Turullee Dhugatu Mo'ata
12.1K subscribers
546 photos
182 videos
120 files
472 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Itiyoophiyatti_Seenaa #Jalqabaati.
Hawaasni biyya keennaa, akkasumas Addunyaa guutuu #Baga_Gammaddan. Alhamdulillaah
Guyyaa seenaa guddaa Oromiyaa fi darbeesii Itiyoophiyaa kan ta'e, eebba #Mana_Yaalaa_Giddu_Galeessa kan ta'e, #Dubartootaan_Dubartootaaf guyyaa har'aa (08/07/2016) #Magaalaa_Shaashamannee keessatti eebba Barattootaa #Rufeeydaa_marsaa_lammaffaa wojjiin, eddoo hayyoonni Urjiiwwan biyyaa ta'an argamanitti eebbisiifnee haala hawataa ta'een xumuramee jiraa. Hayyoonni imala fagoo deemuun guyyaa seenaa kana irratti nuuf hirmaattaniif hayyootaa fi hawaasa Magaalaa Shaashamannee Rabbiin toltuu ji'a kana keessa Rabbiin gabroota isaatii qoode isinii haa kennu. Irra deebi'uun baga gammadne baga gammaddani. Alhamdulillaah

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Shaashamannee
#Halqaa_Ilmii_sheek_Habiib.

#Godina_Arsii_Lixaa, Magaalaa #Shaashamanneetti, #Guyyaa 23/05/2024 or 15/09/2016tti Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, barattootaa Diin Halqaa Shek #Habiib_Leencaatiif salaata Zuhrii booda hanga Asraatti ture kennuun, haala bareedan xumuruun gallee jirraa, Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Shaashamannee
#Seenaan_kee_yoomuu_dacha

#Godina_Arsii_Lixaa, #Magaalaa_Shaashamanneetti, #Guyyaa 25/05/2024 or 17/09/2016tti marii #Warroota #Peenxee wojjiin mata duree #Yesuus_Waaqaa moo #nama, #karaan_Jannata #Islaamummaa moo #Kiristaanumma jedhuun gegeeffamaa Ture ol aantummaa haqaatiin, Yesuus nama ta'uu Akka shakkii hin qabnee, Yesuus Ani Waaqaa na Waaqessaa konkumaa Akka barsiisee hin beeknee fi akkasumas karaa Jannata Kiristaanumma wonti jedhamee Akka ragaan hin jirre fi Islaamummaa qofa ta'uu ragaan bahamuun sagantaan haala bareedan xumuruun nagahaan gallee jirraa, Alhamdulillaah.

https://t.me/Xaaliburidallah