ABDII SABAA
498K subscribers
12.5K photos
183 videos
205 files
6.25K links
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

πŸ’¬NU QUNNAMUUFπŸ’¬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Download Telegram
Guyyaan qormaanni bahuumsaa(#Exit_Exam )
Marsaa lammaffaan barattoota kufaniifi barattoonta ji'a muraasa booda qormanuuf kennamu yoomi?

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://abdiisabaa.org/index.php/2023/12/17/gaaffiiwwan-karaa-keessaa-nu-qaqqabaa-jiraniif-deebii-isaa/

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘
Guyyaan qormaanni bahuumsaa(#Exit_Exam )
Marsaa lammaffaan barattoota Marsaa jalqabaa hin milkoofneefi barattoonta ji'a muraasa booda qormanuuf kennamu yoomi?

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://abdiisabaa.org/index.php/2023/12/17/gaaffiiwwan-karaa-keessaa-nu-qaqqabaa-jiraniif-deebii-isaa/

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘
Baratoonni Fayyaa Qormaata bahuumsaa(#Exit_Exam) qofa fudhatu #licensure Exam hafeera kan jedhu hagam dhugaadha?

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://abdiisabaa.org/index.php/2023/12/17/gaaffiiwwan-karaa-keessaa-nu-qaqqabaa-jiraniif-deebii-isaa/

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘
1.Qormaanni Exit_Exam marsaa lammaffaan ji'a meeqaffaa keessa kennama?

2.Guyyaa qormaanni
#Exit_Exam dhaabbataan itti kennamu yoomi?

3.Barattoonni fayyaa yeroo gabaabaa booda eebbifamanu qormaata Exit_Exam qofa fudhatu moo licensure Exam ni fudhatu?

4.Baratoonni qormaata marsaa jalqabaa hin milkoofne Yuunivarsitii barbaadanitti qoramuu ni danda'uu?


Gaaffiiwwan kanaaf ibsa isaanii bal'inaan argachuuf liinkii asii gadii seenuun dubbisaa!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/01/06/odeeffannoo-qormaata-bahuumsaaexit-exam/

https://abdiisabaa.org/index.php/2024/01/06/odeeffannoo-qormaata-bahuumsaaexit-exam/

http://nukeluck.net/4/6246757

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@ABDIISABAA
Ministeerri barnootaa guyyaa qormaata bahumsaa(#Exit_Exam) marsaa lammaffaa beeksise.

Qormaanni kunis walitti fufiinsaan guyyaa sadiif kan kennamu ta'uu xalayaa dhabbilee barnootaa dhuunfaa fi mootummaaf barreesseen ibseera.

Guutummaa xalayaa kanaa argachuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/01/07/qormaata-bahuumsaa/

dolatiaschan.com/4/6575894

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA
#Exit_Exam

Qormaanni #Exit_Exam marsaa lammaffaan gaafa Amajjii 27-30'tti kennama.

πŸ‘‰Barattoonni Qormaata kana hin milkaa'in eessatti qormu?

πŸ‘‰Barattoota kana irraa hoo maaltu eegama?

Deebii isaa argachuuf liinkii asii gadii irraa dubbisaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/01/14/exit-exam/

https://abdiisabaa.org/index.php/2024/01/14/exit-exam/

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA
ABDII SABAA
#Exit_Exam Qormaanni #Exit_Exam marsaa lammaffaan gaafa Amajjii 27-30'tti kennama. πŸ‘‰Barattoonni Qormaata kana hin milkaa'in eessatti qormu? πŸ‘‰Barattoota kana irraa hoo maaltu eegama? Deebii isaa argachuuf liinkii asii gadii irraa dubbisaa. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ ht…
#Exit_Exam

Barattoonni Qormaata Bahiinsaa bara darbe hin milkaa'in hafan Yuunivarsitiima baratanitti qoramu moo Yuunivarsitii isaanitti dhihootti qormu?

Dubbisuuf
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/01/14/exit-exam/

https://abdiisabaa.org/index.php/2024/01/14/exit-exam/

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA
#Exit_Exam

Qormaanni Bahuumsaa(#Exit_Exam) marsaa lammaffaan Amajjii 27 haga Gurraandhala 01/2016 kan kennamu ta'uu Ministeerri barnootaa beeksise.

Kaffaltii galmee qarshii 500.00 qofa kara Teeleebirriitiin kaffaluun galmaa'uu kan dandeessan ta’uun ibsameera.

Yuunivarsitii itti qormatan filachuufi dhimma kaffaltii galmee irratti ibsaa ballaa argachuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/01/16/exit-exam-2/

https://abdiisabaa.org/index.php/2024/01/16/exit-exam-2/

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA
#Exit_Exam

πŸ‘‰Qormaata Exit Exam Marsaa Lammaffaa akkamitti galmaa'uu dandeenya?

πŸ‘‰Kaffaltiin Akkamitti Raawwatama?

Akkaataa itti galmooftan guutuusaa as irraa argattu!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/01/19/akkaata-qormaata-exit-exam-marsaa-lammaffaaf-itti-galmooftan/

Odeeffannoo Exit Exam argachuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/01/14/exit-exam/


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA
#Exit_Exam

Odeeffannoo Exit Exam argachuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/01/14/exit-exam/

πŸ‘‰Qormaata Exit Exam Marsaa Lammaffaa akkamitti galmaa'uu dandeenya?

πŸ‘‰Kaffaltiin Akkamitti Raawwatama?

Akkaataa itti galmooftan guutuusaa as irraa argattu!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/01/19/akkaata-qormaata-exit-exam-marsaa-lammaffaaf-itti-galmooftan/

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA
#Exit_Exam

"Yeroon galmee dheerateera" - Ministeera Barnootaa

Ministeerri Barnootaa; Yeroon galmee qormaata bahiinsaa dheerachuu beeksiseera.

Yeroon galmee qormaata bahiinsaa bara 2016 Amajjii 08/2016 irraa eegalee Amajjii 15/2016 akka xumuramu ministeerri barnootaa beeksisee turuun isaa ni yaadatama.

Haa ta’u malee gaaffii qoramtootaa bu’uura godhachuun yeroon galmee hanga Amajjii 20/2016tti dheerachuu Ministeerri Barnootaa ibseera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA
#Exit_Exam

Torban tokko qofatu hafe.

Odeeffannoo Qormaata Bahuumsaa argachuuf.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/01/14/exit-exam/

https://abdiisabaa.org/index.php/2024/01/19/akkaata-qormaata-exit-exam-marsaa-lammaffaaf-itti-galmooftan/

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA
#Exit_Exam

Qormaanni Bahuumsaa Marsaa lammaffaa guyyaa har'aa Gurraandhala 06/06/2016 kennamuu eegale nagaan xumurameera

Qormaatichi haga Gurraandhala 09/06/2016'tti itti fufuun kan kennamu ta'a.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š
#Exit_Exam

#Qormaanni Bahuumsaa (#Exit_Exam) guyyaa kaleessaa xumuramuun isaa ni yaadatama.

Kanuma Sababeeffachuun barattoonni baay'een karaa keessaan firiin qormaata kanaa yoom gadhiifama jechuun nu gaafataa jirtu.

Odeeffannoo Ministeera barnootaa irraa nu qaqqabeen guyyaa qormaanni bahuumsaa itti ifoomu #liinkii asii gadii irraa argattu.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/02/20/exit-exam-yoom-ifooma/

https://abdiisabaa.org/index.php/2024/02/20/exit-exam-yoom-ifooma/

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
#Exit_Exam
Qormaanni Bahuumsaa Marsaa 2ffaa Yoom Gadhiifama??

Kunoo Odeeffannoon Ministeera Barnootaa irra arganne karaa #liinkii asii gadiin isiniif maxxansineerra.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/02/20/exit-exam-yoom-ifooma/
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/02/20/exit-exam-yoom-ifooma/

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
#Exit_Exam

#Firii qormaata bahuumsaa barattoota Dhuunfaa yoom gadhiifama?, Maaliif Gadhiifamuu dhabe?

Gabaasa guutuu isaa liinkii asii gadii irraa argattu
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/02/25/firii-barattoota-dhuunfaa/


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
#Exit_Exam

Qormaanni bahiinsaa Amajjii 26 hanga Amajjii 30tti kan kennamu ta'a.

Qormaanni bahiinsaa sagantaalee digirii jalqabaa Amajjii 26-30, 2017 akka gaggeeffamu Ministeerri Barnootaa beeksise.

Qormaanni bahiinsaa kun qoramtoota haaraa fi kanneen irra deebiin qoraman hundaaf akka kennamu ministeerichi ibseera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘
ABDII SABAA
Bu’aan qormaata bahiinsaa yoom ifooma? Qormaati bahiinsaa biyyoolessaa barattoota saganta digrii jalqabaa Amajjii 26 bara 2017 irraa ka’ee kennamaa tureera. Qormaata kanaan walqabachuu bu’aan Roobii ykn Kamisa fuuldura kanaa akka ifoomu odeeffannoon maddeen…
#Exit_Exam

Bu’aan qormaata bahiinsaa eegamaa jira.

Torban darbe kennamaa kan ture qormaati bahiinsaa, bu’aan isaa akkaan eegamaa jira.

Bu’aa qormaata bahiinsaa marsaa kanaa akkaan kan eegamu ka taassise komiiwwan barattoonni qabiyyee qormaatichaa irratti kaasan yommuu ta’u, qormaati bahe nun madaalu β€œBlue Print” ala ba’e jechuun komii barattoonni kaasan gabaasuun keenya ni yaadatama.

Ministeerri barnoota gama isaatiin β€œkomii barattoonni kaasan ni qoranna , ta’us garuu qormaati qoratamee, ogeeyyiin sakatta’amee , adeemsa pirofeeshinaalaa mataa isaatiin qophaa’aβ€œ jedheera.

Bu’a qormaataan walqabachuun Roobiifi Kamisaa keessaa ni ifooma jechuu ministeerichaa gabaasnee turuun keenya ni yaadatama.

Bu’aa qormaataan walqabachuun miidiyaan @Abdii_Sabaa akkuma ifoomeen kan isin beeksisu yommuu ta’u, komii ka’eef sakatta’iinsa dabalataa yoo taassifameen ala, guyyaa boruu (Kamisa) ni ifooma jedhamee eegama!

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘
ABDII SABAA
Bu’aan qormaata bahiinsaa ifoomeera! Barattoonni bu’aa isaanii result.ethernet.edu.et seenuun ilaallachuu ni danda’u. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘
#Exit_Exam

Guyyaa harraa sa’a 8:00 tti marsaariitiin bu’aa qormaataa ittiin ilaallatan result.ethernet.edu.et dalagee kan ture yommuu ta’u, daqiiqaa muraasaa boodaa garuu hojjechaa jiraachuu dhabuu isaa agarreerra. Kunis ka ta’e rakkoo teeknikaaf jecha yommuu ta’u barattoonni bu’aa keessan obsaan akka eeggattan isin ni beeksisna!

Rakkoowwan akkanaa yeroo bu’aan ifoomutti irra deddeebiin kan mudatu ta’uun isaa beekamaadha!

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘