#Tigraayi
Naannoo Tigraayitti barattoonni gara mana barumsaatti deebi'aniiru.
Waggoota muraasa darbaniif sababa weerara covid-19 fi sana booda waraanaan addaan citee kan ture naannoo Tigraayi keessatti harβa Eebla 23, 2015 manneen barnootaa adda addaa keessatti eegalameera.
Tigraayitti manneen barnootaa dhibbeentaa 85 miidhaan cimaan ykn gartokkoon irra gaheera; Manneen barnootaa tokko tokko waan qabaniin daree jalqabanis, manneen barnootaa hedduun ammallee buqqaatota gaaddisa godhachaa jiru.
Odeeffannoo wayitaawaa mara argachuuf karaa miidiyaa keessanii kan ta'e karaa miidiyaa @Abdii_Sabaa'n miseensa ta'uun nu hordofaa!
Beeksisa dhuunfaaf karaa ππ@YaadaafQeeqabot'n nu qunnamaa!
#Exit Exam Book
ππππ πππππππ
https://t.me/AbdiiSabaabooks
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘MIIDIYAAπ‘
https://t.me/ABDII_SABAA

Beeksisa dhuunfaa kanneen akka Manneen Uffata Aadaa, Meeshaalee gurgurtaa Electirooniksii, Mana kophee, Manneen barnootaafi Kolleejjii dhuunfaa, akkasumas Yuutuubii, Chaanelii Teelegiraamii, weebsaayitii, Tiktok, fb fi kkf beeksifachuuf karaa @YaadaafQeeqabot jedhuun nu qunnamaa.
Odeeffannoo wayitaawaa mara argachuuf karaa miidiyaa keessanii kan ta'e karaa miidiyaa @Abdii_Sabaa 'n miseensa ta'uun nu hordofaa!
Beeksisa dhuunfaaf karaa ππ@YaadaafQeeqabot'n nu qunnamaa!
#Exit Exam Book
ππππ πππππππ
https://t.me/AbdiiSabaabooks
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘MIIDIYAAπ‘
https://t.me/ABDII_SABAA
Odeeffannoo wayitaawaa mara argachuuf karaa miidiyaa keessanii kan ta'e karaa miidiyaa @Abdii_Sabaa 'n miseensa ta'uun nu hordofaa!
Beeksisa dhuunfaaf karaa ππ@YaadaafQeeqabot'n nu qunnamaa!
#Exit Exam Book
ππππ πππππππ
https://t.me/AbdiiSabaabooks
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘MIIDIYAAπ‘
https://t.me/ABDII_SABAA
#Oduu_Gaddaa
Barataa Tashoomee Birhaanuu Makuriyaa barataa seeraa waggaa 2ffaa yemmuu ta'u, maatii isaa bira yeroo deemetti dhukkubii isa mudateen Ebla 21/2015 du'aan Addunyaa kanarraa boqoteera.
Miidiyaa @Abdii_Sabaa du'a barataa kanaatti gadda guddaa itti dhaga'ame ibsachaa maatii,firoottanfi hiriyootasaa maraaf jajjabina hawwa.

Magaalichatti baatii Caamsaa irraa eegalee Waraqaa eenyummaa dijitaalaa malee Doqdoqqee konkolachisuun hin dandaβamu jedhame!
Magaalaa Finfinneetti baatii Caamsa irraa eegalee Waraqaa eenyummaa dijitaalaa malee Doqdoqqee konkolaachisuun kan hin eeyyamamne taβuu Ejensiin Maanaajimantii Tiraafikaa Magaalichaa beekiseera.
Abbootiin qabeenyaa fi konkolaachistoonni Doqdoqqee eeyyamaa isaanii dhaabbiilee GPS itti maxxansifatan irraa waraqaa eenyummaa dijitaalaa isaanii hanga Eebla 30 ,2015 tti akka fudhatan ejensichi hubachiiseera.
Caamsaa 1 ,2015 irraa eegalee konkolaachistoota Doqdoqqee waraqaa eenyummaa dijitaalaa malee konkolaachisan irratti tarkaanfiin kan fudhatamu taβuu ragaan ejensicharraa argame ni mulβisa.
Odeeffannoo wayitaawaa mara argachuuf karaa miidiyaa keessanii kan ta'e karaa miidiyaa @Abdii_Sabaa 'n miseensa ta'uun nu hordofaa!
Beeksisa dhuunfaaf karaa ππ@YaadaafQeeqabot'n nu qunnamaa!
#Exit Exam Book
ππππ πππππππ
https://t.me/AbdiiSabaabooks
π‘MIIDIYAAπ‘
https://t.me/ABDII_SABAA
Magaalaa Finfinneetti baatii Caamsa irraa eegalee Waraqaa eenyummaa dijitaalaa malee Doqdoqqee konkolaachisuun kan hin eeyyamamne taβuu Ejensiin Maanaajimantii Tiraafikaa Magaalichaa beekiseera.
Abbootiin qabeenyaa fi konkolaachistoonni Doqdoqqee eeyyamaa isaanii dhaabbiilee GPS itti maxxansifatan irraa waraqaa eenyummaa dijitaalaa isaanii hanga Eebla 30 ,2015 tti akka fudhatan ejensichi hubachiiseera.
Caamsaa 1 ,2015 irraa eegalee konkolaachistoota Doqdoqqee waraqaa eenyummaa dijitaalaa malee konkolaachisan irratti tarkaanfiin kan fudhatamu taβuu ragaan ejensicharraa argame ni mulβisa.
Odeeffannoo wayitaawaa mara argachuuf karaa miidiyaa keessanii kan ta'e karaa miidiyaa @Abdii_Sabaa 'n miseensa ta'uun nu hordofaa!
Beeksisa dhuunfaaf karaa ππ@YaadaafQeeqabot'n nu qunnamaa!
#Exit Exam Book
ππππ πππππππ
https://t.me/AbdiiSabaabooks
π‘MIIDIYAAπ‘
https://t.me/ABDII_SABAA
Magaalaa Dabra Maarqoositti Pooliin elektirikaa tuulame ture jiguun lubbuun ijoollee 2 darbuu ibsame.
Magaalichatti ijoolleen 5 poolii elektirikaa tuulamee turerra osoo taphatanii tuullaan isaa jiguun lubbuun ijoollee 2 darbuufi ijoollee 3 irra miidhaan gahuu Hogganaan Buufata Poolisii 1ffaa magaalichaa Koomaandar Geetinnat Masfin ibsaniiru.
Ijoollee balichaan miidhaan irra gaheef hospitaala Dabra Maarqoositti tajaajilli yaala fayyaa taasifamaa jiraachuu ragaan poolisii magaalichaarraa argame ni mulβisa.

#HayileeTaaddaseeFayyisaa
Namni Suuraa kana irratti mul'atu maqaan isaa Hayilee Taaddasee Fayyisaa jedhama, innis Arichitect jabaa biyyi kun qabdu keessaa isa tokkoodha.
Hayileen hundeessaa fi Hogganaa Lula Engineering'ti, mucaan kun yeroo amma proojektii gurguddaa namoonni kaan hin dandeenyu jedhanii sodaatan isatu hojjachuutti jira.
Proojektiin Riizoortii Halaalaa Keellaa guyyaa kaleessaa eebifames boca isaa kaasuun haga xumuraatti hordofee kan xumursiise mucaa kanadha.

#Yaadachiisa
Galmeen qormaata madaallii gahumsa ogeessota fayyaa Ministeerri Fayyaa Caamsaa 2015 kennu guyyaa boruu Ebla 25/2015 qofa xumurama.
Dhaabbileen barnootaa mootummaas taβe dhuunfaa hple.moh.gov.et seenuun toora interneetii irratti galmaaβuu ni dandaβu.
Ministirri kun yeroo murtaaβeen alatti gaaffiin galmee kamiyyuu akka hin keessummeessine cimsee akeekkachiiseera.

Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphni harβa Arsenaalii fi Cheelsii gidduutti taasiisfmu ni eegama!
Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphni harβa Arsenaalii fi Cheelsii gidduutti taphatamu ni eegama.
Kilaboonni Landan Lamaan morkiin harβa galgala saβaatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Emireetiitti taasisani akkaan eegama.
Arsenaal morkii Waancaa Piriimaayeer Liigichaatti taasisuu cimsachuuf falmiin Cheelsii waliin taasiisu xiyyeeffannoo argateera.

"Kan qabnaan qabaa hin Guunne Gadhiisnaan bakkee guutti" jedha oromoon.
Maaltu jara galche waa'ee Oromoo diqqoo nagaan bu'aaf isin muddaa jira mitii?