Wabii Sanyii
6.81K subscribers
852 photos
25 videos
55 files
960 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
🔥Namoota heedduu gaafata #Waliif qoodaa adaraa #Carraa kana ijoollota keenyas qaqqabsiisaa

🌈Telegram Beeksisaa hojiis join godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/michujobs
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Safaricom Telecommunications Ethiopia Vacancies for fresh graduates and Experienced

🔥ሳፋሪ ኮም ኢትዮጲያ የስራ ማስታወቂያ በ ዜሮ 0  አመት እና ልምድ ላላቸው  በርካታ ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።

AML - Analyst
Care Desk Experience Executive
Cyber Security Operations Center
Due Diligence Officer
Analysis and Reporting Lead
System Administrator – End User Support
Regional Manager Network Operations

Place of Work - 
Addis Ababa

#Assella #Arbamich
#Asosa
#Aweday
#Debre Birhan
#Debre #Markos
#Dessie 
#Dilla
#Gambela
#Gondar
#Haromaya 
#Hawassa
#Hosanna
#Jimma
#Kombolcha
#Nekemte
#Sebeta
#Semera
#Sodo
#Shashamane
#Adama
🌈Telegram Beeksisaa hojiis join godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/michujobs
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️

Apply online
https://egeree.com/safaricom-telecommunications-ethiopia-p-l-c-new-job-vacancy-2022/
Forwarded from Egeree Post
Beeksisa
Ministeera barnoota Federaala waliin ta'uun
#Carraa barnoota Biyya Alaa
Barattoonni hundinuu scholarship emireetota tumsan irraa kennaman eegaa jiru

Yunaayitid Arab Emireets (UAE) barattoonni qormaata xumuraa kutaa 12ffaa darbaniif barnoota bilisaa akka kennamu raggaasise.

Unka Iyyannoo
Guyyaa 09/08/15 irraa eegalee guyyaa 5 itti fufna.
1. Koppii Bu'aa Maatirikii Kutaa 12ffaa
2. Koppii tiraanskriiptii kutaa 9-12
3. Koppii CV/ Curriculum Vitae
4. Koppii Ragaa Dhalootaa fi odeeffannoowwan biroo armaan olitti ibsaman.
Bal'inni maqaa barattoota qormaata kanaaf liinkii banuun guutummaa isaa dubbisaa Apply godhaa
👇👇👇
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid02ypzCg9tjBpvfhamKZ3vDXBJuUa5obRCMHrK8sFFuBEjE18SjaYqgpYdZtFh6ynPbl/
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu #carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a jijjiirama jireenya dinagdee keessatti wanti hundumtuu xiqqaa irraa jalqaba. Kanafuu xiqqoo irraa ka'uun hin sodaatamus hin saalfatamus Dr. Gutu Tesso

Namoonni baay'ee gaafa carraa waliin hojjanna kennituuf osoo Sookoo fi soorgoo itti baasan carraa jaala darba, guyyaa ati milkaa’uu eegaltu moo........!

Gaafa waan haaraa eegaltu..!.

Dhugaan ati beekuu qabdu, yeroo ati waan haaraa eegaltu, namni si deeggaru muraasa yookiin dhabamuu danda'a. Wanti kun hin fayyaduu, ni ulfaataa, miidhaa qaba, karaan kun sirrii miti, siif hin milkaa'u jedhanii sitti iyyu. Sababni isaa ofiif sammuu waan ati hojjechuuf kaate hojiitti hiikuu miti yaada isaayyuu hin qabani.

Inumaayyuu akka ofiitti waan si ilaalaniif waan isaaniif hin danda'amneef atillee waan hin dandeenye isaanitti fakkaata.
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu #carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a jijjiirama jireenya dinagdee keessatti wanti hundumtuu xiqqaa irraa jalqaba. Kanafuu xiqqoo irraa ka'uun hin sodaatamus hin saalfatamus Dr. Gutu Tesso

Namoonni baay'ee gaafa carraa waliin hojjanna kennituuf osoo Sookoo fi soorgoo itti baasan carraa jaala darba, guyyaa ati milkaa’uu eegaltu moo........!

Gaafa waan haaraa eegaltu..!.

Inumaayyuu akka ofiitti waan si ilaalaniif waan isaaniif hin danda'amneef atillee waan hin dandeenye isaanitti fakkaata.
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Jireenya
Namoonni carraa qabanitti fayyadamuu dadhaban, yaa anaa jedhanii ofii isanii of komatu. Namoonni carraa itti fayyadaman dhaban immoo yaa carraa koo jeechuun carraa isaanii komatu!.

Egaa atis bor yaa anaa jettee akka ofi komachaa jin jiraaneef carraa qabdutti fayyadamuun bakka gahuun qaba jette yaaddu gahi argami

#Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu #carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a.

#Yeroodhiyooti/Coming Soon