Turullee Dhugatu Mo'ata
10.9K subscribers
508 photos
129 videos
110 files
413 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Magaalaa_Mooyyalee

Biyyaa hangafa Oromo, biyya seenaa guddaa qabdu tan taate, #Godina_Booranaa #Magaalaa_Mooyyaleetti guyyaa 26/08/2016 or  04/05/2024 sagantaa Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, wodhakkaa guyyaatiif erga kenninee booda, salaata #Asraa irratti sagantaa gabaabaa wol baruumsa fi Leenjii Biyyaa keennatti kennamaa jiru hawaasa Muslimaa biyya #Keeniyaa (#Gaambootti) erga taasifnee booda, jidduu Magriibaa fi Ishaa'iitti waa'ee tokkummaa hawaasa irratti hawaasa mariisisuun, Koreen Yeroo filchiiftuu #Koree_Tokkummaa_Hawaaasa #Musilmootaa_Mooyyalee erga fillee booda, sagantaa keenna haala bareedaan goolabuun, gara magaalaa itti aanutti ceennee jirraa,  Alhamdulillaah. Hawaasa keenna, kan guyyaa nuti dhufne irraa nu simatee nu keessumeessan, Rabbiin duniyaa fi aakeratille isaan haa qananiisuu. Asumaan hawaasa keenna kan biyyoota biroo keessatti argamu, kan haga ammaatti rafaa jiru ammoo Rabbiin tola isaatiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah