ABDII SABAA
499K subscribers
12.5K photos
185 videos
205 files
6.26K links
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Download Telegram
#Mana_Kitaabaa_Abrihoot

Manni Kitaabaa Abrihoot duula kitaaba walitti qabuu gaggeessaa tureen kitaabilee kuma dhibba 4 fi kuma 55 fi 400 walitti qabuu beeksiseera.

Duula marsaa jalqabaa kanarratti dhaabbileen mootummaa, miti mootummaa fi qaamoleen dhuunfaa hirmaannaa gaarii taasiisaniiru jedhame.

Sagantaan cufiinsaa duula marsaa jalqabaa gaggeeffameera.

Sirna kanarratti miidiyaalee fi qaamolee gumaacha olaanaa taasiisaniif beekkamtiin kennameera.

Duulli kitaaba walitti qabuu kun yeroo itti aanuus kan itti fufu yoo ta'uu, hawaasni hirmaannaa olaanaa taasiisuu akka qaban waamichi dhiyaateera.

Duula kitaabilee walitti qabuu marsaa jalqabaa Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Eebila 28, 2014 ifatti eegalchiisuun isaanii kan yaadatamuudha.

Baasii Birrii biiliyoona 1.1 kan ijaarrame Manni Kitaabaa Abrihoot soofti koppii dabalatee kitaabilee miiliyoona 4 ol qabachuu danda'a jedhame. (TOI)

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
#Mana_Barumsaa_Sadarkaa_1ffaa_Jeneraal_Waaqoo_Guutuu!

"Gabrummaa Hiddaan Buqqifna, Dadhabnu I lmaan itti Guddifna".

MANNI BARUMSAA KUN SADRKAA KAM IRRA JIRA LAATA???


https://www.profitablegatetocontent.com/ubwjdaicgr?key=6afce89c82f7a4da60a460fe55bd6e48

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

🌐MARSAARIITII🌐
WWW.ABDIISABAA.COM

📹YOUTUBE📹
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

📩Yaada📩
@YaadaafQeeqabot
#Beeksisa_Qacarrii
#Mana_Barumsaa_Komiyunitii_Jimmaa


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

🌐MARSAARIITII🌐
WWW.ABDIISABAA.COM

📹YOUTUBE📹
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

📩Yaada📩
@YaadaafQeeqabot
#Baalee_Roobee
#Mana_Barumsaa_Madda_Walaabuu_Sad_2ffaa

OROMIYAA HAA BARAARRU

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

🌐MARSAARIITII🌐
WWW.ABDIISABAA.COM


📩Yaada📩
@YaadaafQeeqabot
#Of eeggannoo🚨

"Hawaasni #mana dhabuu fi barbaachisummaa isaa hubatee Bulchiinsi Lootorii Biyyaalessaa Itiyoo-Telekoom waliin ta'uun Birrii miiliyoona 100 ramaduuf hojjechaa jira," jechuun odeeffannoon miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiru guutummaatti #soba.

Ergaan miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiru kun gowwoomsitoonni hawaasa #gowomsuuf kan uumanidha.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚
@ABDIISABAA 📚

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb