Wabii Sanyii
6.5K subscribers
886 photos
26 videos
57 files
971 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
#Ulaagaa isaa hordofaa utuu hin galmahiin dura Maal akka isin irraa Eegamu #dubbisaa
🌈Telegramii #join gochuun
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
βœ…Ethiopian Airlines Group would like to announce a new vacant position in the capacity of Jr. Desktop Technician in our IT Division & Procurement Officer.

βœ…Dippiloomaa Kolleejjii /10+3/ Sadarkaa IV Ragaa Saayinsii Kompiitaraa/Computer Maintenance & Networking/Information Technology ykn damee barnootaa walqabatu kamiinuu TVET/Kolleejjii/University beekamtii qabu irraa yoo xiqqaate muuxannoo barbaachisaa waggaa sadii dhaabbata beekamaa keessatti qabaachuu.

βœ…NB: umurii: waggaa 18 – 35.
GUYYAA FI BAKKA GALMEESSUU

βœ…Waxabajjii 19 – 26, 2022tti, Waajjira Muummee Daandii Xiyyaaraa Itoophiyaa, Gamoo Intarpiraayizii Buufata Xiyyaaraa Itoophiyaa (Waajjira Qaxarrii)

#Seera ittin dorgomtan sirritti ilaalaa #Ulaagaa isaa guutuun

πŸ”₯Join godhaa #share waliif godhaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
🌈Telegram Join godhaa dorgomaa
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#Seera_Haaraa
Fesbuukiin Itoophiyaatti hokkora kakaasuun beenyaa birrii biil. 100 ol akka kaffalu himatame
#Odeeffannoo karaa Telegramii argadhaa
Himanni Facebook irratti dhiyaate yeroo walwaraansi Itoophiyaa keessa jiru algoorizimiin Fesbuukii jeequmsii fi haasaan jibbiinsaa akka babal’atu gargaare kan jedhuudha.
#Telegramii warreen gargaaramtan fayadamoo taatuu
🌈Join godhaa #dubbisaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8