Turullee Dhugatu Mo'ata
10.9K subscribers
508 photos
129 videos
110 files
413 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Magaalaa_Adaabbaa

Hawaasa galaana fakkatu, galannii keessan Firdoosiin haa taatu. Oolmaa hedduu nama gammachiisu irra oollee, faaruun kan Rabbiitii.
Leenjii guyyaa (31/12/2023 or 21/04/2016) #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, ganda urjiiwwan dachii ibsaa turan kan akka H/Huseen Ulfaataa fi shek A/Qaadir Daaluu karaa Aspaaltii hojjatanii irraa godaanan oollee. Rabbiin worra Isaan wol gahee nuuf haa araaramuu. Ka duniyaa tana gubbaa jiruu tolchee, karaa bareedaa Nabiyyii isaa irratti jiraachise irratti nu jiraachise, isima san irratti nu haa godaansisuu. Amiiiin.

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Adaabbaa
Seenaa guddaa Dhalootaan hojjatame, #Eebba_mana_kitaaba

#Godina_Arsii_Lixaa, Aanaa Adaabbaa, Magaalaa #Adaabbaatti, sagantaan #Guyyaa 19/05/2024 or 11/09/2016tti Eebba mana kitaaba barattootaa fi leenjiin bareedaan  #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu salaata Magriibaa Irraa eegalee kennamaa ture gammachuu guddaan goolabnee, gara biyyaa nagahaan gallee jirraa Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah