Forwarded from michu Bright
Waajjirri Damee Kaffaltoota Gibiraa Xixiqqaa A/A Bahaa #MinisteeraGaliiwwanii gitoota hojii duwwaa armaan gadii irratti gahumsa qaban dhaabbataadhaan qacaruuf barbaada.
Kanaafuu, iyyattoonni ulaagaa gita hojii duwwaa armaan olitti ibsame guuttan Waajjira Bulchiinsa fi Misooma Humna Namaa Gamoo Koomeeti #megananyaa naannoo Hoteela Lem jedhamutti argamu gamoo 9ffaa lakk.9-06tti gaafa 6/jaha/ guyyaa beeksifni kun bahe irraa eegalee guyyoota hojii walitti aansuun yoo galmaa'uu dandeessan isin beeksifna.
♨️Beeksisoota bakka #tokkottis qulqqullina waliin ni argattu
#guutummaa isaa liinkii banuun dubbisaa dorgomaa #hiriyaa jaallattaniifis qoodaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0