Wabii Sanyii
6.49K subscribers
886 photos
26 videos
57 files
971 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Mee #Dubbisaa Adaraa..

#JackMa jedhama. Nama lammii biyya chaayinaati. Jack seenaa isaa keessatti nama dadhabaa jedhamee beekama ture. Baratee qormaata seensa yuunivarsitii si'a 3 kufe. Jack hojii 30 olitti qacaramuuf iyyate. Tokkoon isaallee hin qacarre. Hunda caalaa kan nama dhibu yeroo hojii deemu poolisii wajjiin adeema, ati nama gaarii miti jedhuun. kampany KFC jedhamutti na qacaraa jedhee nama 24 wajjiin iyyate. Nama 23 qacaranii, isa dhiisan. Haata'uu malee Jack nam afaan Ingiliizii barachuuf guddaa ifaaje. Biycle'n deemsa karaa dheeraa qaxxaamuree waggaa 9f warroota US irraa dhufan irraa afaan ingiliizii kana barataa ture. Maqaa isaa afaan chaayinaatiin waamuun waan nama dhibuuf Jack jedhanii warri faranjii moggaasaniif. Jack nama dadhabaa jedhamuu isaaf tasuma abdii hin kutanne. karaa hiriyyoota isaa carraa USA daawwachuu argate. Hiriyyootni isaa akkataa internet itti fayyadamu barsiisan. Jalqaba irratti jecha "beer" jedhu search godhee ture. kan biyyoota biroo argus kan biyya chaayinaa hin argine.odeeffannoo garaagaraa kan biyya chaayinaa yeroo internet gubbaa barbaadu hedduu hin arganne. Hiriyyootni isaa website fokkataa chaayinaatti dhiyaatu tokko tolchanii isa wajjiin itti fayyadaman. Sa'aa muraasa booda namootni isa baruu barbaadan isaaf barreessanii, adaraa marsariitii(website" kampanii keenyaaf nuuf hojjadhu jedhan. Kana booda Jack wantichi gatii qabaachuu isaa gaafa baru, haadha manaa isaa wajjin doolaara 20, 000 walitti qabanii website hojjachuu eegale. kampaanotaaf erga hojjatee, waggaa 3 booda kaappitaala 800,000 argate. Achi booda gaazexessitootnii TV irratti gaafiif deebiin asiif achi butan. walumaagalatti kampaanota daldala addaa addaa irratti hojjataniif website hojjachaa erga turee, waggaa muraasa booda abbaa kaappitaala doolaara miliyoona 25 ta'e. Yeroo ammaa kanatti Jack nama sooressa biyya Chaayinaa jedhama. :D

Carraan namaa karaa tokko qofaan miti. Namni dadhabaan hin jiru, inni ulaagaa tokkoon dadhabaa, kan biraatiin baay'ee cimaa dha. Baruumsaan dadhabaa jechuun, waan biraatiin dadhabaa jechuu miti. Jireenyi karaa tokko qofa miti. Balballi gammachuu tokko yoo cufame kan biraattu banama.

@segnigudeta @wabisegni
Yoo Jaalattan "#Like "#Share"
gochuu hin dagatinaa.
Qubee Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u, Computer, Laptop, Tablet, Bibiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii armaan olitti caqafaman bakka jirtanitti ni dhiyeessa."

Teessoon; Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
Lakkoofsa Bil; +251911539551

Haala qabxiin kennamu!
1.Share gochuudhaan qabxii 10% argatta.
2.Maxxansikee immoo baay'ina react/like 'tiin siif qabama. Isaan immoo 90% argatta.

Dorgommiin kun har'a Wiixata galgala sa'aatii 2:00OM irraa eegalee hanga gaafa Jimaata guyyaa keessaa sa'aatii 10:00AM tura. Gaafa Jimaataa 06/08/2015 galgala irratti injifattoonni ni ifoomu.

Link #fb koo jal #like, #Share godha

https://www.facebook.com/100070669717820/posts/pfbid02e2Jyz9CCCW3sarDUYQZapbkN2uhqo6nwva488AfJU7qHJjyWRWCBx1SaZycdqzGtl/?app=fbl
Ashama Akkam Jirtu?
#Kabajamtootaaf #Jaalatamtoota hordoftoota toora miidiyaa hawwasaakoo. Dorgommii badhaasa qabu kana na injifachiisaa.
 https://www.facebook.com/100070669717820/posts/pfbid0aUfo4yZqMLXtT7mYkLheufg2gzZiM4nUprV4m47ZopKQNAsZYMHtWALZ5VgELSBMl/?app=fbl

Maxxansa koo kana #Like fi #Share. Dabalatas peejii Qubee kanan #meenshin taasise kana Follow taasisaafi.
Namni kamuu dorgomee badhaafamuun mirga isaati. https://www.facebook.com/100070669717820/posts/256896370009352/?app=fbl liinkii kana #Like fi #Share godha

Hiiryoota hojii koo jaalatan qofaf.
Namni kamuu dorgomee badhaafamuun mirga isaati. https://www.facebook.com/100070669717820/posts/256896370009352/?app=fbl liinkii kana . Share 1ffaa
. Like 3ffaa irraa jira

Kanafuu #like qofa godha
Hiiryoota hojii koo jaalatan qofaf.
Ashama Akkam Jirtu? Sa'a 4 qofa hafe
#Kabajamtootaaf #Jaalatamtoota hordoftoota toora miidiyaa hawwasaakoo. Dorgommii badhaasa qabu kana na injifachiisaa. #Like gochu qofa
 https://www.facebook.com/100070669717820/posts/pfbid0aUfo4yZqMLXtT7mYkLheufg2gzZiM4nUprV4m47ZopKQNAsZYMHtWALZ5VgELSBMl/?app=fbl
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Abdii kutuun Diina milkaa’inaati

"Abdii kutannaan karaa kufaatiitti geessu
Isa amansiisaadha!" Genaa Showaalter

Wantonni jireenya dhalaa nama jijjiiruu danda'an hedduun galma hin ga'iin kan hafan abdii kutannaa dhala nama irraa kan ka'edha. Namni mo'u abdii hin kutatu, namni abdii kutatu immoo hin mo'u....!

Naannoon keessatti dhalatan kamuu carraa gaarii kan mataa Isa qaba. Rakkoo naannoon kee qabu irratti xiyyeeffattee abdii kutuu manna, carraa gaarii naannoon kee qabuti fayyadamuu irratti xiyyeeffadhu.

Seen~duubee kee ilaltee abdii hin kutiin, dandeettii qabduun sochii eegali, awwaala dhiibbaa seen duubee kee kan gara fuula duraatti akka hin deemne si daangesse keessaa ba'i.

Waan tokko hojjechuu yaaltee itti milkaa'uudha yoo baattee, sun kufaatii otoo hin taane muuxannoo dha
Muuxannoo san irraa waan guddaa tokko baratta. Jireenya kee keessatti abdii kutannoon diina kee isa guddaadha.

Fayyaa guutuu qabaannaan abdii kutachuuf sababa tokko ille hin qabdu. Jireenya kee keessatti sagalee wacaa naannoo kee jiruuf iddoo hin kennin. Qeeqa namoota sodaachuunis kaayyoo kee irraa gara boodaa hin deebi'in. Hojii kamiyyuu yoo hojjettee gaarii ta'u hamaa namonni si qeeqan yeroo hundaa ni jiru either Negative attitude or Positive attitude.

Jireenya kee raawwattee namoota kanniin hin madaaliin. Eenyuu iyyuu hin dorgomiin. Ga'umsa dhokataa keessa kee jiru gadi baastee ittin hojjechuuf qofa of dorgomi. Milkaa’ina Kees ta'e kufaatii kee kan nama kamiitti iyyuu hin dorgomsiisin.

Namni kan ittin madaalamu madaallii sirriin namummaa isa qofa. Sanan ala madaalliiwwaan
jiran hunduu madaalliiwaan dogoggoraati.
Qoramaanni ati qoramtu kan namni qorame hin beekne miti. Haa guddatu haa xiqqaatus namni kam iyyuu rakkoo mataa isaa qaba. Kanafuu haala keessa jirtu ilaaltee abdii hin kutiin.

Kaayyoo dhaabbata malee rakkoo dhaabbata hin jiru! Namoonni yeroo baay’ee maaliif abdii kutu......? Yoo #jaallattan #like #share #comment godha

Positive mind find opportunity in everything. While negative mind find fault in everything

https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
Namni kamuu dorgomee badhaafamuun mirga isaati. Dorgommiin miira jaalalaa fi taaktika isin fayyadamtan qofa ilaallata malee, walitti hinaafuu, looguu fi wal mufachiisuu hin barbaachisu.


Dorgommii badhaasa qabu

Liinkii kana gadi jiruun seenaatii
comment koo #like naaf godhaa 😍🙏


https://www.facebook.com/61550528555126/posts/pfbid0yBW9k5Pv1wto7VLTVQ89BZxWwALFBJ9xbu1KM25uMJq57NULHk76PaErU8woZgp6l/?app=fbl

Galatoomaa/ThankYou.
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Comment kana #like gochuun na moosisaa. #UnlimitedData kan waggaa tokkoo Isinis subscribe, follow godhaatii, SG Entertainment Media jajjabeessaa.Galatoomaa! Isiniin jaaladha

Liinkii kan irratti
https://www.facebook.com/61556966493634/posts/pfbid02edEAbd9gsXqZhX2BeytueduxWWwf6RRXcuZ1akuYQfV8eXF9sJhr7iJvwcgZS5Xil/?app=fbl