Waldaa Horsiisa Lukkuu Western (Western poultry farm)
168 subscribers
12 photos
1 link
Bakka itti argamuu:
Godina B/Beddellee
Download Telegram
Waldaan Horsiisa Lukkuu Western walgaltee Biiroo Qonnaa Oromiyaa wajjin godhe gaafa guyyaa 26/27/2015 ogaansa fi ogeess waajjira qonnaa godinallee Jimmaa, B/ Beddellee W/Baha fi I/A/Boor ti wajjin maree haala waliigala Dhabbaticha irratti geggesera. Dhabbatni horsiisa lukkuu Western Dhabbile Misooma Motummaa Waldaa Industiirii Foonii BOMOJ S. C jedhamu jalatti Kan jiru yammuu tahuu; sochii hojii Cuucii guyyaa tokko karaa hojii maata Isa eegen dhiyyessuf paakkejjii guutuudhan hojjechuudhaaf sochii aara galfii hin qabnee gocha jira.
Haaluma kana gidduu galeesa godhachuun qaamolee ilaalatuu Kan akka waajjira Bulchiinsa Magaala Beddellee, Investimenti, Bulchiinsa lafa fi A/T/Galiiwwaan dabaalate marii barbaachiisa tasiisera.
Horaa bulaa!
Waldaan Horsiisa Lukkuu Western Ayyaana Faasika hordoftoota amanta kiristana sababefachuun oomisha killee fi lukkuu parent istookii 1,700 ta'an ummata magaala Beddellee tiif dhiyeesse gatii madallawwadhan Gaafaaa 03-05/08/2015 gurgure jira.
Jirattootni magaala Beddellees itti fayyadama ta'uu isaaniitti itti gammadu Isa duub-deebbii qaama adda addaarra nuu kennamen mirkannesane jira. Gara fulduratis haala tasgabeessuu fi maadddii guutuu madalaawwa irratti xiyyeefannoo hojjechuuf karoorfate ka'ee jira.
Horaa bulaa!
Forwarded from ፈጣን መረጃ(fast information)SCAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM