#Ammuma jalqabi!
#Rakkoon (yaaddoon) keenya irra caalaan isaa kan maddu wanti nuti hojjechuuf kaane ulfaataa ykn garmalee waan ta'eef osoo hin taane, waan salphaa jalqabne waan hin xumurreefidha.
#Maaltu harka kee keessa jira? Kanaaf ka'ii ammuma sirreessi! Waan jalqabde dafii xumuri, sana booda isa itti aanuuf karaa bana!!!
👇👇👇👇 👇👇👇👇
👉@Saayikoloojii 👉@Bedadina

👉#Waanti hin jijjiiramne hin jiru!
#Waanti guddaan dogoggora hojjechuu kee osoo hin taane, sirreessuu keeti. #Rakkoon kufuu kee osoo hin taane, deebitee ka'uu dhabuu keeti. Uffanni keeyyuu ni xuraa'a, ati garuu miichitee deebiftee uffatta.
#Atis gaafa dogoggorte of hin cheepha'in. Namni balleesse yeroo tokko adabama. Guyyaa guyyaan "Ani dhimma hin baasu" jettee of hin komatin(cheepha'in)! #Uffanni xuraa'e erga miichamee dedbi'ee uffatamee, ati sababiin hin jijjiiramneef hin jiru!
#Yoo xiqqaate #namoota 10 biraan gahi!!!
👉@Saayikoloojii
👉@Bedadina

Forwarded from Kitaabota Saayikoloojii Irraa (Harka hin Kennu Never Give Up)
#Jiraachaa jirta!
#Lafa kanarra haalota ulfaatoo heddutu jiru, qormaata heddutu jira, atis ijoollummaa kee irraa eegaltee haalota ulfaatoo heddu dabarsiteetta. Garuu ammas jiraataa jirta. Inni kaleessa si dabarse har'as si dabarsa abshir.
#Deel Kaarniigeen akkas jedha, ''#Eenyullee saree du'e akka hin rukunne beeki'' jedha. #Jireenya keenya keessatti dhiibbaan nu mudatee rakkoon nutti tuulamaa yoo jiraate jiraachaa jirra jechuudha. #Rakkoon garuu dhiibbaa fi wanti nama yaaddessu hin jiru yoo ta'edha!(#Comfort zone)
#Yeroo bareedaa isiniif hawwina!
👇
👉See more