Wabii Sanyii
6.69K subscribers
860 photos
26 videos
56 files
964 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
#Namootni isin Ilaallatu dorgomaa
♨️Odeeffannoo #Beeksisaa madda qabatamaaf #qilqqullina Waliin hordofaa
🌈Telegramii #join godhaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
⬇️https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
⬇️https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#Namootni fedha qabdan #dorgomaa βœ…
Beeksisa: Iyyattoota adeemsa filannoo irratti hirmaachuu barbaadaniif

Murtee Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa zoonii jahaa fi aanaalee addaa shan naannoo D/B/B/H irratti kenneef; Iyyattoonni akka qondaaltota filannootti hirmaachuuf fedhii qaban galmaa’uun isaanii ni beekama. Haa ta’u malee, naannoo murtaa’ee fi aanaalee addaa rifarandamiin itti gaggeeffamu kebelee fi buufata filannoo keessatti qondaaltonni filannoo gahaa ta’uu dhabuu irraa kan ka’e iyyattoonni fedhii qaban hanga Adoolessa 12, 2015tti yeroo qaban. Boordiin akka iyyattan button armaan gadii dhiibuun isin beeksisa.
♨️Liinkii banuun dorgomaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0