Wabii Sanyii
6.55K subscribers
872 photos
26 videos
56 files
965 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
#Barattoota_kutaa_12ffaa_hundaaf
Bara 2014/15 qormaata xumuraa mana barumsaa sadarkaa lammaffaa kutaa 12 fi qormaata seensa Yuunivarsiitii kan qoramtan mooraa Yuunivarsiitii ramadamanitti yeroo imaltan barattoonni wantoota qabachuu qabanii fi wantoota qabachuu hin qabne Ministeerri Barnootaa akka armaan gadiitti ibseera. Akkasumas barattoonni akka of qopheessitan sagantaan akka armaan gadii kanatti waan qophaa’eef hubadhaa.

Qabachuun kan #Eyyamame (Heeyyamame)
#uffata_qorraa, #Huccuu_Tiraasii, #Uffata_halkanii, #Nyaata_goggogaa, #uffata, #boorsaa, #Kaardii_qormaataa, #qalama, #dabtara, #waraqaa_duwwaa, #kitaaba

Qabachuun #dhorkaa kan ta’e(kan dhorkamu)
#waraabduu_sagalee ,#_Viidiyoo fi #suuraa kamiyyuu qabachuun dorkaadha, #Kaameeraa, #Meeshaalee_Ergaa_karaa_teknoolooji _dijitaalaa_fudhachuu fi erguu danda’an kamiyyuu (#taableetii, #kompiitara, #laptooppii, #bilbila, #iPad, #hard_disk, #flash_diiskii kkf)

#Sagantaa_Qormaataa
#Saayinsii_hawaasaatiif
➤26_28/1/2015 Seensa Yuunivarsitii
➤29/01/2015 guyyaa qajeelfamni itti kennamu
➤30/01/2015_02/02/2015 Guyyaa qormaataaa

#Saayinsii_Uumamaatiif
➤05_06/2/2015 Seensa Yuunivarsiitii
➤07/02/2015 Guyyaa Orenteeshiniifi Qajeelfamni itti kennamu
➤08/02/2015_11/02/2015 Guyyaa qormaataa
Carraa Gaarii
=======================================
#ለ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ
የሁለተኛ ደረጃ ማጠናቀቂያና ዩኒቨርሲቲ መግቢያ ፈተና ተፈታኞች በሙሉ:-
2014/15 የዩኒቨርሲቲ መግቢያና የሁለተኛ ደረጃ ማጠናቀቂያ ፈተና ተፈታኞች ወደ ተመደቡበት ካምፖስ ጉዞ ሲያደርጉ #መያዝ #የተፈቀደላቸው#መያዝ #የተከለከሉ እና #የጊዜ #ሠሌዳ እንደሚከተለው ያለው ሲሆን ተማሪዎች ከወዲሁ ራሣችሁን እንድታዘጋጁ ይሁን።

#መያዝ #የተፈቀደላቸው
አንሶላ፣ ትራስ ጨርቅ፣ የማታ ልብስ፣ ደረቅ ምግብ፣ ልብስ፣ቦርሳ፣ የመፈተኛ ካርድ፣ እርሳስ፣ ላጲስ፣ የማስታወሻ ደብተር፣ ባዶ ወረቀት፤ መጽሐፍ

#መያዝ #የተከለከሉ
ማንኛውም ድምፅ የሚቀዳ፤ ቪዲዮ የሚቀዳ ወይም ፎቶግራፍ የሚያነሳ፤ ካሜራ፤ ማንኛውም ከቴሌ መስመርም ይሁን ከቴሌ ውጭ መልዕክት በድጂታል ቴክኖሎጂ መቀበያ ወይም ማስተላለፊያ ውጤቶች (ታብሌት፣ኮሚፕዩተር፣ላብቶፕ፣ ስልክ፣አይፓድ፥ሃርድ ዲስክ፣ፍላሽ) መያዝ በጥብቅ የተከለከሉ ናቸዉ፡፡

#የጊዜ #ሠሌዳ
ማህበራዊ ሳይንስ $social science dep't
➤26_28/1/2015 ዩኒቨርስቲ መግቢያ
➤29/01/2015 ኦሪንቴሽን ይሰጣል
➤30/01/2015_02/02/2015 ፈተናው የሚሰጥበት ጊዜ ይሆናል።

የተፈጥሮ ሳይንስ Natural Science dep't
➤05_06/2/2015 ዩኒቨርስቲ መግቢያ
➤07/02/2015 ኦሬንተሽን
➤08/02/2015_11/02/2015 ፈተናው የሚሰጥበት ጊዜ ይሆናል።
መልካም ዕድል!

@segnigudeta @wabisegni
Barattootni Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2014 fudhachuuf dhuftan hundi sagantaa baheen gama Yuunivarsiitii yommuu deemtan wantootaa kanaa gadiitti isiniif eeyyamame qofa qabattanii akka dhuftan cimsinee isin beeksifna.

1. Meeshaaleen barattootni akka qabataanii dhufan EEYYAMAMAN:
Ø Kitaabilee fi yaadannoowwan irraa qu’achaa turan;
Ø Uffata guyyaa fi kan hiribaa ( kan akka ansoolaa,uffata qorraa, uffata boraatii fi kkf);
Ø Kardii qormaataaf biyyoolessaaf kenname, Irsaasii, laaphisii fi qartuu;
Ø Meeshaalee eegumsa qulqulinnaa (saamunaa,moodesii…kkf);
Ø Qarshiifi
Ø Nyaata gogaa qofa.

2. Meeshaalee barattootni qabatanii akka dhufan HIN EEYYAMAMNEE:
Ø Meeshaalee eleektrooniksii hundaa (Viidiyoo, Kaameeraa footoo,taabileetii, komipiiyuutara,laapitooppii,bilbila,aayipaadii,haardidiiskii,filaashii, maajiik jaakeettii fi kkf);
Ø Qubeelaa gaa’ilaatiin ala qubeelaa bifa kamuu; amartii,sa’aatii, faaya rifeensaa hundaafi kkf;
Ø Kalaa (eye-glass) (kan hakimaan rakinna ijaaf ajajamee yoo ta’een alatti);
Ø Jimaa,sigaaraa ,qoricha ajaja hakimaa hin qabne hundaa;
Ø Dhugaatii alkoolii qabatanii argamuu fi fayydamuu.

3. Barattootni turtii isaanii Yuunivarsiiticha keessatti gochoota raawwachuu qaban:
Ø Barataan kamiiyyuu seeraa fi naamusa yuunivarsiitichaa yeroo turtii isaa/ishii hunda kabajuun dabarsuu qaba;
Ø Barataan qormaata biyyoolessaa fudhatu hundi seeraa fi naamusa qormaatichaa sirriitti kabajuu qaba;
Ø Turtii yeroo qormaataa keessatti barataan kamiiyyuu barattoota biro wajjiin miira obbolummaatiin nagaadhaan dabarsuu qaba;
Ø Barataan kamiyyuu yeroo qormaataan alatti gara daree qormaataa seenuun yookaan dhaquun irraa hin eeggamu; yeroo qormaataan alatti barattootni iddoo bulmaataa isaanii yookaan iddoo isaaniif hayyamameen alatti socho’uu hin danda’an;
Ø Barataan kamiyyuu sa’aatii nyaataafi qormaataa haalaan kabajuu qaba;
Ø Barataan kamiyyuu mooraa yuunivarsiitii keessatti dhuunfaanis ta’ee gareedhaan iyyuu yookaan sagalee heddu olka’aa dhageessisuu hin danda’u;
Ø Barataan kamiyyuu sa’aatii qormaataa daree qormaataa keessatti maastikaa qabachuus ta’ee fayyadamuu hin danda’u;
Ø Maatiin barataa kamiyyuu mooraa yuunivarsiitii akka seenu hin hayyamamuuf;
Ø Barataan kamiyyuu iddoo qormaataattis ta’ee daree qormaataa keessatti dirqama kaardii qormaata biyyoolessaa qabatee argamuuf dirqama qaba;
Ø Barataan kamiyyuu gara yuunivarsiitii yommuu dhufu waraqaa eenyummaa mana barnootaa yookaan waraqaa eenyummaa jiraattotaa qabatee argamuu qaba;
Ø Barataan kamiyyuu gara mooraa yuunivarsiitiifi gara daree qormaataa seenuun dura dirqama sakatta’iinsa guutuuf qophaa’aa ta’uu qaba;

Yuunivarsiitii

@segnigudeta @wabisegni
Forwarded from Egeree Post
Iskiriinii bilbilaa kallattiin TV, viidiyoo marsariitii hawaasaa irraa saffisaan tamsaasu.

Iskiriinii bilbila harkaa gara TVtti calaqqisiisuun yeroo suuraa, viidiyoo imala dhiheenya kanaa agarsiiftan, iskiriinii tapha iskiriinii TV guddaa irratti qooddan baayyee faayidaa qaba.

Connect phone to TV - Screen mirroring for TV application kanaan, iskiriinii bilbila Android keessanii salphaatti gara iskiriinii TV keessaniitti mirror gochuu dandeessu.

WIFI Connect gochuu Youtube Mobile keessan irraa achirratti Ilaaluu Tik Tok ,Game garaa garaa ittiin taphachuuf fi kanneen feetan
Liinkii banuun bakka Install jedhu tuquun itti gargaarama kanneen feetan
👇👇👇👇👇
https://apk.3fnews.com/connect-phone-to-tv-screen-mirroring-for-tv-app-and-enjoy/
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Viidiyoo kanarraa waa’ee jireenyaa barattu daawwadhaa #Jireenyi yeroo tokko ol ka’u deebi’anii kufuu gaafata kaayyoo qabaannan ammoo waan hundumaa ni baratta jedhen amana. Via Gemeda


Maal irraa Barannaa...?