Qophiin xumurameera.Kabaja ayyaana hundeeffama Waggaa 14ffaa WDB. Bor wal argaan Kiiloo 4 Galma Yuunivarsiitii Q/Sillaasee Fooqii 4ffaarra
Sa'aa 5:00
Sa'aa 5:00
Deeggarsa Odeeffannoo Guutuu
Manneen kiristaanaa baadiyyaatti cufaman bansiisuudhaaf hojiin inni jalqabaa odeeffannoo walitti qabachuudha. Maarree namoonni ergaa kaan dubbistan hundi bataskaana cufame yookan cufamuu irra jiru beektu yoo ta'e odeeffannoo kana liinkii kanaa gadii banuudhaan guutaa nuuf ergaa. Odeeffannoo kana guutuun daqiiqaa 5 caalaa isin irraa hin fudhatu.
https://forms.gle/AAf5JMfVAnDbrUEt9

Liinkii kana banuudhaan odeeffannoo bataskaanota tajaajila dhaabanii kana guutuudhaan nu gargaaraa https://forms.gle/7wUiyKMowW9qQP129
Google Docs
Guca Odeeffannoo Bataskaanota Cufamanii
Gucni kun odeeffannoo manneen kiristaanaa baadiyyaatti aanaalee fi godinaalee gara garaa keessatti cufamanii tajaajila dhaabanii fi kan darbee darbee ayyaanota gurguddaa irratti qofa banaman yookaan waggaa eeggatanii qofa banaman eessatti akka argaman walitti…
Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa Tokkoon.Ameen.
“Gara mana Waaqayyoo haa deemnu yeroo anaan jedhanitti nan gammade.”
Faar (121/122:1)
Akka heyyama Waaqayyootti imalli marsaa 25ffaa Waldaa Duuka Bu’ootaa kutaa lallaba Shaggar aanaa Sabbataa Hawaas mana kiristaana Dirree abaaboo qulqulleettii Maariyaamii Jawweetti Dilbata gaafa guyyaa 22/06/2018 ni gaggeeffama. Imalli kun manneen kiristaana baadiyyaa kan itti yaadannu, sagantaa waltajjii bal’aa gaaffiwwan keenyaaf deebii itti argannu, tokkummaa keenya itti ibsinuu fi suga qulqulleettii haadha keenya dubroo Maariyaam itti argannuudha. Maarree akkuma kana duraa miseensonni waldaa keenyaa wiirtolee fi dameelen waldaa keenyaa fi amantoonni Ortodooksii Tawaahidoo taataan hundumti akka nu waliin imaltan waamicha dhiyeessina.
Imala kana irratti hirmaachuudhaaf wiirtuuwwan keenya magaalota kanaa gadii irraa waan imalaniif bakka isinitti dhiyaatutti galmaa’uudhaan imaluun ni danda’ama
• Finfinnee - 0934677776
• Sululta - 0910360468
• Buraayyuu - 0913316403
• Sabbata - 0910649965
• Laga Xaafoo Laga Daadhii - 0934952781
• Sandaafa - 0913908451
• Galaan - 0910955394
• Caancoo - 0920910917
• Hoolota - 0948249731
• Duukam – 0715653930/0927225705
• Bishooftuu - 0917525003
• Koyye Faccee 0935295588
• Waliso - 0921280047
• Adaamaa - 0920147482
• Mojo - 0910957124
• Leemman - 0937205466
• Ambo - 0929947665
Gatii imalaa Warra Finfinneedhaa imalaniif qarshii 800 yoo ta’u warra Finfinneen ala jiraniif ammoo akkuma ka’uumsa isaanitti garaagarummaa muraasa ni qabaata. Isas yeroo gabaaba booda isiniif maxxansina. Warra Finfinneef akkaawuntiin gatii imalaa irratti galu CBE 1000664321339 (Solomon fi Damie) isa jedhu irratti galchuudhan receipt isaa telegiraamii kanaa gadiitiin nuuf ergitu.
https://t.me/+VfRMYe7JdxtmOTdk
Kan Warra magaalaa Finfinneen ala jiranii bilbiloota kanaa olii irraa adda baafachuudhan kaffaltii raawwachuun ni danda’ama. Akkasuma odeeffannoowwan dabalataa fi karaa filannoo kaffaltii biraas yeroo itti aanu isin beeksifna.
Galatni Waaqayyoof haa ta’u
Koree Imala WDB Marsaa 25ffaa

Telegram
Imala WDB Marsaa 25ffaa
Imala WDB 25ffaa gaafa 22/06/2018 gara M/K Q/Maariyaamii Jawweetti gaggeeffamudha. Gatiin Finfinnee irraa Qr. 800. Imaltoonni akkawuntii CBE 1000664321339 Solomon Begna and Damie Girma irratti galchuudhaan receipt garee kana keessatti nuuf maxxansaa.
Odeeffannoo nuuf qoodaa https://forms.gle/AAf5JMfVAnDbrUEt9
Google Docs
Guca Odeeffannoo Bataskaanota Cufamanii
Gucni kun odeeffannoo manneen kiristaanaa baadiyyaatti aanaalee fi godinaalee gara garaa keessatti cufamanii tajaajila dhaabanii fi kan darbee darbee ayyaanota gurguddaa irratti qofa banaman yookaan waggaa eeggatanii qofa banaman eessatti akka argaman walitti…
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Imala WDB Marsaa 25ffaa gaafa 22/06/2018 gara M/K Q/Maariyaamii Jawweetti gaggeeffamuudha. Gatiin imalaa hunduma dabalatee Finfinnee irraa Qr. 800. Imaltoonni akkawuntii CBE 1000664321339 Solomon Begna and Damie Girma irratti galchuudhaan receipt garee kana keessatti nuuf maxxansaa.
Galmee xumuraa jirra
Odeeffannoo dabalataaf
+251934677776
Galmee xumuraa jirra
Odeeffannoo dabalataaf
+251934677776
Beeksisa Xumuraa
Odeeffannoo manneen kiristaanota tajaajila dhaabanii cufamanii jiran nu biraan gahaa. Liinkii kanaa gadii guutuudhaan gahee keessan bahaa. Dhimmi kun baay'ee yaaddessaa waan ta'eef marii bal'aadhaaf dhiyaachuu qaba. Liinkii kana yoo bantan wanta gaafataman ni argattu