#Coming_Soon
EEBBA KITAABAA (Baale Roobe) Ilma Carra Qabeessaan Kan Barreeffame !
Ilma Ofiif Caala Namaaf Jiraatu , Hawaasaaf Gumaacha Gaggaarii Kan Jaalatuuf !
Barreessaa Kitaaba Saaykiloojii Ragaa Qur'aanaa Fi Hadiisaan Deeggarame Kan Barreesse ...
Barataa Fageessee Ilaalu , Har'aaf Osoo Hin Taane Boruuf Kan Jiraatu #Hamzaa_H/Aloo_ Amaan Gumaacha Guddaan Isin Gammachiisuuf Deema .
Kitaaba Akka Daawitiitti Keessatti Of Madaaltu .
Kitaaba kaayoof Karooraan Akka Jiraattu Si Taasisuu dha.
Kitaaba Yeroo Dheeraaf Eegamaa Ture Fedha Rabbiitiin
Yeroo Dhihotti Eebbaaf Gessisee Jira .
#Baga_Gammaddan
Eebbi Ji'a Ramadaanaa Seensa irratti ... Rabbiin Nagaan Isiniin Haa Gahu .
#Odeeffannoo Dabalataaf
@T.me/Alrisala1
@T.me/waislaama1

Telegram
AL-RISALA HUMANITY CENTER
#Kaayyoo channel Al-RISALA HUMANITY CENTER,
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf
Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa

MAASHAA ALLAAH HEDDUU NAMA GAMMACHIISA
Akka seenaa baha Afriikaa 'tti yeroo jalqabaaf Pirezidaantii Dubartii kan taate Saamiyaa Suluhu Hasan Pirezidaantii biyya Taanzaaniyaa ta'uun muudamtee jirti.
Sirna kakuu ishees qur'aan rabbiitin raawwatte.
Maashaa Allaah! 😍
Congra Bara hojii gaarii siif hawwina!!
#Tanzania
Share👇👇
T.me/waislaama1

Ajaja Rabbi biraa tahe
﴿فَسَبِّحْ بِحَمْدِ رَبِّكَ وَكُن مِّنَ السَّاجِدِينَ﴾
Rabbii kee qulqulleeysi (Subhanallaah ja’i)
Rabbii kee faarsi (Alhamdulillah ja’i)
Warra salaataaf sujuuduu wajjiin sujuudi
Guyyaa kee hojii hedduu hojjattu kheeysaa tana hin dhabin👇👇
t.me/waislaama1
guyyaa boruu yoo rabbi jedhee seenaa sheeka keennaa shek sa'iid Abubakar irraa waa diqqo dubbanna obsaan nu eegaa

Waa islaamaa islamic post
#(chanel waa islaama)#
Argama (location ) bale-robe
Creator by Hamza H/Alo Aman
#KAAYYOO#
1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu
2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu
3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna.

Dubbii jabduu #Sheek_Said_Abubakar
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
✍ waziir_official
Seena tana namarraa dhagahe
Baruma gababaa dura sh/sa'id Abubakar asuma badiyyama naannoo Robeti osoo gaariidhaan galan gaariin isaan yaabbatan cabe irraa bu'aanii Abboo si kafallaa re jedhaniin lakkaa jedheen mucaan gaarii du'aa'ima godhaa jedheen akka Rabbi gaarima kana naaf sirreessu ( mucaan kuni immoo kaafira (kiristaana)
Maal abboo maal goota gaari irraa jedhaniin RABBIIN DUUDAA sitti haa bituu jedhaniin mucaan kolfaatuma Amin jedheen .
Gaafa waggaa tokkoo booda isaan Iyyaafate mucaan kiristaana kun suqima isaani tan masjida jalaa itti ol sene na bektanii jedheen sin bekne jedhaniin
Waan jiru itti hime waggaa tokko dura akkana akkana du'a'ii naaf gootan wanti sun kinoo har'a taate kinooti DUUDAANILLEE jedheen akkasi isaani hime
Shekni nama akkanaa turan
Shekni yoo ati shabaaba taate waan siin maluun sitti himan
Yoon ati kaafira taate akkatti si himan bekan yoon ati jaarsa taate
Maraa akkuma isaatti simatan
Har'a nama akkanaa dhabne
Mee enyu re namni har'a subhi Nuuri salaate boru Hamza salaachisu iftaan Zinnuureyne salaachisu
Allahu Akbar Rabbiin nama akka isaani bakka nuuf haa buusu
Qubsuma isaanii Jannatul firdowsi haa godhu 😭😭🤲🤲
Share 👇👇
T.me/waislaama1
اللهم اغفر له وارحمه وعافه واعف عنه وأكرم نزله ووسع مدخله
اللهم اغفر له وارحمه وثبته بالقول الثابت
اللهم اجعل قبره روضة من رياض الجنة وارفع درجته في عليين
share waliif godhaa
👇👇
@waislaama1

#Ramadaana!
Baatii baati Caaltu. Baati rakkaataan hin rakkanne. yatiimni hin yaaddawan, beelawaan hin beelawne.
Baatii gammachuu. Gammachuun hulaa hiyyeessaa, dureessaa fi hulaa hundaa seentee argamti.
Baatii araaramaa.
Khalqiin waan walitti balleesse odeeffatee dhiifama waliif godha. Jaartiin jaarsa, jaarsi jaartii, abbaan ilmaan, haati ilmaaniif dhiifama gootu. Namuu dhiifama waliif godhu.
Baatii dargaggeessi...!
Baatii dargaggeessi mataan isaa gubbaan samitti dhaabbatu kan jalaan muluqii San walqixxeessee saffal Awwal irratti salaatu.
Baatii dubartoonni...!
Baatii dubartoonni maatii isaanii daran gargaaran. Taligaa mana keessaa afaan soomanaatiin qabanii nyaata maatii guutuu gahu qopheessan.
t.me/waislaama1
Baatii manguddoo...!
Baatii abbaa guddaan salaata jam3aa tokkollee hin dhiisne kan masjiidarraa hin hafne.
Baatii baabaan Hulaa hojii cufee Masjiida oolu. Baatii baabaan akaafaa isaa achi kaayee masjiidatti galu.
Baatii waa maraa...!
👇👇👇

#MAASHAA-ALLAAH
Dhimma Jaami'aa baalee International university
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
mee diqqo seenaa jaami'aa keessa isiniif haa bahu Hundeessaan Yuunivarsiitichaa Kan Ta'an Dr.Jeylaan Galataa Akkamitti univarsitii kana baale roobee irratti dhaabuu danda'n
Baale siif morkadhe
Siif quuxawe Biyyoota Hedduu Keessa dabaree as dhufe .
Biyya heddutu nu bira qubadhu naa jedhanii hunda bira dabree isinitti gale jedhan.
Jaami'aan Kun Erga Eegalee Waggaa 15 Lakkoofsisee Jira .
➖Jaami'aan Kun Sadarkaa Amma Irra jirtu keessatti Barattoota 3600 ol Keessumeessuu dandeetti Jedhan .
➖Kutaa Barnootaa 60 ol
➖Labraatoorii 3
➖Mana Kitaabaa 3
➖Mana Fincaanii 40 ol of keessaa Qaba Jedhan .
Baale Jaami'aan Keessanii jabeeffadhaa Jedhanii ummataaf kennan .
Jaami'aan Bakka geetti Insha allaah ...
➖Yeroo dhihoo keessatti hojii akka eegaluuf Sagantaan Deeggarsaa Baazaarii Cimaa Yuunivarsiitii Baalee yeroo ammaa qophaawee jira.
gaafa guyyaa 25/07/2013 sambata torbaan har'aa sagantaan baazaarii guddaan iddoo sanirratti bakka ulamaa'onnii fi hayyoonni hedduun argamanitti waan gaggeeffamuuf namni ani lubbuun jira jettu akka irratti argamtan hundi keetuu affeeramtee jirtaa waan dandeettu hundaan bira dhaabbadhu.
✍ by Hamza H/ Alo Aman
@waislaama1
share waliif godhaa
t.me/waislaama1
Dhimma Jaami'aa baalee International university
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
mee diqqo seenaa jaami'aa keessa isiniif haa bahu Hundeessaan Yuunivarsiitichaa Kan Ta'an Dr.Jeylaan Galataa Akkamitti univarsitii kana baale roobee irratti dhaabuu danda'n
Baale siif morkadhe
Siif quuxawe Biyyoota Hedduu Keessa dabaree as dhufe .
Biyya heddutu nu bira qubadhu naa jedhanii hunda bira dabree isinitti gale jedhan.
Jaami'aan Kun Erga Eegalee Waggaa 15 Lakkoofsisee Jira .
➖Jaami'aan Kun Sadarkaa Amma Irra jirtu keessatti Barattoota 3600 ol Keessumeessuu dandeetti Jedhan .
➖Kutaa Barnootaa 60 ol
➖Labraatoorii 3
➖Mana Kitaabaa 3
➖Mana Fincaanii 40 ol of keessaa Qaba Jedhan .
Baale Jaami'aan Keessanii jabeeffadhaa Jedhanii ummataaf kennan .
Jaami'aan Bakka geetti Insha allaah ...
➖Yeroo dhihoo keessatti hojii akka eegaluuf Sagantaan Deeggarsaa Baazaarii Cimaa Yuunivarsiitii Baalee yeroo ammaa qophaawee jira.
gaafa guyyaa 25/07/2013 sambata torbaan har'aa sagantaan baazaarii guddaan iddoo sanirratti bakka ulamaa'onnii fi hayyoonni hedduun argamanitti waan gaggeeffamuuf namni ani lubbuun jira jettu akka irratti argamtan hundi keetuu affeeramtee jirtaa waan dandeettu hundaan bira dhaabbadhu.
✍ by Hamza H/ Alo Aman
@waislaama1
share waliif godhaa
t.me/waislaama1
Telegram
Waa islaamaa islamic post
#(chanel waa islaama)#
Argama (location ) bale-robe
Creator by Hamza H/Alo Aman
#KAAYYOO#
1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu
2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu
3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna.
t.me/waislaama1
Argama (location ) bale-robe
Creator by Hamza H/Alo Aman
#KAAYYOO#
1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu
2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu
3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna.
t.me/waislaama1
Fedha Rabbiitiin As Geenye
📕📕📕📕📕📕📕📕📕
EEBBA KITAABA JIJJIIRAMAA
Akkuma gubbaa irratti ibsuuf yaalletti eebba kitaaba saayikoolojii ragaa qur'aanaa fi hadiisaan deeggaramee hayyootaan gulaalame kan bu'aa bahii yeroo dheeraa booda xumurame
fedha rabbiitiin gaafa guyyaa ebla 10/08/2013 guyyaa dilbataa ramadaana keessaa bakka ulamaaiin, haayyoonn akkasumas barreessitoonni kitaabaa fi munashiidonni hedduun argamanitti bifa hoo'aa ta'een ni eebbifama.
📔📔📔📔📔📔📔📔📔📔
kanaaf Inshaa Allaah Hundi Keessan akka sagantaa irrattii argamtan abdii guddaa qaba.
RABBI ITTIIN NU HAA GAHU.
📖📖📖📖📖📖📖📖📖
ODEEFFANNOO DABALATAAF 👇👇
@t.me/waislaama1

Iddoon sagantaan itti gaggeeffamu godina baalee magaalaa roobee naannoo zeyibalaa masjiida kaalid keessatti.
@waislaama1
@waislaama1
#Breaking New
Ajaa'ibuma kan baranaa
Wal Gahii Gumii Dhimma Islaamaa Har'a Poolisoonni Dhufanii Ajajatu Nutti Kenname Gaggeessuu Hin Dandeettan Jedhanii Dhoorganii .
Kunis_Ajaa'iba // @waislaama1
Page: Raayyaa Keessaa Fudhatame .

Mobaayilli harkaa qabdu.. sa'aatii, kaameraa, kalandara fi alarmii bakka siif bu'ee jira.
Bakka maati fi hiriyoota keetii akka siif hin buune if eeggadhu.
Rabbii keetis kadhadhu yaa rabbi warra haqa haadha abbaa keenyaa eegu nu godhi kan hin jirree itti nuu araarami yaa Allha 🤲👇👇
@waislaama1
@waislaama1
@waislaama

Guyyaan boruu guyyaa ajaa'ibaati guyyaa oromiyaan guutuun sirratti wal gahu roobe
guyyaa ulamaa'iin, hayyuun doktorri fi kk fakkaatan sirna baazaarii internaashinaala baalee university gaggeessuuf sirratti wal gahe qophooftee of kennitee
#bale-international-university
seenaa baayyee geessa dabree harras osoo ijji irraa hin hafin galata rabbii guddaatiin as gahe ammas gara fuul duraatti rabbiin akka nu yaannee olitti galmaan nuu haa gahu
Aaamiin aamiin
guyyaan guyyaa jummaatii aamin jedhi.
odeeffaannoo dabalataaf

Hulaa Gurguddoo Ittiin Milkaawan Keessaa Du'aa'iin Hadhaa Fii Abbaa Isa Tokkoodha. Akka Ergaama Rabbi ﷺ Jedhanitti Du'aa'ii Nama Sadi Shakki Tokko Male Qeebalama Isaan Keessa Tokko Du'aa'ii Haadha Fi Abbaati.
Kanumaafu Du'aa'ii Hadhaa fi Abbaa Keesani Booji'adha, Akka Waan Sodaattan Hunda Jalaa Naja Bahuu Dandeessanutti, Milkii Gurguddoon Akka Isiin Dabarre, Namni haadha Fii Abbaa Isaatiin Hin Milkaawin, Karaan Biraa Ittiin Milkaawu Numa Hin Argatu,Hin Argannes.
Abbaa Fi Haadha Keessan Nama Hunda Olitti Kununsa Gammachisa Rabbiin Keessan Isinitti Gammada. Sababa Isaaniti Hula Rahmata Rabbi Isiinf Banama,Kadhaan Keessan Ni Qeebalama Isaan Jabeessa. "Namni Abbaa Fi Haadha OFii Gammachise Rabbi Ofiis Gammachiisera Nabiitu ﷺ Jedhe".
JOIN_SHARE
👇👇👇👇👇
T.me/waislaama1
Yaa Rahmaan Kiyya Haqa Isaani Nuf Laaffisi 😢🤲
Kanumaafu Du'aa'ii Hadhaa fi Abbaa Keesani Booji'adha, Akka Waan Sodaattan Hunda Jalaa Naja Bahuu Dandeessanutti, Milkii Gurguddoon Akka Isiin Dabarre, Namni haadha Fii Abbaa Isaatiin Hin Milkaawin, Karaan Biraa Ittiin Milkaawu Numa Hin Argatu,Hin Argannes.
Abbaa Fi Haadha Keessan Nama Hunda Olitti Kununsa Gammachisa Rabbiin Keessan Isinitti Gammada. Sababa Isaaniti Hula Rahmata Rabbi Isiinf Banama,Kadhaan Keessan Ni Qeebalama Isaan Jabeessa. "Namni Abbaa Fi Haadha OFii Gammachise Rabbi Ofiis Gammachiisera Nabiitu ﷺ Jedhe".
JOIN_SHARE
👇👇👇👇👇
T.me/waislaama1
Yaa Rahmaan Kiyya Haqa Isaani Nuf Laaffisi 😢🤲
Telegram
Waa islaamaa islamic post
#(chanel waa islaama)#
Argama (location ) bale-robe
Creator by Hamza H/Alo Aman
#KAAYYOO#
1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu
2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu
3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna.
t.me/waislaama1
Argama (location ) bale-robe
Creator by Hamza H/Alo Aman
#KAAYYOO#
1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu
2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu
3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna.
t.me/waislaama1
maqaan isaa qofti gahaadha
#international-bale-university
akka afrikaatti sadarkaa 2ffaa baale roobeetti osoo ijaaramaa jiruu yeroo dheeraaf kan addaan cite yemmuu tahu.
addaan cituu ijaarsaa ilaalee diinni hedduun kan ija itti babaasu guyyaa har'aa baazaariin guddaan magaalaa roobee irratti godhameen yoo xiqqaate birriin miiliyoona 40 ol kan guurame yoo tahu ijaarsi isaa yeroo muraasa keessatti akka geeffamuuf itti walii galamee jira
Allaahu Akbar
Allaahu Akbar
Allaahu Akbar
maashaa allaah yaarabbi akka yaadamee olitti galmaan nuu gahi yaa allaah
✍ by Hamzaa H/ Aloo
share & like
odeeffannoo dabalataa