#Sagantaa_dorgommii_har'aa
*****
Gaazexaa Bariisaa
Shaampiyoonaa atileetiksii 18ffaa addunyaatiin fiigichi xumuraa dhiirotaa meetira 5000 halkan 10:05 irratti kan adeemsifamu yoo ta'u, atileetonni Muktaar Idiris, Yoomiif Qajeelchaafi Solomoon Baaraggaa ni hirmaatu.
Dorgommii xumuraa meetira 800 dubartootaa halkan 10:35 irratti adeemsifamurratti ammoo Atileet Dirribee Waltajjii ni hirmaatti.
Gaazexaa Bariisaarraa odeeffannoowwan dabalataa argachuuf
- Telegram
Ethiopian Press Agency/Afaan Oromoo
ykn liinkii
https://t.me/EthiopianPressAgency_AfaanOromoo
- Marsariitii
https://www.press.et/afanoromo/

#Sagantaa iddoowwan ikoo turizimii haaraa beeksisu
************
Gaazexaa Bariisaa
Finfinnee: Sagantaan iddoowwan paarkii biyyaaleessaafi ikoo turizimii haaraa ifoomsuu Waajjira Pirezdaantii Oromiyaatti adeemsifamaa jira. Mariin paanaalii abbootii gahee hirmaachisees guyyoota lamaaf kan gaggeeffamu ta'a.
Saganticharrattis Walittiqabaan Boordii Bulchiinsa Paarkiiwwanii Oromiyaa Komishinarri Jeneraalaa Kaffaaloo Tafarraa, Bulchitooni Godinaaleefi bakka buutoonni seektarichaa kan argaman yoo tahu, barreeffamoonni marii addaddaa dhihaatanii irratti kan mari'atamu ta'a. Guyyaa boriis Bosona Subbaa Magaalaa Shaggariitti argamutti sagantichi bakka pireezdaantiin Oromiyaa argamanitti ifaan kan beeksifamu ta'a.
Akka waliigalaattis paarkiiwwaniifi bakkeewwan ikoo turizimii 42 waggaa tokkoof qorannoon irratti taasifame ni ifoomu.
Saamraawiit Girmaatiin

#Sagantaa qormaata biyyaalessaa sadarkaa 2ffaa baranaa
***
Gaazexaa Bariisaa
Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee sagantaa qormaata sadarkaa 2ffaa bara 2016 ifoomse.
Qormaatichi intarneetiifi waraqaan kan kennamu yoo ta'u, naannoo Tigraayiin ala sagantaan naannolee hundaafi bulchiinsa magaalotaa ifoomeera.

#Sagantaa Olompikii Paariis har'aa atileetonni Itoophiyaa irratti hirmaatanβΌοΈ
****
Gaazexaa Bariisaa
Dorgommii gufachiisaa meetira 3000 dubartootaa
πLoomii Mul'ataa
πSimboo Alamaayyoo 5:05
Dorgommii xumuraa meetira 800
πWarqinash Massalaa
πTsiggee Dhugumaa
Dorgommii xumura walakkaa meetira 1500 dhiirotaa
π Saamu'eel Tafarraa
π Ermiyaas Girmaa galgala 4:10 irratti adeemsifama.
Adoolessa 28 bara 2016

#Sagantaa olompikii Paariis harβaaβΌοΈ
**
Gaazexaa Bariisaa
π Dorgommiin xumuraa fiigicha meetira kuma shanii dubartootaa hawwiidhaan eegamu harβa galgala saβaatii 4:00 irraa kaasee kan adeemsifamu yoo taβu, Atileet Gudaaf Tsaggaay, Ijjigaayyoo Taayyeefi Madiinaa Iisaa nihirmaatu.
π Dorgommiin xumuraa meetira 800 dubartootaa sa'aatii 4:47 irratti kan adeemsifamu yoo ta'u, Atileet Tsiggee Dhugumaafi Warqinash Mallasaa nihirmaatu.
π Dorgommiin gulaallii gufachiisaa dhiirotaa galgala 2:04 irratti adeemsifamurratti
- Lammeechaa Girmaa
- Geetinnat Waaleefi
- Saamu'eel Fireewu nihirmaatu.
Dorgommiin xumuraasaa ammoo iftaan, Hagayya 1 bara 2016 sa'aatii 4:43 irratti gaggeeffama.
Adoolessa 29 bara 2016

#Sagantaa dorgommii har'aa keessaa
***
Gaazexaa Bariisaa
Gulaallii meetira 5000 dhiirotaa
π Hagos Gabrahiwot
π Addisuu Yihunilliny
π Biniyaam Mahaarii
Sa'aatii 6:10 irraa kaasee
Gulaallii Mlmeetira 1500 dubartootaa
π Darribee Waltajjii
π Birqee Hayyaloom
Sa'aatii 7:45 irraa kaasee
***
Gaazexaa Bariisaa
Gulaallii meetira 5000 dhiirotaa
π Hagos Gabrahiwot
π Addisuu Yihunilliny
π Biniyaam Mahaarii
Sa'aatii 6:10 irraa kaasee
Gulaallii Mlmeetira 1500 dubartootaa
π Darribee Waltajjii
π Birqee Hayyaloom
Sa'aatii 7:45 irraa kaasee
#Sagantaa fiigicha xumuraa har'aa
***
Gaazexaa Bariisaa
Dorgommiiwwan xumuraa shaampiyoonaa atileetiksii addunyaa umrii 20 gadii Itoophiyaanonni irratti hirmaatan har'a Peeruu, Liimaatti ni adeemsifamu.
- Suksukni meetira 10,000 dubartootaa Hiwot Ambaawuufi Birihaan Muluu irratti hirmaatan 12:25 irratti adeemsifama.
- Dhiirotaan meetira 800 Jeneraal Birihaanuu; halkan 6:35 irratti
- Dubartootaan meetira 800n Asteer Ariirii 6:50 xumuraaf nidorgomu.
- Meetira 3000 dubartootaatiin Allashiny Baawwaqaafi Maartaa Alamaayyoo halkan 7:45 irratti fiigu.