#Shaggar
Mannii Maree Magaalaa Shaggar hundeeffameera.
Obbo Qaabatoo Albee sagalee guutuun Af-yaa'ii Mana Maree Magaalaa Shagar ta'anii filatamaniiru.
Pireezedaantii Mana Murtii Magaalaa Shaggar obbo Kumalaa Abboomaa kakuu raawwachiisaniiru.
Magaalaan Shaggar magaalaa Seeran, Dambii 233/2015 magaalaa hundeeffameetedha jedhan Af-yaa'iin Mana Maree Magaalaa Shaggar obbo Qaabatoo Albee.
Magaalaan Shaggar Kutaalee Magaalaa 12fi aanaalee 36'n hundaa'es jedhan.
Aadde Tsahaay Dabalee, Itti Aantuun Af-yaa'ii Mana Maree Magaalaa Shaggar ta'uun sagalee guutuun filatamuun kakuu raawwataniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
🌐MARSAARIITII🌐
WWW.ABDIISABAA.COM

Magaalaa Shaggaritti Istaadiyeemonni Sadarkaa isaanii eeggatan fulduratti hojjetamuuf Qorannoon Kutaa Magaalotaa shan(5) irratti taasifamuu eegaleera.

Kitaaba Barataa
@AbdiiSabaabooks
Fuula Feesbuukaan nu hordofuuf
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb

Magaalaan shaggar namoota hojii garaa garaa irratti qacaruuf beeksisa baasee ture irratti, maqaa dorgomtoota milkaa'anii ibse.
Namoonni beeksisa kana irratti dorgomtanii turtan Maqaa keessan suuraa irraa argattu.

ABDII SABAA
Kirkira lafaa hamma muudate. Magaala finfinnee iddoowwan garaagaraatti kirkirri lafaa mudaachaa jirachuu jiraattonni himuu irratti argamu. Kun Kan ta'e hamma erga galagalaa'ee Booda akka ta'es himameera. Iddoowwan tokko tokkotti gamoowwan socho'aa jiru…
#Shaggar
Kirikirri lafaa halkan kana magaalaa finfinneefi naannawa isheetti mudateera.
Magaalaa Finfinneefi magaalaa shaggar bakka tokko tokkotti kirikirri lafaa mudatee akka ture jiraattoonni miidiyaa @Abdii_Sabaatti himaniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡