Wabii Sanyii
6.78K subscribers
853 photos
25 videos
55 files
960 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Hubachiisa fi #Akeekkachiisa Namoota maqaa namaan daldalaniif;
Sababa malee, dubbii olii kana hin kaafne.  Gidduu kana odeeffannoo hedduutu na qaqqabaa jira
Namoonni maqaa namaan daldaltan salphachuuf jirtu waan ta'eef akka adabattan isanan hubachiisa.
Guyyaan isin salphisa!

#Telegiramii koo @segnigudeta
#Feesbuukii koo. https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820
Kan koo kan qofa.