Wabii Sanyii
6.52K subscribers
885 photos
26 videos
56 files
971 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Beeksisa iddoo duwwaa
=========================πŸ”₯πŸ”₯
Guyyaa Beeksifni bahe 10/2022

Baankiin Awaash gitoota hojii duwwaa armaan gadii irratti iyyattoota qacaruu barbaada.
Ejjennoo-------Hojjetaa eegumsaa
Sadarkaa barnootaa- Kutaa 8ffaa xumure
Muuxannoo hojii- Yoo xiqqaate waggaa lamaaf loltuu ykn poolisii ta’ee tajaajiluu
Umurii- yoo danda’ame waggaa 25-40 gidduutti
Bakka hojii - Addis Ababa
Mindaa- Akkaataa iskeelii baankii
dhiifama Iyyattoonni ragaalee armaan olitti ibsaman dabalatee iyyata harkaan barreeffamee fi waraabbii waraqaa ragaa kutaa 8ffaa keessan osoo hin haqamin dhiyeessu qabu.
#Hubachiisa miindaan inni kaffalu #Harka lama kan hojjetoota #PublicSarvisii akka Caaluus hubadhaa
#liinkii banuun dorgomaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8