ABDII SABAA
Oduu Ammee!! Magaalaa finfinnee fi Naannawwaa isheetti kirkirri lafaa Reekter iskeelii 1.5 - 1.8 ta'u akka muudate dhagaahame. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Magaalaa Finfinnee halkan har'aa naannoo Kaazanchis, Abaaree, Koyyee, Beetel fi Jeemootti kirkirri lafaa dhaga'ameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

Kirkira lafaa hamma muudate.
Magaala finfinnee iddoowwan garaagaraatti kirkirri lafaa mudaachaa jirachuu jiraattonni himuu irratti argamu.
Kun Kan ta'e hamma erga galagalaa'ee Booda akka ta'es himameera.
Iddoowwan tokko tokkotti gamoowwan socho'aa jiru jedhan jiraattonni.
Jirattoonni mana waliinnii keessa jiraatan soodaadhaan lafatti gadi bu'anii walitti qabamaniis jiru.

Kirkira lafaa hamma muudate. Magaala finfinnee iddoowwan garaagaraatti kirkirri lafaa mudaachaa jirachuu jiraattonni himuu irratti argamu. Kun Kan ta'e hamma erga galagalaa'ee Booda akka ta'es himameera. Iddoowwan tokko tokkotti gamoowwan socho'aa jiru…
#Shaggar
Kirikirri lafaa halkan kana magaalaa finfinneefi naannawa isheetti mudateera.
Magaalaa Finfinneefi magaalaa shaggar bakka tokko tokkotti kirikirri lafaa mudatee akka ture jiraattoonni miidiyaa @Abdii_Sabaatti himaniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Kirikirri lafaa halkan kana magaalaa finfinneefi naannawa isheetti mudateera.
Magaalaa Finfinneefi magaalaa shaggar bakka tokko tokkotti kirikirri lafaa mudatee akka ture jiraattoonni miidiyaa @Abdii_Sabaatti himaniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Kirkirri lafaa halkan harraa mudate magaalaa Finfinnee, magaalaa shaggar, Odaa Bultum, Bishooftuu, Harargee lixaa magaalaa Mi’eessoo, Ciroo, Galamsoo akkasuma naannoo Amaaraa magaalaa Dasee fi Yuunivarsitii Walloo mooraa fayyaa keessatti dhaga’amuu jiraattoonni miidiyaa @abdii_sabaa tti himaniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
#update
"As Finfinneetti miti kirkirri lafaa kan uumame. Dambalichi lafa jalaa imalee as ga’e malee kirkirri kan mudate Awaashitti yommuu ta’u Rekter Iskeeliidhaa 4.9 ta’a" - Dr. Eliyaas Leewii
Yuunivarsiitii Finfinneetti Daarektarri Ji'oo Fiiziksii fi Saayinsii Hawaa Doktar Eliyaas Leewii Televijiinii biyyalessaaf ibsa kennaniin
"Akka odeeffannoo hanga ammaatti argameen kirkirri lafaa kun kan mudate as Finfinneetti osoo hin taane, Awaashitti.
Garuu lafa jala deemee as Finfinneefi bakka adda addaatti dhagahamee gamoo raase.
Iskeelii Riiktarii 4.9 kan ta’u kirkirri Awaashitti mudate kun gaara Fantallee jedhamurraa hanga naannoo Matahataatti kan dheeratudha.Odeeffannoon hanga ammaa jiru kana fakkaata.
Ummanni tasgabbaa'uu qaba. Sirriidha, dhaga'amuu danda'a garuu dhiheenyatti miti
Odeeffannoo dabalataa akkuma arganneen isin beeksifna. “ Jedhan.
Kirkirri lafaa kun Itoophiyaa bakkoota garaa garaatti dhaga’amaa akka jiru jiraattoonni miidiyaa @Abdii_Sabaa tti himaa jiru.

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Viidiyoo Kirkira lafaa guyyaa harraa
Kondominiyeemii, Appaartaamaafi gamoo irra lammiileen jiraattan ofeeggannoo barbaachisaa taassisaa!