#Rabbiin_faayaa_Iimaanaa kan Firdoosiin ittiin dhaaltan isin haa uffisuu.
#Godina_Arsii_Lixaa #Magaalaa_Nageellee_Arsii, #Ganda_Basaquu_Ilaalaatti, Sagantaa guddaa Guyyaa 03/02/2024 amantiilee jiran hunda affeeruun gegeeffamaa oole irratti, worroonni Islaamumman ala jiran affeeramanii, kan Rabbiin laaffiseef haqa qabatee, ka hin fedhu jedhu dheefaaf karaa qabatuun, worroonni duraan ofi dhaadan hundi, dhadhaa ibidda bu'e nurraa ta'anii jiruu, nullee diin keennaan mataa ol nuqabachiiftan jirtuu jechuun gammachuu, uffata kennaa argitan kana manatti naaf fidanii jiruu. Hundi nama qalbiin nagaha si qabduu, Rabbiin isaan irraa haa jaalatu jedhii, du'aa'ii itti naaf roobsi. Hunda hawaasa keenna kan haqa qabatee, geessuu dadhabaaf woliin dhama'aa jiru, Rabbiin tola isaatiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin.
https://t.me/Xaaliburidallah