ICCIITII MILKAA'INAA( የስኬት ምስጢር )
3.25K subscribers
36 photos
1 video
1 file
99 links
Download Telegram
#Hundaa jijjiiri!

#Kaleessi Darbeera deebi'uu hin danda'u. Kanaaf Of komachuu(ceepha'uu) dhiisii ammuma jiraachuu jalqabi. #Har'a yoo kutattee kaate waan hunda jijjiiruu, hunda irra deebitee jalqabuu, waan balleessite sirreessuu dandeessa. #Hiriyaa koo carraa keetti fayyadami guyyaa kana kan hin #argine hedduudha. #Ati hunda kan caalu Fayyaa guutuu qabda hundaa jijjiiruu dandeessa.

#Yeroo Gaariin Siif hawwa🙏🙏🙏
@Bedadina
#Bara 2015tti darbuu kan #dadhaban!


#Obboleessa koo Baga Geesse!! Obboleettiin koos Baga ittiin si gahe!!
#Hundi keenya har'a gahuu keenyaaf carraqabeessadha! #Waggaa darbe kana kan  hin qaxxaamurree fi kan awwaalamaniifii awwaala kabajaa illee kan hin argane hedduudha.

#Dhugaan isinitti hima #har'uma kana #ollaa kootii namni #lubbuun isaa boqotee boru awwaalamu jira. Kana jechuun namni kun bara 2014 boqotee bara 2015 awwaalama jechuudha😭😭😭

#Nuuf Garuu barri kun waan barbaannu akka taanuuf, kaayyoo akka qabaannuuf, jaalala akka qabaannuuf, gaa’ila akka qabaannuuf, ijoollee akka horannu, qabeenya akka qabaannuuf, gammachuu fi quufa akka qabaannuuf nuuf dabalameera.  #Barri kun kan keenyadha! #Uumaa keessan galateeffadhaa🙏🙏🙏

Bara ajaa'ibaa isiniif hawwina

@Bedadina
@Saayikoloojii
Badhaasa


Bara 1995tti, Aliin badhaasa Toroontoo Afrikaan meeritis Awwaard(Toronto African Merits Award) argateera. Bara 2010tti ammo, Yuunivarsiitii Jimmaa irraa Dokitreetii Kabajaa aragateera. Mudde 2012tti Dorgommii Daddaraaroorratti isa jalqabaa irratti marsa xumuraarratti keessummaa kabjaa ta’uun affeeramee argameera.

#Har'a kunoo Onkoloolessa 27 bara 2015 A LH Addunyaa kanarraa Du'aan boqoteera. Boolla isaa Daadhiin haa guutu Lubbuu isaa Waaqayyo Jeennata keessatti haa qananiisu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@Bedadina
#Warra  har'aan si gahan hin dagatiin!

#Namoota kaleessa akka darbituuf riqicha siif ta'anii asiin si gahan tasumaa hin dagatiin. #Har'a milkaa'eera bakkan yaade gaheera jettee namoota milkaa'ina kee har'aaf gahee guddaa taphatan waan danda'an hundaan si cina dhaabbatanii yoo xiqqaate jabaadhu siin jedhan maaloo hin dagatiin!!!

👉@Bedadina                 👉@Saayikoloojii
#Gaabbii



#Gaabbii Fi Eegeen duubaoolti jedha Oromoon
#Mansuur Jamaal Isa Amma dureessa ta'e gaafa inni #Bitcoin bitee olkaa'e namoota heddutu Itti qoodaa Ture hiriyoota isaa dabalatee jechuudha.
#Har'a Garuu Gatiin #Bitcoin tokkoo Doolaara Ameerikaa 70,000 ykn Birrii Itoophiyaa Miliyoona  1.9 olidha.


#Ammas Boru otoo jechuurra ammuma hojjedhu.


Hamster kombat Maallaqa Salphaa Mirkanaa'ee fi Telegram irraa Tap qofa qabuun kan hojjetu TON, jijjiirraa kirpitoo guddaa addunyaa irrati.

Gatiin TON 1 Doolaara Ameerikaa 6.6 yoo ta'u pirojektii kana cufuuf guyyaa 5 qofatu hafe

Kanaan dura Not Coin bitattee jirta inni kun ammoo dorgomaa Not Coin ti.
Link armaan gadii tuquun hojjedhaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇 
https://t.me/hamstEr_kombat_bot/start?startapp=kentId803286259