Wabii Sanyii
6.74K subscribers
854 photos
26 videos
55 files
961 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
"#Addunyaa kan irratti wanti nama gaddisiisuu  jireenya #kaayyoo hin qabneedha!"

"Kaayyoo hin qabdu taanaan mul'ata hin qabdu, mul'ata hin qabdu taanaan karoora hin qabdu, karoora hin qabdu taanaan yeroo kee hin to'attu, yeroo kee hin to'attu taanaan jireenya jiraachaa hin jirtuu, jireenya jiraachaa hin jirtuu taanaan,jooraa jirta jeechudha. Arguun hojii ijaati, mul'anni kan lapheetii. Dr. Maayelsi Munroo

Mul'anni waan amma qabatamaatti hin jirre tokko qor~qalbii of keessatti arguu danda'uu jeechudha. #Jijjiiramaaf si caalaa namni sirrii, hin jiru.

"#Sammuu ittin rakkina uumneen rakkinicha furuu hin daandeenyu!" .
Namoonni baay'een mul'ata akka qaban dubbatu, mul'ata isaaniif kunuunsa waan hin taasisneef garuu mul'anni isaanii hawwii qofa ta'e hafa.

Mul'ata kee kunuunsuu banuun ogummaa gudda jireenya si gaafattudha. Mul'ata gudda qabaattee sammuu mo'ichaa qabaachuu yoo baattee hin milkooftu.Mul'anni humna ittin kaayyoo Jireenya kee raawwattudha.
Please add More*


https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Sammuu ofii hojjechiisuun dandeettii horachiisuu utuu hin taane, dandeettii sammuu sanaa hojiitti hiiksisuudha.▷ Saayintistiin Albeert Enistaayin utuu addunyaan hamma sana sammuu isaa ajaa'ibsiifattuu akkana jedhe, "Dandeettii sammuu kootti harka dhibba keessaa harka digdamii shan (25%) qofaan waanan fayyadame natti fakkaata!" Jedhe.

➲ Addunyaa kana caalaatti dandeettii sammuu namaa qabeenya isaa kan godhate biyyeedha jechuudha.

We are in Personal Development Sammuu dhala namaa leenjisuun milkaa'inaaf qopheessudha. Namoota ijaarama sammuu guddataa/Growth mindset find opportunity in everything while negative mind finds fault in everything

"Imala qabsoo #diinagdee keessatti, meeshaa waraanaa dargaggoonni jalqaba irratti hidhachuu qabu ANI NAN DANDA'A isa jedhamuudha"! Kitaaba Dhaloota Dinagdeen Humneessuu keessa fudhatamee Dr. Gutu Tesso leenjii dhugaatti namni eenyummaa isaa beekuu fi abjuu isaa argatee fulduratti imaluuf garagaruuf dha

Namonni barabaadan keessan na
dubbisaa galatoomaa @segnigudeta
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Qabeenyi Addunyaa kan in guddaan
#Sammuu/Mind dha. Eenyuu keenyati seeran itti fayyadamaa jirra...?
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Qabeenyi Addunyaa kan in guddaan
#Sammuu/Mind dha. Eenyuu keenyati seeran itti fayyadamaa jirra...?

"Ofi irraati hojechuun gochaa yommilee namni jireenyaa isa keessaati gochu qabudha. Kun immoo jireenya dhunfaa kee qofa osoo hin tanee,jireenyaa namoota naanoo kee jiranillee jijjiru ni danda'a"
Robin SharmaSammuu ofii hojjechiisuun dandeettii horachiisuu utuu hin taane, dandeettii sammuu sanaa hojiitti hiiksisuudha.▷ Saayintistiin Albeert Enistaayin utuu addunyaan hamma sana sammuu isaa ajaa'ibsiifattuu akkana jedhe, "Dandeettii sammuu kootti harka dhibba keessaa harka digdamii shan (25%) qofaan jedha.

➲ Addunyaa kana caalaatti dandeettii sammuu namaa qabeenya isaa kan godhate biyyeedha jechuudha.

Sammuu dhala namaa leenjisuun milkaa'inaaf qopheessudha. Namoota ijaarama sammuu guddataa/Growth mindset find opportunity in everything.

"Imala qabsoo #diinagdee keessatti, meeshaa waraanaa dargaggoonni jalqaba irratti hidhachuu qabu ANI NAN DANDA'A isa jedhamuudha"!
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
❍ Qabeenyi addunyaa kanaa inni guddaan #Sammuu/Mind dha.

❍ Eenyuu keenyatu akka ta'utti itti fayyadamaa jira laata...?

"Train your mind to see what’s right. Positivity is a choice. The peace and happiness of your life heavily depends on the quality of your thoughts today."

Namonni leenjii #PersonalDevelopment barbaadan keessan na dubbisaa
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
➡️Misooma #sammuu kee irratti hojachuuf Itti gaafatamummaa kan qabu si qofa.

✍️Hojii maneen kee inni guddaan adunyaa kana irra hamma jiraattutti mul'ata dhokataa uuman kee si keessa kaa'e barabaaddee argachuu fi fiixaan bahinsa isaaf irratti hojjeechuu dha.  Mul'ata mataa keetii barabaadee argachuuf fi irratti hojjechuudhaa yoo baatte umurii kee guutuu garba mul'ata nama biroo taatee jiraatta jeechudha. Sammuu kee jijjiiruu yoo dandeesse, Jireenya kee jijjiiruu dandeessa!"
Misooma sammuu kee irratti hojachuuf Itti gaafatamummaa kan qabu si qofa.

✍️Mul'anni kee baay'ee gati jabeessadha
Jireenya kee kessatti mul'anni ati baastee ittin hin hojjenne addunyaaf bu'aa hin qabu. Dhaloota kana fayyadu isa ati baastee ittiin hojjette qofadha.
Kanaafuu, mul'anni keessa kee jiru akkuma jirutti gaaf tokko si waliin akka hin duune, dammaqxee irratti hojachuu si irraa eegama. Isa ta'uuf yaadamtee uumamte akka taatu, rakkoo murta'aa furuuf gara addunyaa kanaa dhuftes kan si taasisu mul'ata keeti.

✍️Umurii lakkooftee qofa akka dabartuuf miti jireenyi kan siif kenname. Galma gahinsa mul'ata keef hojjedhuu jireenya kee Jireenya lakkaa'amu,  jireenya du'a kee boodaa ille dhaloonni yaadatu taasisi. Namoonni milkaa’inoo hojii jaallatu, hojiitti amanus, humna qaban hundaan yeroo qaban hundatti hojii hojjechuudhan beekamu. Iccitiin milkaa’inaa inni guddaan hojii akka ta'e haalaan waan beekaniif, hojii barabaachiisaadha jedhanii itti amanan kamuu ni hojjetu.

✍️Mul'anni kee kunuunsa guddaa barabaada  Namonii baye'een mul'ata akka qaban dubbatu, mul'ata isaaniif kunuunsa waan hin taasisneef garuu mul'anni isaanii hawwii qofa ta'ee hafa!.


https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
👍               🗨️         ♂️
𝒍𝒊𝒌𝒆    𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕   𝒄𝒐𝒎𝒎𝒆𝒏𝒕  𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Sammuu kee leenjisi....!

Addunyaan kun garuu, warra sammuun naaffatanii fi warra sammuun hir'uun malee warra qaama miidhamaniin tasumaa hin baddus, hin badaddus.

Hundi keenya kennaa garaagaraa dhuunfaa dhuunfatti nuuf kenname qabna. Addunyaa kana irraa namoonni kennaan isaanii %100 walfakkaataa ta’an hin jirani. Kanaaf ofiikee dhiistee namoota biraa fakkaachuuf yaaluun dogoggora guddaadha. Waa’ee dandeettii keetii, carraawwan jireenyakee keessatti qabduufi eenyummaa dhuunfaakee yaadi malee nama biraa fakkaachuuf hin yaaliin.

Namni kamiyyuu jireenya isaa keessatti ergama mataa isaa ni qaba. uumaan tokko tokko keenyatti dirqama adda addaa kenneera. dirqama siif kenname namni biraan hojjechuu hin danda'u. kanaaf waanti nurraa eegamu kaayyoo uumamneef adda baafnee beekuufi of taanee jiraachuudha.

Ilaalchi badaafi yaadni moofaan sammuu dhala namaa baay'ee keessatti man'ee ijaarrateera, ati
garuu didi malee man'ee ofirratti hin'ijaarsisiin!

Namni baay'een dargaggummaasaa akka hinmalleefi bakka hinmalletti dabarsee eergii umurii fixee, dugda duubatti deebi'ee dargaggeessa ta'uu hawwe; hawwiin isaa hawwii hawwii ta'ee hafe ta'e!

Dargaggummaan umurii dhala namaa keessaa yeroo baay'ee hawwamaadha. Bara humni jiru, bifa tolan, bara hojjechuuf yeroo qaban, bu'anii ba'uun namaaf salphatuudha. Filannoon jireenyaa kan heddummatu umurii kanatti. Boca jireenya keenya gara duraa kan murteessus sadarkaa kana!

Egaa jireenya keenya gara duraa kan bareechinus ta'e kan balleessinu daangaa umurii dargaggummaa keessatti. Dargaggoonni kaan har'a keessa taa'anii borii isaanii ibsatu, warreen biroon immoo borii isaanii har'a keessatti dukkaneessaa jiraatu. "Youth is the best time to be rich, and best time to be poor" jedhu warri adii!

Dargaggeessi kaayyoo jiraatuuf qabu haala rakkisaa keessa dhabatee galma guddinaa arga. Filannoo argatteef qofa hinfilatu. Maalitti akka goruufi maalirraa akka goru haalaan beeka. Waan isa barbaachisu osoo hintaane, waan caalaatti isa barbaachisu irratti xiyyeeffata.

Jireenyi utuu waan darbu hinfakkaatin darba. Humni har'a qabdu bor ni dhiba. Umuriin namaa dungoodha. Irraa gadi hir'achaa deema. Kana beekanii yeroo hojjechuu qabanitti hojjechuun, yeroo boqonnaan barbaachisutti akka hinjoorre nama oolcha!

Dammaqi! kana dura osoo hinbeekin umurii kee qaalii kana akkasumaan dabarsaa turte ta'a. Amma garuu nama kaayyoof jiraatu ta'uu qabda. "Ogeessicha!"

https://t.me/sooratasammuuargaachuuf