#COVID_19 ODUU AMMEE Pandemic
#Itoophiyaa.
Odeeffannoo #waaislaama1 April 4/2020
Yaa rabbi nu baasi ethioopiaa keessatti namoonni dhibee koronaa vaayirasiin qabaman
3️⃣8️⃣ gahuun gabaafame
Har'as itoophiyaa keessatti dabalataan namni sadihii koronaan qabaman walii gala baay'inni nama koronaavaayrasiin qabamee itoophiyaa keessatti 38 gahee jira.
Yaa rabbi nurraa kaasi
👇👇👇👇👇
@waislaama1

'Tatamsa'ina koronaavaayirasii ittisuuf guutummaatti sochii dhorkuu hin dandeenyu jedhan' MM ethiopia Abiy Ahimad
https://www .@waislaama1.com
Maddi odeeffannoo BBC Afaan oromoo irraa
👇👇👇👇

#ODUU-AMMEE #BREAKING NEWS
Odeeffannoo #waaislaama1 April 5/2020
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 5 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa'e.
*********************
Sa'aa 24 darbetti qorannaa laaboraatoorii samuudaa namoota 59f hojjetameen, namoonni dabalataa 5 vaayrasichaan qabamuun mirkanaa'era.
Haaluma kanaan lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 43 qaqqabuusaa Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

⤵ODUU_AMMEE ☪
Odeeffannoo #waaislaama1 April 5/2020
Ityoophiyaatti duutii Koronaavaayirasii jalqabaa galmaa'e.jira
Dubartiin ganna 60 tokko Bitooteessa 19/2012 mallattoo dhibee kana agarsiiste tursiisa addaatti hordofamaa turani Bitooteessa 22/2012 dhibee COVID-19 n qabamu isaani mirkanaa'u ni yaadatama. Haa ta'u malee har'a Bitooteessa 27/2012 lubbuun isaani darbeera.

#Ayyaamul_Biid.
Yaadadhaa wal yaadachiisaa
#أيام_البيض.
🌕🌕 🌙🌙
Bor wiiyxata irraa kaasee hanga harbaatti guyyoota 13, 14, fii 15 (Ayyaamal Biid أيام البيض ) jedhamuun guyyoota beekkamuu dha.
Afaan keennaan guyyoota ifnanaa kan jiini/baatiin qajeelatti keessa iftee mul'attu jechuudha.
Rasuulli guyyoota sadan kana ka sooman tahanii jiran.
◀ عن ابن عباس رضي الله عنهما قال: كان رسول الله - صلى الله عليه وسلم - لا يفطر أيام البيض في حضر ولا سفر. رواه النسائي بإسناد حسن.___________
▶️ Abdallaah ibnu Abbaas -Rabbiin lamaan irraayyuu haa jaaltuu- Akkana jedhe " Ergamaan rabbii (saw) Guyyoota ifnanaa (Ayyamal biid) ka hin furre tahee jira haala biyya jiruufii imala jiruunis "
◀ عن قتادة بن ملحان - رضي الله عنه - قال: كان رسول الله - صلى الله عليه وسلم - يأمرنا بصيام أيام البيض: ثلاث عشرة، وأربع عشرة، وخمس عشرة. رواه أبو داود. ------------
▶ Qataadaa binu milhaan -Rabbiin isarraa haa jaalatuu- akkana jedhe Ergamaan Rabbii (saw) " Sooma guyyoota ifnanaa(Ayyaamal biid) kudha sadi, kudha Afur, kudha shan akka soomnu ka nu ajaju tahee jira "
Inshaa allaah ergaa kana obboleeyyan keessaniifis share godhaa.
Namni rabbiin laffiseef akka guyyoota sadan kana soomuu isiniif dhaamuu barbaade.

#Oduu-Ammee
Haaluma wal fakkaatuun guyyaa har'aa qofa Itiyooppiyaa kessatti namni lama dhibee vaayirasii koroonaatiin du'iin ibsamee jira.
Walumaa galatti Duuti lama galmaahee jira.
Yaa rabbi nu baasi

#COVID_19 Pandemic
#Itoophiyaa
4️⃣4️⃣
Odeeffannoo #waaislaama1 April 6/2020
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota COVID_19n qabamanii 44 gahan.
Qorannoo Laabraatorii 164 sa'aatii 24 darbe keessatti godhameen namni dabalataa tokko dhibee kanaan qabamu mirkanaa'ee jira.
Namni har'a vaayirasichi keessaa argame dubartii ganna 65 yoo ta'an jiraattuu magaala Duukam yoo taatu, Seenaa imala biyya alaa tokkollee hin qaban. Subhaanallaah

#COVID-19 #Afrikkaa
Odeeffannoo #waaislaama1 April 6/2020
Afriikaatti lakkoofsi Namoota Dhibee Vaayirasii Koroonaan qabamanii 9,198 gahe
Dhibeen kun ardii Afrikkaa biyyoota 51 keessaatti kan argame yoo tahu, namoonni 9,198 Vaayirasii Kanaan faalamanii jiru, namni du’e 414, akkasumas kan bayyanate 813 tahuu odeeyfannoon websaayiiti Gamtaa Afrikkaa irraa argame ni mul’isa.
MADDI ODEEFFANNOO NUURALHUDAA

#Covid_19 Oduu Ammee Pandemic
#Itoophiyaa
5️⃣2️⃣
Odeeffannoo #waaislaama1 April6/2020
Sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo namoota 264'f taasifamee keessaa namoonni saddet koronaavaayirasiin qabamuu isaanii Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa beeksise.
Namoota saddeet vaayirasichaan qabaman keessaa tokko daa'ima baatii sagalii ta'uu himame.
Walumaa galatti itoophiyaa keessatti namoonni Covid_19 qabaman 52 gahee jira.
Rabbiin nuhaa tiiysu
Maddi odeeffannoo BBC
👇👇👇👇👇👇

#barattootaa sadarkaa lammaffaa hundaaf:
Odeeffannoo #waaislaama1 April 8/2020
Biiroo barnootaa Oromiyaa Miidiyaalee adda addaa fayyadamuun barnoota sadarkaa 2ffaa barattootaaf manatti qaqqabsiisuuf hojjata jira.
1. OBN Education TV
Position: 8.0⁰ West
Satellite:- Eutelsat/hotbird 8 West B
Frequency:- 11512
Polarization:- Vertical
Symbol rate:- 27500
2. MOE Television
Position: 8.0⁰ West
Satellite:- Eutelsat 8 West B
Frequency:- 12520
Polarization:- Vertical
Symbol rate:- 27500
3. Telegramaa
Oromia Education Bureau
👉 @OEB2020👇👇👇👇

#AMEERIKAA COVID-19 Ameerikaatti guyyaatti lakkoofsi namoota dhibee Covid-19n du'aanii galmee addunyaa cabse.
Odeeffannoo #waaislaama1 April 8/2020
Guyyaa tokko qofa keessatti lakkoofsi namoota Ameerikaatti koroonaavaayirasiin du'aanii 1,736 qaqqabe. Waliigalatti namoonni du'an 12,722tti ol guddate jedha ragaan Yunvarsiitii Hopkiins irraa argame.
Ameerikaatti namoonni 240,000 weerara vaayirasichaan lubbuu dhabuu jedhamee akka tilmaamamu koree addaa Pirezedant Tiraamp hundeessan kan himeera.
Maddi odeeffannoo BBC.

#Covid_19 Pandemic
#Itoophiyaa
5️⃣5️⃣ gahee jira.
Odeeffannoo #waaislaama1 April 8/2020
Itoophiyaatti namoonni koronavaayrasiin qabaman 55 gahanii jiru.
Sa'aatii 24 darbab keessatti qorannoo laabraatorii 225 irratti godhameen namoota 3 keessatti vaayirasichi argamuun mirkanaa'ee jira.
Namoonni har'a Covid_19 qabamuun isaani mirkanaa'e keessa lama Dubaayi irraa ka dhufan yoo tahu tokko jiraataa Naannoo Amaaraa magaalaa qidaamii tahuun beekkame.
Rabbiin dhibee kana biyya teenna irraa haa deebisu.
FBC wabeeffachuun

#waraana-yaman
Gamtaan Waraana Arabaa lola Yaman keessatti geggeessaa jiru yeroodhaaf dhaabuu beeksise
Odeeyfannoo #waaislaama1 April 9/2020
Gamtaan Waraana Arabaa Sa’uudii fi Emreetiin hogganamu, duula waraanaa Yaman keessatti finciltoota Huusii irratti raawwataa jiru torbaan lamaaf addaan kutuu beeksise. Dubbii himaa waraana gamtichaa Koloneel Turki Almaliki eeruun ejensiin odeeyfannoo Sa’uudii akka gabaasetti, gamtichi addatti dhukaasa dhaabuuf kan murteesse, dhibeen Vayirasii Koroonaa Yaman keessatti babal’ataa jiraatuu hin oolu shakkii jedhuun wal qabatee, to’annoo tamsa’ina Vayirasichaatiif haala mijeessuuf tahuu beeksise.
Dabalataanis gareen Huusii waamicha UN fudhatee dhukaasa dhaabuun, gara mariiitti akka dhufu gamtaan waraana Arabaa gama isaatiin qophii tahuu mirkaneessuuf kan yaadame akka tahes ibsame. Haata’u malee gareen Huusii hanga ammaatti yaamicha kana ilaalchisee wanti jedhe hin jiru.
Barreessaan Ol’aanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antoniyoo Gutaarees torbee dabre, guutuu addunyaa keessatti, keessumattuu Yaman, Suuriyaa fi Liibiyaa keessatti gareewwan lola irra jiran dhukaasa dhaabuun, weerara dhibee Vayirasii Koroonaa ittisuuf carraaqqii godhamu akka deeggaran gaafatee ture.
Odeeyfannoo birootiin ammoo miseensonni maatii Hoggantoota Sa’uudii 150 ta’an Vayirasii koroonaatiin qabamuu gaazexaan New York Times gabaase. Akka gabaasa kanaatti, qondaaltota ol’aanoo Vayirasichaan qabaman jidduu Bulchaan Riyaad Faysal Bin Bandar Bin Abdul’aziiz keessatti argama. Kanuma hordofuun mootummaan biyyattii, Hospitaalli beekamaan Malik Faysaliin moggaafame, kana booda dhukkubsattoota biroo akka hin keessummeessineefi, Haakimoota cicciimoo biyyattii keessatti argaman garasitti fiduun akka of qopheessu Kiibxata dabre ajaja baasuu ibsame.
Tamsa’ina Vayirasichaatiin walqabatee of-eeggannoof jecha, Malik Salman Masaraa naannawa magaalaa Jiddaa qarqara galaana Diimaatti argamu keessatti kophatti hordoffiin kan godhamaafii jiru tahuu gabaasichi ni addeessa. Haluma walfakkaatuun dhaaltuun gonfoo Muhammad Bin Salmaan fi Ministeeronni biyyatti naannawa iddoola Galaana Diimaa takka keessatti kophaa bahuun akka jiran ibsame.

#COVID19 Oduu Ammee Ityoophiyaa keessatti qorannoo sa'aa 24 kessatti namoota 294 f godhameen namni tokko 1 qofa virasichi irratti argamuun mirkanaa'era
Odeeffannoo #waaislaama1 April 9/2020
Walumaagaltti lakkoofsa namoota Koronaavaayirasiin qabaman 56 gahaniru
🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻
╔══━▒๑•ั💗•ั๑▒━━═╗
Join➾➩ @waislaama1
@waislaama1
@waislaama1
╚═━━▒๑•ั💗•ั๑▒━══╝

‼️#Oduu_Ammee
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa #sagal (9) vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa'e.
Odeeffannoo #waaislaama1 April 10/2020
Ityoophiyaatti sa'aa 24tti qorannaa laaboraatoorii namoota 442f taasifameen namoonni #sagal(9) vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa'e.
Kunis Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 65tti ol guddateera jechuu dha.
Yaa rabbi nu baasi ati.
Rahmata keetiin nu horadhu
🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻

#COVID-19 ETHIOPHIA
Ministeerri Fayyaa Sababa Dhibee Vayirasii Koroonaatiin namni 3ffaa du’uu beeksise
Odeeyfannoo #waaislaama1
April 10, 2020
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa galgala har’aa baaseen, dubartiin umrii 65 jiraattuu magaalaa Dukam taate, tan April 6, 2020 Vayirasii Koroonaatiin qabamuun isii ibsamee ture, guyyaa hardhaa du’uu beeksise. Haaluma kanaan biyyattii keessatti lakkoofsi namoota sababa Vayirasichaa du’anii 3 gahuu ibsame.
Gama biraatiin ammoo Ministeerri Fayyaa ibsa hara waaree booda baaseen, sa’aatii 24 dabre keessatti qorannoo laabraatoorii namoota 442 irratti geggeesseen, namoonni 9 vayirasichaan qabamuu kan mirkanaahe tahuu beeksise. Namoota saglan jidduu torba lammiilee Ityoophiyaa, tokko lammii Indiyaa, tokko ammoo lammii Eertiraa tahuu gabaafame.
Namoota kanneen jidduu 5 Dubaay irraa kan dhufan yoo tahu, namni lama Turkiyaa irra, tokko Ameerikaa irraa, tokko ammoo Briteen irraa gara Ityoophiyaa kan dhufan tahuu ibsame. Haaluma kanaan biyyattii keessatti lakkoofsi namoota Vayirasiii Koroonaatiin qabamuun mirkanaahe 65 gahee jira.
Maddi odeeffannoo #nuuralhudaa
🔻🔻🔻🔻🔻🔻

#CORONA_UPDATE ODUU AMMEE GUYYAA HAR'AA
Odeeffannoo #waaislaama1 April11 /2020
Hanga sa'aa kanaatti namoonni miliyoona 1.68 ol vaayrasichaan yoo qabaman, namoonni kuma 101 ol lubbuu dhabanii jiru.
Guyyaa har'aa USA 1,326
Faransaay 987
Xaaliyaan 570
Ispeen 523
UK 980 du'aan dhabanii jiru.
Ariitin dhibee kanaa haala yaaddessaa ta'een dabalaa jira.
Kanaaf ummanni keenya of eeggannoo cimsuu qaba.
Harka qalleeyyii ollaa isaa jiranis waan danda'aniin gargaaruu qabu.
Yaa Rabbi balaa kanaa nurraa deebisi.
Maddi: RDH

6️⃣9️⃣
Odeeffannoo #waaislaama1 April 11/2020
Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessa qorannoo laabraatorii namoota 345 irratti gaggeeffameen namoota dabalataa 4 irratti COVID-19 jiraachu mirkanaa'e jira.
Kuniis lakkoofsa namoota waliigalaa vaayirasichaan qabaman 69 taasisa.
Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e arfanu lammii Ityoophiyaa ta'u ibsameera.
Akkasumas namoota vaayirasichaan qabatanii wal'anamaa turan keessaa 10 vaayirasicharra bayyanachu isaani Dr Liyaan himaniiru.
Maddi: FBC
🔻🔻🔻🔻🔻

#Nashiidaa haaraa
ustaaz raayyaa abbaa maccaatiin qophoofte tana namni rabbi siif laaffise dhageeffadhaa guutuu isaa akka itti aanutti isiniif qabannee dhiyaannaa.
Nu hordofaa obboleeyyan keessaniifis share godhaa waliif yaadaa. 2020