqullinaaf (EHAQ 4th cycle (EBC) ilaallatu kenniinsa tajaajilaa fayyaa odeeffannoo ragaa irratti bundaa'e giddu-galeessa kan godhate milkeessuuf qindoominaan hojjachuun gahee isaanii akka bahaan taasisuuf ta'uu ibsanii jiru.
Xumura irratti Daayirektarri tajaajila waldhaansaa fi deeggarsa dhaabbilee fayyaa fi daayreektaroonnii yookin garee abbumman hojii kun isaan ilaalatu sanada waliigaltee qindoomina hospitaalotaa qulqullina tajaajila fayyaaf marsaa 4ffaa (EHAQ 4th cycle (EBC) toora xiyyeeffannoo (MOU) waliif mallateessanii jiru.
Muddee 27 bara 2015 Adaamaa.

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Dhangaa Fayyaa :- Dhukkuba Koleeraa