Forwarded from Sol fast promo
#Oduu_Ammee
#COVID-19
#Baalee_Roobee
Godina Baaleetti Namoonni lama vayirasii koronaatin saaxilamuun beekkamee jira.
π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦
Namoonni namoota kanniin waliin tuttuqqii qabamanis adda baafamanii hordofamaa jiru.
π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦
Hospitaala Baalee Roobeetti hordoffiin godhamaafii jira hospitaallii walii galaa baalee Roobee tajaajila yaalaafi ittisaa dhibee koronaa Guyyaa harraa eegalee jira.
π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦
Hawaasni keenna of eeggannoo cimsaa sirritti rabbiin nu haa tiiysu.
π Fageenya keessan eeggadha
π Maskii haguugaa Afaanii seeraan kaawwadha
π Harka keessan second 20 oliif samunan dhiqadha
π Harka hin dhiqaminin ija, afaanif funyan hin tutuqina
π Alcohol ykn Sanitizer harkaaf fayadamunis fala tokko
π Qufaafi haxxifachuuf ciqilee harkaa fayadamaa.
π Iddoo namootni itti heddummaatan irraa fagaadhaa.
π Haajaa dirqamaaf malee manaa hin bahinaa.
π ijoolleedhaafii manguddoota of eeggannoo godhaa.
Maddi:-
Β©οΈ Sandaran Medical Awwareness
πππ
t.me/waislaama1

Telegram
Waa islaamaa islamic post
#(chanel waa islaama)#
Argama (location ) bale-robe
Creator by Hamza H/Alo Aman
#KAAYYOO#
1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu
2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu
3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna.

Forwarded from Jolaxbot
"Itoophiyaatti guyyaa tokkotti namoonni 245 vaayrasii koroonaan qabamaniiru. Lubbuun namoota 7 darbeera." Dooktar Liyaa Taaddasaa
Lakkoofsi namoota waliigalaan biyyattiitti koroonaa vaayirasiin qabamaniis 2,915 gaheera.
Lakkoofsi namoota walii gala du'anii.......

Namoonni walii gala ethio.. keessatti dhibe covid 19n du'anii 47 ga'ee jira
Forwarded from Deleted Account
#ODUU_AMMEE
Manni Maree Naannoo Tigraay walgahii Guyyaa Kaleessaa gaggeesseen filannoon bara 2012 akkaataa karoora baheen sadarkaa Naannootti akka gaggeeffamu sagalee guutuun murteesse.
Guutu oduu dubbiisuuf .....#see_more

JECHOOTA SAAYIKOOLOJII
KUTAA 9 FFAA
β Bolla namaaf qottu gad hin fageessin tarii sumaaf ta'uu danda'aa.
β Gowwaan mul'ata hin qabne qilleensa habbuuqqatee tufa.
β Harreen akka namatti yaaddu jiraachuu baattus namni akka harretti yaadu hin dhabamu.
β Har'a na sobuu kee osoo hin taane boru si amanu dhabuu koottin gadda.
β bara bofti nama hidde lootuun arraba namatti baafti.
β beekaan beekkumsa qabu yoo gurra ittiin wallaalaa dhagahu qabaateedha.
β namni siif sobu deebi'ee akka si sobu hubadhu.
β kan garaa jiruuf kan karaa jiru rabbiitu beeka.
β Kan arge hundaa qabuuf kan yaale gaaf tokko bofa qabee hiddama.
Kutaa 10n itti fufa...
πππ
t.me/waislaama1
KUTAA 9 FFAA
β Bolla namaaf qottu gad hin fageessin tarii sumaaf ta'uu danda'aa.
β Gowwaan mul'ata hin qabne qilleensa habbuuqqatee tufa.
β Harreen akka namatti yaaddu jiraachuu baattus namni akka harretti yaadu hin dhabamu.
β Har'a na sobuu kee osoo hin taane boru si amanu dhabuu koottin gadda.
β bara bofti nama hidde lootuun arraba namatti baafti.
β beekaan beekkumsa qabu yoo gurra ittiin wallaalaa dhagahu qabaateedha.
β namni siif sobu deebi'ee akka si sobu hubadhu.
β kan garaa jiruuf kan karaa jiru rabbiitu beeka.
β Kan arge hundaa qabuuf kan yaale gaaf tokko bofa qabee hiddama.
Kutaa 10n itti fufa...
πππ
t.me/waislaama1
Telegram
Waa islaamaa islamic post
#(chanel waa islaama)#
Argama (location ) bale-robe
Creator by Hamza H/Alo Aman
#KAAYYOO#
1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu
2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu
3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna.
t.me/waislaama1
Argama (location ) bale-robe
Creator by Hamza H/Alo Aman
#KAAYYOO#
1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu
2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu
3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna.
t.me/waislaama1
Tooftaawwan warroonni islaamummaa jibban sammuu dargaggeessaa too'achuuf kaa'an.
Sagantaa da'awaa haala yeroo irratti qophoofte tan hedduu nama ajaaibdu tana daaw'adhaa shere waliif godhaa jzkπππ
t.me/waislaama1
Sagantaa da'awaa haala yeroo irratti qophoofte tan hedduu nama ajaaibdu tana daaw'adhaa shere waliif godhaa jzkπππ
t.me/waislaama1
Telegram
Waa islaamaa islamic post
#(chanel waa islaama)#
Argama (location ) bale-robe
Creator by Hamza H/Alo Aman
#KAAYYOO#
1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu
2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu
3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna.
t.me/waislaama1
Argama (location ) bale-robe
Creator by Hamza H/Alo Aman
#KAAYYOO#
1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu
2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu
3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna.
t.me/waislaama1
#COVID19 #COVID19Ethiopia
Odeeffannoo #waislaama1 June 14/2020
Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 4,845 gaggeeffameen namoota dabalataa 179 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 3,345 taasiseera. Akkasumas lubbuun namoota 2 darbeera.
Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e keessaa 176 lammii Itoophiyaa yoo ta'an namoonni 3 lammii biyya alaati. Umurii isaani baatii 2 - waggaa 80 yoo ta'u, koorniyaan dhiira 116 fi dubartii 63.
Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e: 111 magaala Finfinnee, 1 naannoo Hararii, 23 naannoo Amaaraa, 9 naannoo Tigraay, 15 naannoo Oromiyaa, 2 naannoo Kibbaa, 11 Affaar, 5 naannoo Somaalee, 2 magaala Dirree Dhawaa irraati.
Gama biraan namoonni dabalataa 50 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 545 gaheera.
Dr Liyaa Taaddasaa

Nama Rifachiisuun (PRANK) Haraamii Ragaa Qur'aanafi Hadiisarra.qabna.
ββββββ
See more.....
ββββββ
See more.....
Forwarded from Sol fast promo
JECHOOTA HAYYOOTAA
KUTAA LAMMAFFAA
1. Biyyi hayyuu fi beekaa isaa hin kabajiin ofiin kabajaa dhaba.
Pr. Mohammad Hassan Ali.
2. Jijjiirama Addunyaa irratti akka dhufu feetu ofiike godhi agarsiisi.
Gaandii
3.Ciminnii fi guddinni qabsoo yaalii wal irraa hin cinneen qofa argama
Napoleon Hill
4. Dhiigni goototaa Sanyii muka bilisummaati.
5. Kufaatiin jalqabaa dhaabbachuuf carraaqqii ati gootu isa duraadha.
Homer. ππ
t.me/waislaama1
KUTAA LAMMAFFAA
1. Biyyi hayyuu fi beekaa isaa hin kabajiin ofiin kabajaa dhaba.
Pr. Mohammad Hassan Ali.
2. Jijjiirama Addunyaa irratti akka dhufu feetu ofiike godhi agarsiisi.
Gaandii
3.Ciminnii fi guddinni qabsoo yaalii wal irraa hin cinneen qofa argama
Napoleon Hill
4. Dhiigni goototaa Sanyii muka bilisummaati.
5. Kufaatiin jalqabaa dhaabbachuuf carraaqqii ati gootu isa duraadha.
Homer. ππ
t.me/waislaama1
Telegram
Waa islaamaa islamic post
#(chanel waa islaama)#
Argama (location ) bale-robe
Creator by Hamza H/Alo Aman
#KAAYYOO#
1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu
2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu
3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna.
t.me/waislaama1
Argama (location ) bale-robe
Creator by Hamza H/Alo Aman
#KAAYYOO#
1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu
2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu
3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna.
t.me/waislaama1
JECHOOTA SAAYIKOOLOJII
KUTAA 12ffaa
WANTOONNI FUULDURAA HANGA DHUFANITTI DHIISI
π΄Boru hin uumamnee kanaafuu isa irratti yeroo balleessuun hin barbaachisu
π΄Boru Riqicha Adunyaa hin hin mildhanne keessa jiruudha
π΄wanta fuulduraa irratti xiyyeeffachuu Amantiin keenya irraa nu dhoowwa, sababni isaa Adunyaa kanaan wajjiin hidhannaa yeroo dheeraa akka qabaannu nu godha
π΄Hojii hardhaa sirritti hojjachuudhan Boru hanga inni dhufutti dhiisi
π΄Adunyaa Tana irratti abdii fulduraa wajjiin hidhannoon qabdu daangaa qabaatuu qaba
ππππ

#Covid 19 ethiophia
Odeeffannoo #waislaama1 june 18/2020
π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa harβa baaseen, saβaatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii 4,853 geggeesseen, nama 195 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise.
Haaluma kanaan biyyattii keessatti lakkoofsi namoota vayirasichaan qabamuu mirkanaayee 3,954 gahee jira
π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦ π¦
Dabalataanis lakkoofsi namoota dhibee kana irraa bayyanataniitis 934 akka gaheefi lakkoofsi namoota du'anii ammoo 65 gahuuu gabaafame.
https://t.me/waislaama1

Gorsa kana dubbisii hubadhu........
β’ Jiruu kee keessatti nama kabaji malee hin sodaatin.
β’Nama jaalladhu malee hin jibbin ka sijibbees cal'isiituma ilaali.
β’Nama hamtuu sitti yaade hamtuu itti hin yaadin.
β’Nama kolfu gowwaa hin se'in kolfaan simiidhaa.
β’Beekaa jettee hin dubbatin kan sicaala beekutu jiraa.
β’yoo jaallattee dhabde hin gaddin ykn kan caalu argattaa.
β’Nama jaallattu tokko mallaqaaf hin jaalatin qabeenyi nidhumaa.
π±yaa Allah nama karaa kee irratti jiraatu nugodhii.....

Forwarded from Hik promo
ITOOPHIYAATTI HAR'A NAMOONNI Dabalataa Torba Covid-19 Yoo Du'an, 116 Ammoo Qabaman .
See more..
See more..
Itoophiyaatti har'a namoonni dabalataa torba Covid-19 du'an, 116 ammoo qabaman
Itoophiyaan sa'aatii 24'n darban keessatti namoonni dabalataa torba Covid-19'n du'uu gabaaste.
Qorannoo sa'aatii 24'n darban keessatti namoota 4809 taasimeen booda namoota 116 irratti vaayirasichi argamuus Ministirri Fayyaa biyyattii Dr Liyaa Taaddasaa beeksisaniiru.
Kanneen har'a sababa koronaavaayirasiin lubbuu dhaban torba dabalatee hanga ammaatti biyyattii keessatti namoonni 72 vaayirasichaan du'aniiru.
Kan har'a qabaman 116 dabalatee ammoo hanga ammaatti lakkoofsi namoota Covid-19n qabamanii 4070 ga'eera.
Namoonni haaraa qabaman kunneen hunduu lammiilee Itoophiyaa umriinsaanii waggaa sadii hanga 78 gidduu jiruudha.
Gama kaaniin ammoo kanneen har'a dandamatan 93 dabalatee hanga ammaatti namoonni 1027 vaayirasicharraa dandamataniiru.
πππ
t.me/waislaama1
Itoophiyaan sa'aatii 24'n darban keessatti namoonni dabalataa torba Covid-19'n du'uu gabaaste.
Qorannoo sa'aatii 24'n darban keessatti namoota 4809 taasimeen booda namoota 116 irratti vaayirasichi argamuus Ministirri Fayyaa biyyattii Dr Liyaa Taaddasaa beeksisaniiru.
Kanneen har'a sababa koronaavaayirasiin lubbuu dhaban torba dabalatee hanga ammaatti biyyattii keessatti namoonni 72 vaayirasichaan du'aniiru.
Kan har'a qabaman 116 dabalatee ammoo hanga ammaatti lakkoofsi namoota Covid-19n qabamanii 4070 ga'eera.
Namoonni haaraa qabaman kunneen hunduu lammiilee Itoophiyaa umriinsaanii waggaa sadii hanga 78 gidduu jiruudha.
Gama kaaniin ammoo kanneen har'a dandamatan 93 dabalatee hanga ammaatti namoonni 1027 vaayirasicharraa dandamataniiru.
πππ
t.me/waislaama1
Telegram
Waa islaamaa islamic post
#(chanel waa islaama)#
Argama (location ) bale-robe
Creator by Hamza H/Alo Aman
#KAAYYOO#
1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu
2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu
3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna.
t.me/waislaama1
Argama (location ) bale-robe
Creator by Hamza H/Alo Aman
#KAAYYOO#
1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu
2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu
3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna.
t.me/waislaama1
πDr.Abdushakuur_Muhammad_Amaan_Al_Aruusii
Gara Ganda Aakira godaananiiru
Aalimni guddaan biyya Keenyaa Sheekh Dr, Abdulshakuur Muhammad gara ganda Aakiratti godaanan
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJIβUUN!
Ardii Afrikaatti yeroo jalqabaatiif beekumsa Shariβaatiin sadarkaa Doktorummaa kan argatan, Aalimni guddaan biyya Keenyaa Dr Abdulshakuur Muhammad, dhukkubsatanii kan walaanamaa turan yoo tahu, guyyaa harβaa magaalaa Kabajamtuu Makkaatti gara ganda Aakhiraatti godaanuu dhagahame.
Dr Abdulshakuur Muhammad waggaa 20 oliif Yuunivarsitii Umul Quraatti barsiisanii turan, Akkasumas Dhaabilee qorannoo Islaamaa garagaraatis beekumsa isaaniin tajajilaa turaniiru.
Sheekh keenya Rabbiin Jannataan haa qananiisu. Maatii fi Ahlii isaanii, akkasumas hawaasa muslimaa isaan dhabe hundaaf jajjabina hawwina.
Rabbiin warra Jannata isaan haa taasisu.πππ

#Qubee_AFAAN_OROMOO
Tan Aalima keenna Sheek Doktoor Abdushakkuur M/Amaan Al_Arousii Al_Gadmariyyiin bocamte.
Rabbiin Rahmata isaanii haa godhu.
πππ
t.me/waislaama1
Tan Aalima keenna Sheek Doktoor Abdushakkuur M/Amaan Al_Arousii Al_Gadmariyyiin bocamte.
Rabbiin Rahmata isaanii haa godhu.
πππ
t.me/waislaama1
Telegram
Waa islaamaa islamic post
#(chanel waa islaama)#
Argama (location ) bale-robe
Creator by Hamza H/Alo Aman
#KAAYYOO#
1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu
2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu
3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna.
t.me/waislaama1
Argama (location ) bale-robe
Creator by Hamza H/Alo Aman
#KAAYYOO#
1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu
2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu
3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna.
t.me/waislaama1
ABBAA MADRASAA SALAFIYYAA YAADANNE !!!
GUYYAAN AKKANAA KUN GUYYAA ULAMAAβOTA BEEKKUMSAAN DACHII IBSAA TURAN NU YAADACHIISA .
Abbaa Madrasaa salafiyyaa obboleessa shek/ A/shakuur Muhammad amaan kan turan shek A/sabuur Muhammad Amaan yaadanne . "hundaafu rabbiin haa araaramu" .