Wondmagegn Udessa Bidire
5.97K subscribers
5.94K photos
55 videos
15 files
700 links
#Gospel Preacher & Teacher, Author, Leadership Consultant, Lecturer...
Download Telegram
Ayyaana Dargaggootaa WKWWMYI kan Bara 2017 SBWL, Magaalaa Dambi Doollootti
*** #EECMY Youth Day #DembiDollo
Ayyaanni Dargaggootaa WKWWMYI kan Bara 2017 Qeellam Wallaggaa, Sinoodoosii Beeteel Wallagga Lixaa, Magaalaa Dambi Doollootti kabajameera.
Ayyaanichi, Sagalee Waaqayyoo keessaa Yohaannis 15:16 “...deemtanii firii akka godhattaniif; firiin keessanis akka jiraatuuf isin muudeera…’’ isa jedhu ka’umsa tolfachuudhaan mata duree guyyichaaf kenname “Jireenya Firii-qabeessa Tajaajila Hunda-Galeessaaf” jedhuun kan kabajame yoo ta'u, tajaajiltoota ijoollee fi dargaggootaa sinoodoosichaatiifis leenjiin kennameera, akkasumas ayyaana dargaggootaa ilaalchisee koonfiraansa qophaa'e irratti barumsa bal'aa kennuudhaan ayyaana dargaggootaan tokkummaan kabanyeerra.
Waldaa amantootaa magaalaa Dambi Doolloo, Presbitarii Dhaayeerraa saganticha irratti hirmaataniifis, akkaataa karoorfamee irratti hojjatamaa jiruun, mana kitaabaa hundagaleessa ta'e waldaa amantootaa keessatti jalqabsiisuuf kan gargaaru deeggarsi kitaabilee hafuuraa garagaraa (hardcopy & softcopy) karaa Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaatiin taasifameera.
Xumura sagantichaarratti maanguddoonni, abbootiin Wangeelaa, Kitaaba Qulqulluu fi ibsaa Wangeelaa dhaloota dargaggootaaf dabarsuudhaan, dargaggoonni imaanaa Wangeelaa argatan amanamummaadhaan dhaloota itti aanuuf akka dabarsan gorsaniiru. Dargaggootni jireenya fi tajaajilasaaniitiin firii qabeessa akka ta'anuuf Waaqa kadhatanii, dargaggoota eebbisaniiru.
Bifa wal- fakkaataa ta'een, ayyaanni dargaggootaa bara kana waldaa amantootaa hundumaatti kabajamee ooleera. #Hallelujah!
***
***
የ2017ዓ.ም የወጣቶች በዓል በደማቅ ሁኔታ በምዕራብ ወለጋ ቤቴል ሲኖዶስ: ደምቢዶሎ ከተማ ተከበረ

የኢ/ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ የ2017ዓ.ም የወጣቶች በዓል በደማቅ ሁኔታ በምዕራብ ወለጋ ቤቴል ሲኖዶስ: ደምቢዶሎ ከተማ ተከብሯል::
በዓሉ የዮሐንስ ወንጌል15፡16 ላይ፡ “…ልትሄዱና ፍሬ ልታፈሩ፤ ፍሬያችሁም ሊኖር ሾምኋችሁ’’ የሚለውን የጌታ ኢየሱስን ቃል መነሻ በማድረግ ‘ፍሬያማ ህይወት ለሁለንተናዊ አገልግሎት' በሚል ለዕለቱ በተሰጠው ርዕሰ ተከብሮ ውሏል: ለሲኖዶሱ ወጣቶች ስልጠና ተሰጥቷል : የወጣቶችን በዓል ምክንያት በማድረግ በደምቢዶሎ ከተማ በተዘጋጀው ኮንፈረንስ ላይ ሰፊ የትምህርት ጊዜ በመውሰድ የወጣቶችን በዓል በጋራ አክብረናል::
በፕሮግራሙ ላይ ለተሳተፉ ከደምቢ ዶሎ ከተማ ዳዬ ፕሪስብይተሪ ለመጡ ምዕመናን የቤተመጻሕፍት አገልግሎትን በየ ማ/ምዕመናን ለማስጀመር የሚረዱ የተለያዩ መንፈሳዊ መጽሃፍት (ሃርድ ኮፒ እና ሶፍት ኮፒ) በመምሪያው በኩል ድጋፍ ተደርጓል።
በፕሮግራሙ ማጠቃለያም የወንጌል አባቶች መጽሐፍ ቅዱስንና የወንጌልን ችቦ ለወጣቱ ትውልድ አስተላልፈዋል። ወጣቶች በሕይወታቸውና በአገልግሎታቸው ፍሬያማ እንዲሆኑ ጸልዬው ወጣቶችን ባርከዋል።
በተመሳሳይ መልኩ የወጣቶች በዓል በተለያዩ ማ/ምዕመናናት በደማቅ ሁኔታ ተከብሮ ውሏል። #ሃሌሉያ!
===

2025 The EECMY Youth Day Celebration: at West Wellega Bethel Synod: Dembidolo, Kellem Wollega

📷: Segni - EECMY Bethel Dembi Dollo
& Latera - EECMY Bethel Dhanqaa Dembi Dollo 🙏🙏🙏
#EECMY #Youth #Ministry #Ethiopia #MekaneYesus
Wondmagegn Udessa Bidire
Photo
''Dubbicha lallabi, “Kun yeroo dha, kun yeroo miti” utuu hin jedhin qophaa'ii argami!'' 2Xim.4:2
***WKWWMYI Sinoodoosii Beeteel Dhiha Wallaggaatti Leenjii Hundagaleessa Geggeessitootaa fi Tajaajiltoota Ijoollee fi Dargaggootaatiif
***, #DambiDoolloo
-Geggeessitoota sinoodoosii, kan pirispitarii fi waldaa amantootaa irraa dhufaniif, tajaajiltoota ijoollee fi dargaggootaatiif..
-Mata duree: 'Guddinna Hundagaleessa Ijoollee fi Dargaggoota Keenyaaf'
-Deeggarsi kitaabilee hafuuraa garagaraa, taasifamee jira; dhaabbilee kitaabota hafuuraa kanneen Waldattiif taasisan Dhaabbata Lutheran Heritage Foundation fi Rafiki Foundation galatoomaa jechuu fedha.
-Leenjiin wal fakkaataan kilaastaroota sinoodoosichaa warra hafanii fi sinoodoosota kan biroottis walta’iinsaan kennamuu kan itti fufu ta'a.

'Waaqayyo Abbaan keenya, Gooftaan keenya Yesuus Kiristoosis ayyaana,
nagaas isiniif haa kennu!' Efe. 1:2
***
***
''ቃሉን ስበክ፥ በጊዜውም አለጊዜውም ጽና...'' 2ጢሞ. 4:2
***ሁለንተናዊ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና:በምዕራብ ወለጋ ቤቴል ሲኖዶስ: #ደምቢዶሎ
-ለሲኖዶስ: ፕሪስፒተሪ እና ማ/ምዕመናናት መሪዎች የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች...
-ርዕስ: የሁለንተናዊ አገልግሎት ስልጠና ለሁለንተናዊ ዕድገት እና ለውጥ
-የመንፈሳዊ መጽሐፍት ድጋፍ ከአጋር ድርጅቶች ጋር በመተባበር ተደርጓል። ለመጽሐፍቶቹ ድጋፍ አጋር ድርጅቶችን : LHM & RC ከልብ እናመሰግናለን።
-የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎችን በሁለንተናዊ መልኩ የማስታጠቅ አገልግሎት ከሲኖዶሶች ጋር በመተባበር ተጠናክሮ የሚቀጥል ይሆናል።

'ከእግዚአብሔር ከአባታችን ከጌታም ከኢየሱስ ክርስቶስ ጸጋና ሰላም ለእናንተ ይሁን።' ኤፌ."1:2
***
***
-The EECMY - Wholistic Children and Youth Ministry Leaders Training: @West Wollega Bethel Synod: Dembi Dollo
-For synod and parish leaders: pastors and evangelists: leaders of children and youth ministries
-Theme: Wholistic Ministry Training for Holistic Growth and Transformation
- The support of spiritual books has been done in cooperation with partner organizations. We sincerely thank our partner organizations : Lutheran Heritage Foundation & Rafiki Foundation for the books donations.
-The ministry of equipping the leaders of children and youth ministry in a holistic way will continue in other synods cooperation with the synods.

'Grace and peace to you from God our Father and the Lord Jesus Christ.' Eph. 1:2

📷: Latera: EECMY - Bethel Dhanqaa Congregation
#EECMY #West #Wollega #Bethel #Synod: #DembiDollo #Children #Youth #Ministry #HolisticMinistry #HolisticTransformation

EECMY Youth Ministry
EECMY Children Ministry - MY Sunday School
Bible Study time @EECMY - WWBS Bethel Evangelical Secondary School - #BESS
*WAANUMA GOOTAN HUNDUMAA GARAA GUUTUUDHAAN HOJJEDHAA!*
#DembiDollo
''Waanuma gootan hundumaa namaaf utuu hin ta'in akka waan Gooftaadhaaf hojjettaniitti garaa guutuudhaan hojjedhaa! Isin Kiristos Gooftaadhaaf waan hojjettaniif, isa Gooftaan ijoollee isaatiif qopheesse akka gatiitti isa biraa akka argattan beekaa!'' Qol. 3:23-24

-Mana barumsa seena qabeessa BESS'tti daawwannaa taasiseen baay'ee gammadeera. Marsaa 4ffaa hawaasa BESS waliin Sagalee Waaqayyoo barachuufis carraa argachuu kiyyatti natta toleera. Barattootaa fi barsiisota, akkasumas hawaasa mana barumsa BESS akka gargaaruuf karaa WKWWMYI deeggarsa kitaabilee hafuuraa garagaraa taasisnee jirra. Nuuf jabaadhaa warri BESS keenya, Horaa Bulaa🙏!

📷 : Latera - BESS Student 🙏🙏🙏
#EECMY #WWBS #BethelEvangelicalSecondarySchool - Where Christ Directs Learning #DembiDollo@wondmagegnudessa
JABAADHAA DHAABADHAA: HOJII GOOFTAA CAALCHISAA HOJJADHAA!
***Leadership Teaching @EECMY-WWBS
''Jaallatamoo obboloota koo, egaa utuu hin socho'in jabaadhaatii dhaabadhaa! Itti dadhabuun keessan Gooftaa biratti akkasumaan akka hin ta'in beektanii, yeroo hundumaa hojii Gooftaa caalchisaa hojjedhaa!'' 1Qor. 15:58

📷 : Segni - EECMY WWBS Bethel Dembi Dollo
#EECMY #WWBS #BethelDembiDollo #DembiDollo #Leadership #Teaching
Forwarded from EECMY Youth Ministry
Leadership – A Lifelong Learning Journey
*** EECMY Director of Children & Youth Ministry Department, Wondmagegn Udessa's message in the Swedish Evangelical Mission (SEM) magazine, Budbäraren.

#EECMY #SEM #EFS
@eecmyyouthministry
@MYSundaySchool
Forwarded from EECMY Youth Ministry
Tajaajila Tola-ooltummaa Dargaggootaa
የወጣቶች የበጎ ፈቃድ አገልግሎት #ደምቢዶሎ
***Youth Diakonia Ministry in EECMY-WWBS - Dembi Dollo
===WKWWMakaana Yesuus Itoophiyaa, Sinoodoosii Beeteel Dhiha Wallaggaa, Magaalaa Dambi Doollootti kan argamu Waldaan Amantootaa Beeteel Dhanqaatti dargaggootni hojii tola ooltummaa garagaraa hojjachuudhaan harka qalleeyyii fi dadhabdoota gargaaraniiru. Hojii isaanii tola ooltummaa kanaan mana haadha hiyyeessaa ijaaruun, barattoota warra hin qabneef uffannaa seeraa kan mana barnootaa fi dabtara bituudhaan akka baratan gochaa jiru.

Hojii tola ooltummaa hojjatamaa jiru kanaaf Waaqayyo galateeffachaa, dargaggoota gurmuu tola ooltummaa hojjatan kanaan Waaqayyo dachaa isin haa eebbisu jechuu jaalanna. Dargaggootni keenya hundumtuu, fakkeenyummaa dargaggoota Dambi Doolloo kana fudhachuudhaan hojii misoomaa fi tola ooltummaa kana amantoota waliin ta'uun akka hojjattan;  mana haadha hiyyeessaa akka ijaartan, ijoollee warra hin qabne akka gargaartan, harka qalleeyyii humnaa fi deeggarsa hin qabne akka gargaartan... waamicha isiniif gochuu barbaanna.


'Waaqayyoon sodaachuun inni Waaqayyo keenyaa fi abbaa keenya duratti qullaa'ee fi xurii hin qabne garuu, ijoollota abbaa fi haadha hin qabne,
dubartoota abbaan manaa irraa du'es rakkina isaanii ilaalanii gargaaruu dha;
xuraa'ummaa biyya lafaa irraas of eeggachuu dha.' Yaaqoob 1:27
***
***
የወጣቶች የበጎ ፈቃድ አገልግሎት #ደምቢዶሎ
***Youth Diakonia Ministry in EECMY-WWBS - Dembi Dollo
===የኢ/ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ, ምዕራብ ወለጋ
ቤቴል ሲኖዶስ, ደምቢ ዶሎ ከተማ በሚገኝ
ቤቴል ዳንቃ ማ/ም:  ወጣቶች ድሆችን እና አቅመ ደካሞችን ለመርዳት የተለያዩ የበጎ ፈቃድ ስራዎችን እያከናወኑ ይገኛሉ። በበጎ ፍቃድ ስራቸውም የአቅመ ደካሞች እናቶችን ቤት በመስራት: ወላጆቻቸውን ላጡ ተማሪዎች የትምህርት ቤት ዩኒፎርምና ማስታወሻ ደብተር በማቅረብ ድጋፍ እያደረጉ ይገኛሉ።

እየተሰራ ላለው የበጎ ፈቃድ ስራ እግዚአብሄርን እያመሰገንን እነዚህ በጎ ፍቃደኛ ወጣቶችን እግዚአብሄር አብዝቶ ይባርካችሁ እንላለን ።
ውድ ወጣቶቻችን: የዳምቢ ዶሎ ወጣቶችን አርአያ በመውሰድ ከምዕመናን ጋር በመሆን በዚህ የልማትና የበጎ አድራጎት ስራ ላይ እንድትሰሩ: የድሆች እናቶችን ቤት እንድትሠሩ/እንድታድሱ፣ ወላጅ አልባ ሕፃናትን እንድትረዱ፣ ድጋፍ የሌላቸውን ድሆችን እና አቅመ ደካሞችን እንድትረዱ አደራ ለማለት እንወዳለን።
'ንጹሕ የሆነ ነውርም የሌለበት አምልኮ በእግዚአብሔር አብ ዘንድ ይህ ነው፤ ወላጆች የሌላቸውን ልጆች ባልቴቶችንም በመከራቸው መጠየቅ፥ በዓለምም ከሚገኝ እድፍ ሰውነቱን መጠበቅ ነው።' ያዕቆብ 1:27

👉ውድ ወጣቶች በአካባቢያችሁ እየሰራችሁ ያላችሁትን
  የሁለንተናዊ አገልግሎት ስራ በፎቶ አስደግፉችሁ በውስጥ መስመር እንድትልኩልን እናበረታታችኃለን! ተባረኩ!
👉Jaalatamoo dargaggoota keenya, hojii tajaajila hundagaleessa naannoo keessanitti hojjachaa jirtan suuraadhaan deeggaraatii karaa keessaatiin akka nuuf ergitan isin jajjabeessuu jaalanna... eebbifamaa!
📷: #EECMY WWBS - Bethel Danka Congregation  #Youth #Diakonia #TheGoodSamaritan #በጎፈቃድ #TolaOoltummaa

@eecmyyouthministry
''''ቃሉን ስበክ፥ በጊዜውም አለጊዜውም ጽና...'' 2ጢሞ. 4:2
***ሁለንተናዊ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና:በማዕከላዊ ምዕራብ ሲኖዶስ: #ነጆ
-ለሲኖዶስ: ሰበካ እና ማ/ምዕመናናት መሪዎች የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች...
-ርዕስ: የሁለንተናዊ አገልግሎት ስልጠና ለሁለንተናዊ ዕድገት እና ለውጥ
-የመንፈሳዊ መጽሐፍት ድጋፍ ከአጋር ድርጅቶች ጋር በመተባበር ተደርጓል። ለመጽሐፍቶቹ ድጋፍ አጋር ድርጅቶችን : LHM & RC ከልብ እናመሰግናለን።
-የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎችን በሁለንተናዊ መልኩ የማስታጠቅ አገልግሎት ከሲኖዶሶች ጋር በመተባበር ተጠናክሮ የሚቀጥል ይሆናል።

'ከእግዚአብሔር ከአባታችን ከጌታም ከኢየሱስ ክርስቶስ ጸጋና ሰላም ለእናንተ ይሁን።' ኤፌ."1:2
***
***
''Dubbicha lallabi, “Kun yeroo dha, kun yeroo miti” utuu hin jedhin qophaa'ii argami!' 2Xim. 2:2
-WKWWMYI Sinoodoosii Giddugaleesaa Dhihaatti Leenjii Hundagaleessa Geggeessitootaa fi Tajaajiltoota Ijoollee fi Dargaggootaatiif, #Najjoo
-Geggeessitoota sinoodoosii, kan pirispitarii fi waldaa amantootaa irraa dhufaniif, tajaajiltoota ijoollee fi dargaggootaatiif..
-Mata duree: 'Guddinna Hundagaleessa Ijoollee fi Dargaggoota Keenyaaf'
-Deeggarsi kitaabilee hafuuraa garagaraa, taasifamee jira; dhaabbilee kitaabota hafuuraa kanneen Waldattiif taasisan Dhaabbata Lutheran Heritage Foundation fi Rafiki Foundation galatoomaa jechuu fedha.
-Leenjiin wal fakkaataan kilaastaroota sinoodoosichaa warra hafanii fi sinoodoosota kan biroottis walta’iinsaan kennamuu kan itti fufu ta'a.

'Waaqayyo Abbaan keenya, Gooftaan keenya Yesuus Kiristoosis ayyaana,
nagaas isiniif haa kennu!' Efe. 1:2
***
***
-The EECMY - Wholistic Children and Youth Ministry Leaders Training: @CentralWestSynod #Nedjo
-For synod and parish leaders: pastors and evangelists: leaders of children and youth ministries
-Theme: Wholistic Ministry Training for Holistic Growth and Transformation
- The support of spiritual books has been done in cooperation with partner organizations. We sincerely thank our partner organizations : Lutheran Heritage Foundation & Rafiki Foundation for the books donations.
-The ministry of equipping the leaders of children and youth ministry in a holistic way will continue in other synods in cooperation with the synods.

'Grace and peace to you from God our Father and the Lord Jesus Christ.' Eph. 1:2

#EECMY #CenralWestSynod #Wollega #Nedji #Children #Youth #Ministry #HolisticMinistry #HolisticTransformation
📷: Hire Pictures - Nedjo 0925776575

EECMY Youth Ministry
EECMY Children Ministry
እንጸልያለን : እንሰራለን *** የሁለንተናዊ አገልግሎት ልማታዊ ስራዎች ጉብኝት በማዕከላዊ ምዕራብ ሲኖዶስ በነጆ ከተማ ማ/ምዕመናን...

Nikadhannas, Nihojjannas *** Daawwannaa Hojiilee Misooma Hundagaleessaa Sinoodoosii Giddugaleessa Dhihaa, Waldaa Amantootaa Magaalaa Najjootti..

Ora et labora, pray and work: *** A visit to the development works of the holistic ministry at Nedjo Congregation of the Central West Synod...

#EECMY #CentralWestSynod #Nedjo
JAALALA HO'AA WALIIF QABAADHAA, KENNAA ISINIIF KENNAMEEN HOJJADHAA!
***EECMY-CWS Nedjo Conference
''Dhumni waan hundumaa dhi'aateera; egaa warra of qaban, kadhata gochuufis warra eeggatan ta'aa! Baay'inni cubbuu akka deebi'ee hin argamne kan godhu jaalala waan ta'eef, hundumaa dura immoo jaalala ho'aa waliif qabaadhaa! Wal simachuu keessatti namoonni guungummii malee keessummoota simachuu haa jaallatan!

Akka hojii adeemsiftuu gaggaariin kennaa Waaqayyoo isa garaa garaa hojii irra oolchanitti, namni adduma addaan kennaa ayyaanaa isa argate, warra kaaniifis akka waa'ee baasutti ittiin haa hojjetu.
Inni dubbatu, isa Waaqayyo jedhe haa dubbatu; inni waa hojjetus, humna Waaqayyo isaaf kenneen haa hojjetu;
Waaqayyo waan hundumaan karaa Yesus Kristos ulfina haa argatu! Isaaf ulfinnii fi aangoon baraa hamma bara baraatti haa ta'u! Ameen.'' (1Pheexroos 4:7-11

#EECMY #CentralWestSynod #Nedjo #Youth #Children #Family #Church #Conference
Forwarded from EECMY Youth Ministry
የመንፈሳዊ መጽሐፍት ድጋፍ ለነጆ ቲኦሎጂካል ኮሌጅ እና ጉብኝት በማዕከላዊ ምዕራብ ሲኖዶስ
=== #EECMY #CWS #Nedjo
Deeggarsi Kitaabilee Hafuuraa Kolleejii Ti'ooloojii Najjoo fi Daawwannaa Sinoodoosii G/galeessa Dhihaatti
===
የኢ/ወ/ቤ/መ/ኢ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ለመማር ማስተማር ህደት እና ለአገልጋዮች የሚረዱ የተለያዩ መንፈሳዊ መጽሐፍትን በማዕከላዊ ምዕራብ ሲኖዶስ ነጆ ከተማ ለሚገኘው ለነጆ ቲኦሎጂካል ኮሌጅ የመጽሐፍት ድጋፍ አበርክቷል። መጽፍቶቹንም የቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሣ በስፍራው በመገኘት ለሲኖዶሱ መሪዎች ያስረክቡ ሲሆን:
የሲኖዶሱን ማዕከልም ጎብኝተዋል

የነጆ ቲኦሎጂካል ኮሌጅ በ2005ዓ.ም (2013እኤአ) የተመሰረተ ሲሆን አሁን ላይ በድፕሎማ ፕሮግራም ተማሪዎችን ተቀብሎ እያስተማረ ይገኛል::
ኮሌጆ ከቤተክርስቲያኒቱ አልፎ ለሌሎች አብያተ ክርስቲያናትም በረከት የሆነ እና እየሆነ ያለ የኢት./ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ ተቋም ነው።
የመምሪያው ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሣ የተለያዩ መንፈሳዊ መጽሐፍትን ለቤተክርስቲያኒቱ ድጋፍ ያደረጉትን ተቋማት: 'Rafiki Foundation' fi 'Lutheran Heritage Foundation' እና ሌሎችንም በማመስገን : መጽሐፍቶቹን ለቤተክርስቲያኒቱ ሴሚናሪዎች: መጽሐፍ ቅዱስ ኮሌጆች እና ት/ቤቶች ከተባባሪ ድርጅቶች ጋር በመሆን ድጋፍ የማድረጉ ስራ እንደሚቀጥል ገልጸዋል።
===
Deeggarsi Kitaabilee Hafuuraa Kolleejii Ti'ooloojii Najjootiif fi Daawwannaa Sinoodoosii G/galeessa Dhihaatti
***
WWWMYI Qajeelchi Ijoollee fi Dargaggoo kitaabilee garagaraa adeemsa baruu fi barsiisuuf gargaaranii fi tajaajiltootaaf barbaachisan Sinoodoosii GidduGaleessa Dhihaa, Magaalaa Najjootti kan argamu Kolleejii Ti'ooloojii Najjootiif taasisee jira. Daarektarri Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggoo WKWWMYI bakkichatti argamuun deeggarsa erga taasisaniin booda sinoodoosicha keessatti daawwannaa taasisaniiru.

Kolleejii Ti'ooloojii Najjoo bara 2005 ALI (2013 ALA)tti kan hundeeffame yoo ta'u, yeroo ammaatti sagantaa dippiloomaatiin barattoota simatee barsiisaa jira.
Kolleejichi waldattiirra darbee waldoota Kiristaanaa kanneen birootiifis tajaajila kennuu irratti kan argamu dhaabbata WKWWMYI ti.
Daarektarri Qajeelchichaa Wondmagegn Udessa , dhaabbilee deeggarsa kitaabilee garagaraa waldattiidhaaf taasisan, 'Rafiki Foundation' fi 'Lutheran Heritage Foundation' fi kanneen biroo galateeffachuudhaan, deeggarsi Kitaabilee kunneen seeminarootaaf, kolleejotaa fi manneen barumsaa Kitaaba Qulqulluutiif dhaabbilee deeggarsa taasisan waliin ta'uun kan itti fufu ta'uu ibsaniiru.

===
The EECMY Department of Children and Youth Ministry donated spiritual books that help for academic classes and ministries of the church to Nedjo Theological College (in Nedjo, Central West Synod).

The books were handed over by the Director of the church's Children and Youth Ministry Department, Wondmagegn Udessa, to Central West Synod leaders in Nedjo; and visited the centre of the synod.


Nedjo Theological College was founded and started its ministry in 2013 (2005 EC) and is currently accepting and teaching students in its diploma programme.

The college is an institution of the EECMY that is becoming a blessing to other churches beyond the church.
The director of the department, Wondmagegn Udessa, thanked the organisations that supported the ministry by donating different spiritual books for the church: Rafiki Foundation and Lutheran Heritage Foundation, & others and stated the continuation of book support to the church's seminaries, Bible colleges, and Bible schools in cooperation with partner organizations.

===
የተለያዩ መንፈሳዊ መጽሐፍትን በ'softcopy' ለማግኘት: ቀጥሎ ያለውን የቴሌግራም ቻናል ይቀላቀሉ...
Kitaabilee hafuuraa garagaraa 'softcopy'dhaan argachuudhaaf chaanaalii teeleegiraamii asii gadii kanneen #join tolchaa...

https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
Forwarded from EECMY Youth Ministry
የመንፈሳዊ መጽሐፍት ድጋፍ ለጉዲና ቱምሳ ቲኦሎጂካል ኮሌጅ እና ጉብኝት በምዕራብ ሲኖዶስ - ቦጂ
=== #EECMY #WesternSynod #Bodji
Deeggarsi Kitaabilee Hafuuraa Kolleejii Ti'ooloojii Guddinaa Tumsaa fi Daawwannaa Sinoodoosii Dhihaatti- Boojjii
===
የኢ/ወ/ቤ/መ/ኢ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ለመማር ማስተማር ህደት እና ለአገልጋዮች የሚረዱ የተለያዩ መንፈሳዊ መጽሐፍትን በምዕራብ ሲኖዶስ ቦጂ ከተማ ለሚገኘው ለጉዲና ቱምሳ ቲኦሎጂካል ኮሌጅ የመጽሐፍት ድጋፍ አበርክቷል። መጽፍቶቹንም የቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሣ በስፍራው በመገኘት ለሲኖዶሱ እና ኮሌጁ መሪዎች አስረክበዋል: የሲኖዶሱን ማዕከል እና ኮሌጁን ጎብኝተዋል። የምዕራብ ሲኖዶስ - ቦጂ የመካነ ኢየሱስ ቤተ ክርስቲያን ምስረታ እምብርት የሆነ: ብዙ አገልጋዮችን እና መሪዎችን ያፈራ ታሪካዊ ሲኖዶስ ነው።

የጉዲና ቱምሳ ቲኦሎጂካል ኮሌጅ በ2004ዓ.ም (2012እኤአ) የተመሰረተ ሲሆን አሁን ላይ በድፕሎማ ፕሮግራም ተማሪዎችን ተቀብሎ እያስተማረ ይገኛል::
ኮሌጆ ከቤተክርስቲያኒቱ አልፎ ለሌሎች አብያተ ክርስቲያናትም በረከት የሆነ እና እየሆነ ያለ የኢት./ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ ተቋም ነው።
የመምሪያው ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሣ የተለያዩ መንፈሳዊ መጽሐፍትን ለቤተክርስቲያኒቱ ድጋፍ ያደረጉትን ተቋማት: 'Rafiki Foundation' fi 'Lutheran Heritage Foundation' እና ሌሎችንም በማመስገን : መጽሐፍቶቹን ለቤተክርስቲያኒቱ ሴሚናሪዎች: መጽሐፍ ቅዱስ ኮሌጆች እና ት/ቤቶች ከተባባሪ ድርጅቶች ጋር በመሆን ድጋፍ የማድረጉ ስራ እንደሚቀጥል ገልጸዋል።
===
Deeggarsa Kitaabilee Hafuuraa Kolleejii Ti'ooloojii Guddinaa Tumsaa fi Daawwannaa Sinoodoosii Dhihaatti
***
WWWMYI Qajeelchi Ijoollee fi Dargaggoo kitaabilee garagaraa adeemsa baruu fi barsiisuuf gargaaranii fi tajaajiltootaaf barbaachisan Sinoodoosii Dhihaa, Magaalaa Boojjiitti kan argamu Kolleejii Ti'ooloojii Guddinaa Tumsaatiif taasisee jira. Daarektarri Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggoo WKWWMYI bakkichatti argamuun deeggarsa erga taasisaniin booda sinoodoosicha keessatti daawwannaa taasisaniiru. Sinoodoosiin Dhihaa- Boojjii lafa handhuura hundeeffama W.K.W.W Makaana Yesuus kan ta'ee fi, bu'uura tajaajiltootaa fi geggeessitoota waldattii baay'eeti.

Kolleejii Ti'ooloojii Najjoo bara 2004 ALI (2012 ALA)tti kan hundeeffame yoo ta'u, yeroo ammaatti sagantaa dippiloomaatiin barattoota simatee barsiisaa jira.
Kolleejichi waldattiirra darbee waldoota Kiristaanaa kanneen birootiifis tajaajila kennuu irratti kan argamu dhaabbata WKWWMYI ti.
Daarektarri Qajeelchichaa Wondmagegn Udessa , dhaabbilee deeggarsa kitaabilee garagaraa waldattiidhaaf taasisan, 'Rafiki Foundation' fi 'Lutheran Heritage Foundation' fi kanneen biroo galateeffachuudhaan, deeggarsi Kitaabilee kunneen seeminarootaaf, kolleejotaa fi manneen barumsaa Kitaaba Qulqulluutiif dhaabbilee deeggarsa taasisan waliin ta'uun kan itti fufu ta'uu ibsaniiru.

===
The EECMY Department of Children and Youth Ministry donated spiritual books that help for academic classes and ministries of the church to Gudina Tumsa Theological College (in Bodji, Western Synod).

The books were handed over by the Director of the church's Children and Youth Ministry Department, Wondmagegn Udessa, to Western Synod leaders and GTTC leaders in Bodji. The Western Synod – Boji is a historic founding synod of the EECMY that has produced many ministers and leaders of the church and beyond.

Gudina Tumsa Theological College was founded and started its ministry in 2012 (2004 EC) and is currently accepting and teaching students in its diploma programme.

The college is an institution of the EECMY that is becoming a blessing to other churches beyond the church.
The director of the department, Mr. Wondmagegn, thanked the organisations that supported the ministry by donating different spiritual books for the church: Rafiki Foundation and Lutheran Heritage Foundation, & others and stated the continuation of book support to the church's seminaries, Bible colleges, and Bible schools in cooperation with partner organizations.

===
የተለያዩ መንፈሳዊ መጽሐፍትን በ'softcopy' ለማግኘት: ቀጥሎ ያለውን የቴሌግራም ቻናል ይቀላቀሉ...
Kitaabilee hafuuraa garagaraa 'softcopy'dhaan argachuudhaaf chaanaalii teeleegiraamii asii gadii kanneen #join tolchaa...

https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
#Boojjii - Bu'uura Barnoota Ammayyaa
***Modern Education, Bodji, Wellega
👇👇👇
#EECMY- #WesternSynod, #Bodji #Wollegga
👇👇👇
Wondmagegn Udessa Bidire
Photo
#Boojjii - Bu'uura Barnoota Ammayyaa
***Modern Education, Bodji, Wellega
''Jalqabbiin Seenaa Barnootaa Boojjii keessatti seenaa jalqabbii Amantii kiristaanaa waliin kan wal qabatuudha. Yeroo hedduu barnoonni seera qabeessummaadhaan kan eegale bara 1904 jedhamee kan kaa’amu yoo ta’ellee Boojjii keessatti bara 1898 akka eegale seenaa hundeeffama fi baballina dhaabbata Amantaa Makaana Yesuus ibsuuf Ayyaana waggaa 100ffaa Lallabamuu Wangeelaa Naannoo Boojjii irratti bara 1991 Maxxanfame barruuleen “Ifa Wangeelaa” jedhamu tokko sirritti kaa’ee jira.
Innis hojjetaan Wangeelaa Lammii Biyya Ertiriyaa Geber Ewostaatiwoos Zemikaa’eelii fi lammii Oromoo Daani’eel Dabalaa jedhamu waliin ta’uudhaan bakka Boojjii Karkarroo jedhamutti Bataskaana Ortodoksii Maariyaamii keessatti utuu Amantii lallabanii hanga 1898tti Afaan Oromootiin Wangeelli akka hin lallabamne dhorkaa kan ture daangaa sana cabsuudhaan Qees-G/Ewostaatiwoos Afaan Gi’iiziitiin yemmuu lallabu Daani’eel Dabalaa immoo Afaan Oromootti hiikaa akka tureedha.
Namoonni kun lamaan Hojii Mana Amantii akkuma waliin hojjetan waaree booda immoo Daa’immaan muraasa Naannoo Mana Amantii kanatti walitti qabuudhaan Bara 1898 irraa eegalee Barsiisaa akka turan seenaan kun ni addeessa. Kana hunda keessatti hojii kana cimanii akka hojjetaniif haala mijeessuu fi deggersa barbaadamu gochuu keessatti Fitawuraari Dibaabaa Bakaree Bulchaan Bulchiinsa A/B/Dirmajii yeroo sana ga’ee dorgomaa hin qabne taphataniiru. Yeroo sana irraa ka’uudhaan qaanqeen Barnootaa Daa’imman baay'inni isaanii 10-15 kan hin caalleen qabsiifame babal’achuu eegale...''
(Madda: Kominikeeshinii Aanaa Boojjii Dirmajjii, April 21, 2023)

Nuutis lafa seena qabeessa kanatti argamnee, Kolleejii Kitaaba Qulqulluu maqaa nama seena qabeessa Luba Guddinaa Tumsaatiin hundeeffamee tajaajila kennaa jiru, Kolleejii Ti'ooloojii Guddinaa Tumsaa, Sinoodoosii Dhihaa, magaalaa Boojjiitti, argamuuf akka WKWWMYI'tti deeggarsa kitaabilee hafuuraa garagaraa taasisnee jirra. Sinoodoosichaa fi kolleejichas daawwannee, Waaqa kadhannee, namaa fi lafas eebbisnee deemsa itti fufne...

#EECMY- #WesternSynod, #Bodji #Wollegga
Baga Gammaddan! Baga Gammanne!
Eebba Mana Sagadaa Waliin Geenye!
***Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee
===
Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus  Itoophiyaatti Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee; rakkinaa fi qorumsa baay'ee isin ceesisee, baga guyyaa milkii akkasiitiin Waaqayyo ittiin isin gahe! Eebbii fi guddinni keessan ammayyuu itti haa fufu!

"Jaallatamoo obboloota koo, egaa utuu hin socho'in jabaadhaatii dhaabadhaa! Itti dadhabuun keessan Gooftaa biratti akkasumaan akka hin ta'in beektanii, yeroo hundumaa hojii gooftaa caalchisaa hojjedhaa!" 1Qor. 15:58

📷 EECMY- WAOF

#EECMY #WaldaaAmantootaOromooFinfinnee
Baga Gammaddan! Baga Gammanne!
Eebba Mana Sagadaa Waliin Geenye!
***Waldaa Amantootaa MY Amboo
===
Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa, Sinoodoosii Giddugaleessa Shawaa Lixaatti, Waldaa Amantoota Amboo; rakkinaa fi qorumsa baay'ee isin ceesisee, baga guyyaa milkii akkasiitiin Waaqayyo ittiin isin gahe! Eebbii fi guddinni keessan ammayyuu itti haa fufu!

"Jaallatamoo obboloota koo, egaa utuu hin socho'in jabaadhaatii dhaabadhaa! Itti dadhabuun keessan Gooftaa biratti akkasumaan akka hin ta'in beektanii, yeroo hundumaa hojii gooftaa caalchisaa hojjedhaa!" 1Qor. 15:58

📷 Oromo Bible Society

#EECMY #CentralWestShewaSynod #Ambo
Exemplary Christian Family
***EECMY Bethel Djemo Congregation
An exemplary Christian family reflects God's light through its unity, love, and forgiveness. They prioritize Jesus, choosing faithfulness even when it's difficult, and strive to speak truth with love. They seek to bless others and demonstrate that faith is integrated into daily life. This family is a community of support, responsibility, and faith, guiding the next generation in the Christian faith.

📷 : Mekane Yesus Jamo Bethel Congregation
The Sunday Service & Training for Sunday School Teachers @ #EECMY #FSBS #BethelDjemo #AfanOromo #Congregation
...በክርስቶስ ኢየሱስ ባለው ጸጋ በርታ... 1ጢሞ.2:1
***ወጣቶችን ለመሪነት የማዘጋጀት ስልጠና በሆሳዕና
***Youth Leadership Dev't Training @EECMY- Hossana
የኢ/ወ/ቤ/መ/ኢ በልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ የተዘጋጀው 'ወጣቶችን ለመሪነት የማዘጋጀት ስልጠና' በሆሳዕና ከተማ ተካሄዷል። ስልጠናው ወጣቶችን በሁለንተናዊ መልኩ በማብቃት ለመሪነት ማዘጋጀት በሚል ሃሳብ የተዘጋጀ ሲሆን በማዕከላዊ ደቡብ አካባቢ ያሉትን ሶስት ሲኖዶሶችን: ማለትም ማዕከላዊ ደቡብ ሲኖዶስ: አምበርቾ ብላቴ ሲኖዶስ እና ምዕራብ ጊቤ ሲኖዶስ መሪዎች እና ወጣቶችን ያሳተፈ ነበር:: ከስልጠናው ባሻገር ወጣቶችን ለመሪነት በማዘጋጀት ህደት ላይ ሰፊ የምክክር ጊዜ የተደረገ ሲሆን: ለቤተክርስቲያን ሁለንተናዊ አገልግሎት የሚጠቅሙ መጽሐፍቶች በድጋፍ መልክ ተሰጥቷል።

በምክክሩ የተሳተፉ የሲኖዶስ መሪዎች ስልጠናው ወቅቱን ያገናዘበ እና ወጣቶችን ወደ አመራር ለማሳደግ የሚረዳ መሆኑን ገልጸው: በተሰጠው ስልጠና መሰረት ተግባራዊ እንዲሆን ሁሉም የድርሻውን እንዲወጣ መልዕክት አስተላልፈዋል።

ወጣቶችን ለመሪነት የማዘጋጀት ስልጠና ወጣቶችን በሁለንተናዊ መልኩ በመቅረጽ በሁሉም የቤተክርስቲያኒቱ መዎቅሮች ለመሪነት እና ለአገልግሎት ማዘጋጀት ላይ ትኩረት ያደረገ ሲሆን: በሌሎች የቤተክርስቲያኒቱ ሲኖዶሶችም እስከ 2027እኤአ የሚቀጥል ይሆናል: ለስልጠናው ስኬት ድጋፍ ያደረጉ ተቋማትን በሙሉ ከልብ እናመስግናለን።

***
'...be strong in the grace that is in Christ Jesus...' 2Tim. 2:1
***Youth Leadership Dev't Training @EECMY- Hossana
The ‘Youth Leadership Development Training’ organized by the EECMY Children and Youth Ministry Department was held in Hosanna City. The training was developed to empower youth in a holistic manner and prepare them for leadership roles. It involved leaders and youth from three synods in the Central South region, namely, the South Central Synod, the Ambericho Bilate Synod, and the West Ghibe Synod.

In addition to the training, an extensive consultation period was held on the subject of preparing young people for leadership. All participants were given books and materials that would be useful for the holistic ministry of the church.
Synod leaders who participated in the consultation and training stated that the training was timely and helpful in developing youth into leadership roles. They conveyed a message that everyone should do their part to implement the training provided in their context.
The youth leadership development training focuses on preparing youth for leadership and ministry at all levels of the church in a holistic way. It will continue in other church synods until 2027. We are so thankful to each and every partner group that helped with the training.

#EECMY #YouthLeadershipDevelopment #DepartmentOfChildrenYouthMinistry
እንጸልያለን : እንሰራለን *** የሁለንተናዊ አገልግሎት ልማታዊ ስራዎች ጉብኝት በማዕከላዊ ደቡብ ሲኖዶስ : ሆሳዕና ...

'Ora et labora' , pray and work: *** A visit to the holistic development works at the EECMY South Central Synod, Hossana

#EECMY #SouthCentralSynod #Hossana
Travelling to Stockholm, Sweden 🇸🇪, to participate in the Swedish Evangelical Mission (SEM) Annual Conference.

Keep me in your prayers🛐🙏!
#SwedishEvangelicalMission #EFS
#Global #Mission #Movement
#Ethiopia #Sweden 🇪🇹 🇸🇪
#EECMY #SEM