Turullee Dhugatu Mo'ata
10.9K subscribers
508 photos
129 videos
110 files
413 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Magaalaa_MataaGafarsaa
#Akkanatuu_isin_madaala.

#Godina_Booranaa, #Aanaa_Areeroo  #Magaalaa_MataaGafarsaa guyyaa 29/08/2016 or  07/05/2024, karoora worroonni #Peenxee hawaasa Muslimaa irratti duuluuf baafatte, Yesuusiin Ergamaa fi Nama jechuun yakkaa jettee, himannaa dargaggoota Muslimaa irratti bante mormuun, hawaasni amala kinniisaa qabu, ka tuqan malee nama hin tuqne, mirga Nabiyyii isaa (Yesuus) kabajisiisuuf tokkoomee gad bahe, milkii guddaa gonfatee (#Yesuus_nama fi #ergamaa_Rabbiiti malee #Waaqaa_mitii #mirkaneesse) galee jira. Yaadum kanaan wol qabsiisuun leenjiin mata duree #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu salaata Zuhurii irraa hanga Asraatti keennamee, gammachuun goolabuun faaruun kan Rabbii keennaatii (Alhamdulillaah) nagahaan gara biyyaa gallee jirraa. Hawaasa keenna kan diin isaa kallattii hundaan woreegama barbaachisu kafaluun diin isaa eeggatuun seenaa abboota isaa deebisee mirkaneesse, Rabbiin duniyaa fi aakeratille isaan haa qananiisuu. Amiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah
በፍትሕ ሚንስትር የተዘጋጀው "የሀይማኖት ጉዳዮች አዋጅ" በተመለከተ ከዩኒቨርስቲ ተወካዮች ጋር ውይይት ያካሄደ ሲሆን ተቃውሞ ገጥሞታል!
(#ሀሩን_ሚዲያ፦ግንቦት 01/2016)
ከሰሞኑ በአወዛጋቢነቱ አጀንዳ ሁኖ የቆየው በፍትሕ ሚንስትር የተዘጋጀው "የሀይማኖት ጉዳዮች አዋጅ"ከዩንቨርሲቲ ተወካዮች ጋር በአዳማ ከተማ ውይይት ማድረጉ ተሰምቷል። ውይይቱ የተዘጋጀው በሰላም ሚኒስትር ሲሆን በውይይቱ ላይ ከዩኒቨርስቲው ፕሬዝዳንትና አንድ መምህር በአጠቃላይ ከአንድ ዩኒቨርስቲ ሁለት (2)ተወካዮች ያካተተ መሆኑን ለሀሩን ሚዲያ ምንጮች ገልጸዋል።በውይይቱ ሁሉንም ሀይማኖቶች የሚመለከቱ ጉዳዮች የተነሱ ሲሆን በረቂቅ አዋጁ ከተካተቱት መካከል በተለይ ኢስላምን የተመለከቱ ህጎች "በቡድን ማምለክ"እና "ማንነትን የሚያሳይ አለበባስ"ብቻ መፍቀዱ በጋራ ሰላት መስገድን እና ኒቃብ መለበስ የሚከለክል በመሆኑ አንድ ሀይማኖት ላይ ብቻ ያነጣጠረ ለአፈፃም የሚችግር መሆኑን ከምሁራኑ ተነስቷል።ከኦዲት ሪፖርት ከፋይናንስ ቁጥጥር መንግስት በሃይማኖት ያለውን ጣልቃ ገብነት በተመለከተ ፣የሀይማኖት ተቋማት ግንባታ ሊሎር የሚገባ እርቀት ፣የመቃብር ቦታዎች እና ሌሎችም ሰፊ ሀሳቦች መነሳታቸው ተገልጿል።በመጨረሻም ውይይት ሲመሩ የነበሩ አካላት የተነሱ ሀሳቦች ላይ ምላሽ የሰጡ ሲሆን በተለይ በቡድን አምልኮ እና ማንነት የተመለከተ አልባሳት ላይ በድጋሜ ከሀይማኖት አባቶች ጋር ውይይት እንደሚያደርጉበት መናገራቸውን የሀሩን ሚዲያ ምንጮች ገልጸዋል። በረቂቅ አዋጁ ዙሪያ ከእስልምና ሀይማኖት ተከታዮች በተጨማሪ ሙስሊም ያልሆኑ አካላትም ቅሬታቸውን እያቀረቡ ሲሆን አዋጁ ከመጽደቁ በፊት የህዝብ ቅሬታዎችን ባማከለ መልኩ እንዲስተካከል የተለያዩ ሀይማኖታዊ ተቋማት በየፊናቸው ጥሪ በማቅረብ ላይ ይገኛሉ።
https://t.me/Xaaliburidallah
https://vm.tiktok.com/ZMMW5aECf/

#Tana_Quba_Qabduu‼️

Woggaa Muraasa keessatti #Hawaasa_Boorana_hunda #ni_kafarsiifnaa (#Miseensa_Yeessoo_taasifna) tooftaa jedhuun, birrii Biiliyoon 390 ol baajatni qabamee hojitti seenamuu quba qabduu laata⁉️

Dubbii amanuun ishee ulfaatu (#raajii‼️), ka #dhageeffatuun nama Rabbitti amane hunda irratti #dirqama_taatu, hundi hawaasa keennaa dhagahaa, nama hin dhageenne hunda biraan sheer taasisaa nuuf gahaa. #Kaayyoo_badduu diin Rabbii irratti fi hawaasa Musilmaa irratti baatu, #Rabbiin dandeettii isaatiin #haa_diiguu. Amiiiin
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM

#Kutaa_2ffaa

#Kutaa_3ffaa

Kanuma hordofuun bulchiinsa kutaa magaalaa fi qaamolee nageennaatti irra deddeebinee iyyannus deebisaa dhabuu keennaan, dhimmicha gara mana murtiitti iyyannee osoo jirru, Sabtii hardhaa Caamsaa 3/2016 gareen gurmaahanii dhufuu, seensaa fi baha masjida seera qabeessaa nurratti cufaa jiru jechuun beeksisan. Haala yeroo ammaa keessa jirru kana ilaalchisee qaamolee nageennaatti bilbilaan iyyannus qaamni hanga ammaatti nu dhaqqabe hin jiru jedhaniiru.

Boodarra garuu itti gaafatamaan dhimma nageenna ganda kanaa Obbo Baqqalaa jedhaman Haarun Miidiyaaf akka himanitti, qaamolee nageennaa waliin tahuun iddoo Masjiidichaa bira gahanii namoota ijaarsa seeraan alaa irra turan dhaabsisuu himuun, hoji gaggeessaan mana qopheessaa yaamamee hanga dhufutti bakkuma sanitti eeggarra jedhaniiru.
Dhimma namoota hidhamanii ilaalchisuun gaaffii dhihaateefis, namootni hidhaman sun plaanii malee ijaarsa raawwataa jiran sababaa jedhuun hokkara uumame hordofee eega hidhamanii booda, hoggasuma hidhaarraa gadi lakkifamuu himan.
Gama kaaniin haalli yeroo ammaa jiru hedduu yaaddessaa tahuu kan ibsan muslimoonni naannichaa, qaamni dhimmi ilaallatu rakkoo keenna hubatee saffisaan furmaata akka itti kennu jechuun waamicha dhiheeffatan.
©Haarun Miidiyaa

https://t.me/Xaaliburidallah
Magaalaa Hawaasaa Masjiida Hamzaa keessatti lafa masjidaa seera qabeessa tahe irratti charchii ijaarra sababaa namoota jedhaniitiin muddamni hamaan uumamuu ibsame.
#Haarun_Miidiyaa፦ Caamsaa 3/2016

Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaa naannawa Bunnaa Qimshaa jedhamuun beekkamu Masjiida Hamzaa keessatti lafa masjidaa seera qabeessa tahe irratti charchii ijaarra sababaa namoota jedhaniitiin muddamni hamaan uumamuu, barreessaan mana marii dhimmoota Islaamummaa magaalaa Hawaasaa Haarun Miidiyaa dame kibbaatti himaniiru.

Itti gaafatamaan kun akka jedhanitti, yeroo ammoo namoonni seeraan ala socho’an kunniin seensaa fi baha masjidichaa dallahaan nurratti cufaniiru jedhan. Masjiidni kun bara 2003 ALI seeraan kaartaa qabiyyee mirkaneessu argatee kan ijaarame tahus, namoonni amma jeequmsa uumaa jiran boodarra masjiidicha cinatti mana nama dhuunfaa kireeffatanii sharaa diriirsuun charchii bananii tajaajila masjidichaa danquuf yaalaa turuu ibsan.

Itti fufa....

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Dhugaan gaafumaan ifa baatii obsumaan eegadhaa.
Namni waa xiinxalluu dandeettan lammiiwwan keenna #Kiristaanaa tun #dhugaa jirtuu ima #fudhaa.

https://t.me/Xaaliburidallah
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
Liinkiin garee isa kanaa
👇👇👇

https://t.me/Xaaliburidallah
#Shira_Godina_Booranaa irratti hojjatamuuf karoorfamee asii olitti viidiyoon dhageeffattan, ragaa bareeffamaa kunoo.

በቪዲዮው የሰማችሁት #በቦረና_ህዝብ_ላይ ልፈፀም የታቀደ #ሴራ የጽሁፍ ማስረጃ ይኸው።

🌲🌲🌲

In response to the severe drought impacting South Omo and Borena zones, Compassion International Ethiopia has partnered with six denominational development organizations and launched a 329 million Birr relief and humanitarian support project. This targeted initiative aims to reach over 122,000 highly vulnerable residents facing food shortages.

Officially launched last Tuesday, January 2nd, the project witnessed the presence of federal and regional government officials, denominational leaders, the media, and other distinguished guests. Partnering with the Ethiopian Kale Heywet Church Development Commission, Yehiwot Berhan Church of Ethiopia Development Organization, Berhane Wongel Baptist Church Humanitarian and Development Ministry, Ethiopian Mulu Wongel Amagnoch Church Development Commission, The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Development and Social Services Commission, and Meserete Kiristos Church Relief and Development Association, Compassion International is committed to working hand-in-hand with local communities to alleviate the immediate impact of drought and build long-term resilience.

#CompassionInternational
#HumanitarianSupport
#MakingADifference
#TransformingLives
#30YearsOfHope"
https://www.facebook.com/story.php?story_fbid=pfbid0cxDEyiGvME1BcE3Z6rJCGpG9u8cSr8FTwqEJvVwG3qP6Nk3RTSqCPHiSzrpt1PdPl&id=100064692129404&mibextid=Nif5oz&paipv=0&eav=AfZ9r1F6PHH_jMwIp-uW1nH3oNHACO0pV06KhTnyWOsDvHJRC3a8u6EIvkv1_PFhpcI&_rdr
በሁለት ክልሎች ውስጥ ለከፋ የምግብ እጥረት ለተጋለጡ የማህበረሰብ ክፍሎች ከ329 ሚሊየን ብር በላይ ድጋፍ ይፋ ተደረገ

ሀዋሳ፡ ታህሳስ 23/2016 ዓ.ም (ደሬቴድ) ስድስት አገር በቀል የልማት ድርጅቶች በሁለት ክልሎች ውስጥ ለከፋ የምግብ እጥረት ለተጋለጡ የማህበረሰብ ክፍሎች ከ329 ሚሊየን ብር በላይ ድጋፍ ይፋ የሚያደርጉበትን ፕሮግራም በአዲስአበባ ማካሄድ ጀምሯል።

ድጋፉ በኦሮሚያ ክልል ቦረና እና በደቡብ ኢትዮጵያ ክልል ደቡብ ኦሞ ዞን ከ122 ሺህ በላይ የሚሆኑ የማህበረሰብ ክፍሎችን ተጠቃሚ የሚያደርግ ነው ተብሏል።

የገንዘብ ድጋፉ የተገኘው ኮምፓሽን ኢንተርናሽናል ኢትዮጵያ ከተሰኘ ድርጅት ስለመሆኑ ተገልጿል።

ስድስቱ አገር በቀል የልማት ድርጅቶች የኢትዮጵያ ሙሉ ወንጌል አማኞች ቤተክርስቲያን የልማት ኮሚሽን፣ የኢትዮጵያ ቃለ ህይወት ቤተክርስቲያን የልማት ኮሚሽን፣ የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነየሱስ የልማትና ማህበራዊ አገልግሎት ኮሚሽን፣ የኢትዮጵያ የህይወት ብርሃን ቤተክርስቲያን ልማት ድርጅት፣ የኢትዮጵያ መሠረተ ክርስቶስ ቤተክርስቲያን እርዳታና ልማት ማህበር እና የብርሃነ ወንጌል ቤተክርስቲያን ልማት ድርጅት ናቸው።

የልማት ድርጅቶቹ ከኮምፓሽን ኢንተርናሽናል ኢትዮጵያ ጋር በመተባበር በእነዚያ በሁለቱም አከባቢዎች ለሚገኙ የህብረተሰብ ክፍሎች ድጋፉን እንደሚያደርጉ በፕሮጀክቱ ማስተዋወቂያ መድረክ ላይ ተገልጿል።

ኮምፓሽን ኢንተርናሽናል ኢትዮጵያ ከስድስቱ አገር በቀል የልማት ድርጅቶች ጋር በመተባበር ላለፉት 30 ዓመታት በመደበኛው የፕሮጀክት መርሃ ግብር ለታቀፉ ማህበረሰቦች የተለያዩ ድጋፎችን በቋሚነት እንደሚገኝ ተጠቁሟል።

የኮምፓሽን ኢንተርናሽናል ኢትዮጵያ በሰብአዊ ድጋፍ በኩል እያደረገ ያለው አስተዋጽኦ ከፍተኛ መሆኑን የኢትዮጵያ መካነየሱስ ቤተ እምነት ፕሬዝደንት ዶክተር ቄስ ዮናስ ይግዛው አስታውቀዋል።

በእነዚህ የልማት እንቅስቃሴዎች ሁሉ የመንግስት ድጋፍና ተሳትፎ የሚበረታታ እንደሆነም ተናግረዋል።

በፕሮጀክቱ ይፋዊ ማስጀመሪያ ፕሮግራም ላይ የኦሮሚያና የደቡብ ኢትዮጵያ ክልል ተወካዮችን ጨምሮ የልማት ድርጅቶቹ ተወካዮችና ባለቤቶች ተገኝተዋል ።

ዘጋቢ፡ ጌታሁን አንጭሶ

https://t.me/Xaaliburidallah