Wabii Sanyii
6.65K subscribers
860 photos
26 videos
56 files
964 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Mee #Dubbisaa Adaraa..

#JackMa jedhama. Nama lammii biyya chaayinaati. Jack seenaa isaa keessatti nama dadhabaa jedhamee beekama ture. Baratee qormaata seensa yuunivarsitii si'a 3 kufe. Jack hojii 30 olitti qacaramuuf iyyate. Tokkoon isaallee hin qacarre. Hunda caalaa kan nama dhibu yeroo hojii deemu poolisii wajjiin adeema, ati nama gaarii miti jedhuun. kampany KFC jedhamutti na qacaraa jedhee nama 24 wajjiin iyyate. Nama 23 qacaranii, isa dhiisan. Haata'uu malee Jack nam afaan Ingiliizii barachuuf guddaa ifaaje. Biycle'n deemsa karaa dheeraa qaxxaamuree waggaa 9f warroota US irraa dhufan irraa afaan ingiliizii kana barataa ture. Maqaa isaa afaan chaayinaatiin waamuun waan nama dhibuuf Jack jedhanii warri faranjii moggaasaniif. Jack nama dadhabaa jedhamuu isaaf tasuma abdii hin kutanne. karaa hiriyyoota isaa carraa USA daawwachuu argate. Hiriyyootni isaa akkataa internet itti fayyadamu barsiisan. Jalqaba irratti jecha "beer" jedhu search godhee ture. kan biyyoota biroo argus kan biyya chaayinaa hin argine.odeeffannoo garaagaraa kan biyya chaayinaa yeroo internet gubbaa barbaadu hedduu hin arganne. Hiriyyootni isaa website fokkataa chaayinaatti dhiyaatu tokko tolchanii isa wajjiin itti fayyadaman. Sa'aa muraasa booda namootni isa baruu barbaadan isaaf barreessanii, adaraa marsariitii(website" kampanii keenyaaf nuuf hojjadhu jedhan. Kana booda Jack wantichi gatii qabaachuu isaa gaafa baru, haadha manaa isaa wajjin doolaara 20, 000 walitti qabanii website hojjachuu eegale. kampaanotaaf erga hojjatee, waggaa 3 booda kaappitaala 800,000 argate. Achi booda gaazexessitootnii TV irratti gaafiif deebiin asiif achi butan. walumaagalatti kampaanota daldala addaa addaa irratti hojjataniif website hojjachaa erga turee, waggaa muraasa booda abbaa kaappitaala doolaara miliyoona 25 ta'e. Yeroo ammaa kanatti Jack nama sooressa biyya Chaayinaa jedhama. :D

Carraan namaa karaa tokko qofaan miti. Namni dadhabaan hin jiru, inni ulaagaa tokkoon dadhabaa, kan biraatiin baay'ee cimaa dha. Baruumsaan dadhabaa jechuun, waan biraatiin dadhabaa jechuu miti. Jireenyi karaa tokko qofa miti. Balballi gammachuu tokko yoo cufame kan biraattu banama.

@segnigudeta @wabisegni
Yoo Jaalattan "#Like "#Share"
gochuu hin dagatinaa.
Qubee Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u, Computer, Laptop, Tablet, Bibiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii armaan olitti caqafaman bakka jirtanitti ni dhiyeessa."

Teessoon; Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
Lakkoofsa Bil; +251911539551

Haala qabxiin kennamu!
1.Share gochuudhaan qabxii 10% argatta.
2.Maxxansikee immoo baay'ina react/like 'tiin siif qabama. Isaan immoo 90% argatta.

Dorgommiin kun har'a Wiixata galgala sa'aatii 2:00OM irraa eegalee hanga gaafa Jimaata guyyaa keessaa sa'aatii 10:00AM tura. Gaafa Jimaataa 06/08/2015 galgala irratti injifattoonni ni ifoomu.

Link #fb koo jal #like, #Share godha

https://www.facebook.com/100070669717820/posts/pfbid02e2Jyz9CCCW3sarDUYQZapbkN2uhqo6nwva488AfJU7qHJjyWRWCBx1SaZycdqzGtl/?app=fbl