Wabii Sanyii
6.52K subscribers
885 photos
26 videos
56 files
971 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Qubee Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u, Computer, Laptop, Tablet, Bibiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii armaan olitti caqafaman bakka jirtanitti ni dhiyeessa."

Teessoon; Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
Lakkoofsa Bil; +251911539551

Haala qabxiin kennamu!
1.Share gochuudhaan qabxii 10% argatta.
2.Maxxansikee immoo baay'ina react/like 'tiin siif qabama. Isaan immoo 90% argatta.

Dorgommiin kun har'a Wiixata galgala sa'aatii 2:00OM irraa eegalee hanga gaafa Jimaata guyyaa keessaa sa'aatii 10:00AM tura. Gaafa Jimaataa 06/08/2015 galgala irratti injifattoonni ni ifoomu.

Link #fb koo jal #like, #Share godha

https://www.facebook.com/100070669717820/posts/pfbid02e2Jyz9CCCW3sarDUYQZapbkN2uhqo6nwva488AfJU7qHJjyWRWCBx1SaZycdqzGtl/?app=fbl
Ashama Akkam Jirtu?
#Kabajamtootaaf #Jaalatamtoota hordoftoota toora miidiyaa hawwasaakoo. Dorgommii badhaasa qabu kana na injifachiisaa.
 https://www.facebook.com/100070669717820/posts/pfbid0aUfo4yZqMLXtT7mYkLheufg2gzZiM4nUprV4m47ZopKQNAsZYMHtWALZ5VgELSBMl/?app=fbl

Maxxansa koo kana #Like fi #Share. Dabalatas peejii Qubee kanan #meenshin taasise kana Follow taasisaafi.
Forwarded from Egeree Post
โœ…Guutummaa Maqaa keessanii #darbii cuqaasuun Ilaalladhaa

๐Ÿ‘‡Liinkii qofa banuun maqaa keessaniif guyyaa #Isaa qofaa baraa Ariifachiisaa
#Share godhaa waliif

#Waamicha Ariifachiisadha
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/563367552565781/
Namni kamuu dorgomee badhaafamuun mirga isaati. https://www.facebook.com/100070669717820/posts/256896370009352/?app=fbl liinkii kana #Like fi #Share godha

Hiiryoota hojii koo jaalatan qofaf.
Forwarded from Egeree Post
#BeeksisaHaaraa

โœ…Baankii Oromiyaa

๐Ÿ”ฅGuyyaa #Beeksichi Dhoobame 04/08/2015

๐ŸšจOromia Bank invites qualified and competent applicants for the following positions
#Guutummaa isaa liinkii banuun gitoota isin ilaallatu irratti dorgomaa adaraa #Share gochuun hiriyootaaf lammii keenyaaf qoodaa
liinkii Beeksisichaa banuun dorgomaa
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid0qjbkofTqcBSJabW7SruMjFLUhWdXqcHCriQgfaj161NTCNABVNdsePDpu2BNjfp2l/?app=fbl
๐ŸšจWaamicha #Qormaataa
๐Ÿงฟ Baankii Gadaa fi #Beeksisa Baankii #Awash
Guutummaa isaa liinkii banuun Waliif qooduun ilaalaa #Share gochuun

๐ŸŒˆTelegramii asii gadii banuun
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
๐ŸงฟUpdate

Addis Ababa Institute of Technology (AAiT) -Ethiopia แ‰ แˆšแŠจแ‰ฐแˆ‰แ‰ต แ‹จแˆตแˆซ แˆ˜แ‹ฐแ‰ฆแ‰ฝ แ‰ แ‹œแˆฎแ‹“แˆ˜แ‰ตแŠ“แ‰ แˆแˆแ‹ต แˆฐแˆซแ‰ฐแŠžแ‰ฝแŠ• แŠ แ‹ˆแ‹ณแ‹ตแˆฎ
แˆ˜แ‰…แŒ แˆญ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆแข


Position:
1: Safety Inspector
2: Site Engineer
3: Site Engineer-Plumbing
4: Site Engineer-Electrical
5: Site Engineer-Civil 
6: Site Inspector-Electrical
7: Site Inspector-Mechanical
8: Site Inspector-Civil
9: Quantity Surveyor
See full information join our telegram

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
๐Ÿ“šQualification and Education level
BSc. in COTM,BSc in Civil/Mechanical Engineering,BSc. in Electrical Engineering

๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น Location แก Addis Ababa
 

โŒDeadline แก แˆšแ‹ซแ‹šแ‹ซ 25/2015 แ‹“.แˆ

๐ŸŒˆTelegramii Join gochuun gitoota isin Ilaallatuu irratti dorgimaa Isin hin Ilaallatu yoo ta'e namoota hojii barbaadaniif #Share godhaa liinkii banuun Apply godhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Egeree Post
#Update Oromia Bank

Oromia Bank Vacancy  

Position 1 โ€“ Legal Clerk  
Position 2 โ€“ Junior Attomey  
Position 3 โ€“ IT Risk Management Officer  
Position 4 โ€“ Call Center Officer   Position 5 โ€“ Senior Administrative Assistant  
Position 6 โ€“ District HR Business Partnering Officer  
Position 7 โ€“ Performance Management System Officer  
Position 8 โ€“ Compliance Officer  
Position 9 โ€“ District Talent Acquisition Officer  
Position 10 โ€“ Leadership. Development Officer  
Position 11 โ€“ Senior Attorney  
Position 12 โ€“ Senior Talent Development Officer   
Position 13 โ€“ Senior IT and Systems Auditor   
Position 14 โ€“ Principal Talent Development Officer  
Position 15 โ€“ Principal Leadership Development Officer   Position 16 โ€“ Principal System Administrator  
Position 17 โ€“ Principal Data Center Administrator  
Position 18 โ€“ Manager District HR Team  
Position 19 โ€“ Branch Manager I
โœ…Guutummaa isaa liinkii asii gadii banuun dorgomaa gitootaa baayyedha #Share gochuu hin dagatinaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
DARGAGGUMMAA
"Ergaa dargaggoota gargaaru kana #share waliif godhaa!

"... Yaadni galgala dhufa, humni ganama dhuma!"
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ "Jireenya keessatti wanti gaddisiisaan dafnee dulloomuu keenyaafii turree immoo ogeessota ta'uu keenya" โ”€ Beenjaanii Firaankiliin

เน› Dhugaa dubbachuuf jechi beekaan kun dubbate baay'ee nu ilaallata. Maaliif yoo jenne dargaggoonni keenya baay'een isaanii yeroo dargaggummaa wantoota baay'eetti humna isaanii fixu. Kunis lafa itti ogeessota ta'an miti.
Lafti yeroo dulloomtu teessu, lafa yeroo dargaggummaa turteedha.

เน› Dargaggummaatti ogeessota ta'uu kan qabnu yeroo humni keenya dhume/yeroo dulloomne warra yaada hubatan taana! Kanaaf yeroo dargaggummaatti ogeessota ta'uudhaaf yeroo hunduma dubbisuun sammuu ofii misoomsuun karaa milkaa'ina keenya jalqabaati.
Akkasuma namoota dullooman yaada irraa fudhachuun caalatti gaariidha. Wanta hojjechuu qaban yeroo hojjetamuu qabutti hojjechuu dadhabanis eenyu hojjetee milkeessuu akka danda'u in beeku. Gorsa fudhachuun eenyuufuu gaariidha.

เน› OGUMMAAN JIRAATANII DARBUU CAALA, WANTI NAMA GAMMACHIISU HIN JIRU!

Namoota ogummaa isaanii fi yaadni isaan keessaa burqu ajab nama jechisiisu, nama umurii isaa 36 keessatti kitaabota 89 barreesse Felix B. Carter link kana tuquun dubbisaa! โ”€>
https://t.me/wabisegni
#Galatoomaa/ThankYou
#Telegiramii t.me/segnigudeta Subscribers 122,000 qabu irratti odeffannoo #beeksisa wayitawaa guyyaa guyyan bahu #maxxansuun namoonni baasii hin tanne osoo hin saaxilamne #bilbila harkaa isiin fayyadamuun #hojii motummaa fi miti motummaa akka #dorgomaan gargaaruu.

Yoo isinitti tole namoota #jaallattaniif #share #add

#Kayyoon koo. Dhaloonni ilaalcha gaarii akkaa qabu barsiisuuf, leenjisuu fi fakkeenya ta'e jiraachuu dha.
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Dhaamsa Barattoota Eebbifamtoota
bara kanaaf (GC of 2023/2015 EC).

Hunda dursa barattoonni bu'aa ba'ii jireenyaa hunda mootani sadarkaa kana geessan baga firii dadhabbii keessanii agartan, baga gammaddan! Congratulations to you all GC of 2023 (both students of public and private universities)

Warreen #Exit_exam qabxii darbiinsaa fiddanii milkooftan baga gammaddan. Qorumsicha darbuun haga geessu itti agarsiisun gaaridha namatti tola. Ammoo gammachuu akka malee hin barbaachisu. Maal gammadda hiriyootakee sibira qabxicha hin galmeessine hin yaadattuu? Bzw #exit_exam wanta addaas miti barnoota fi qorumsa yoo ta'e barattoota sadarkaa kanaf haaraa miti, waanuma nama ajaa'ibus hinqabu, wantootuma barachaa turte deebite yaadattee deebisuudha. Dandeetti fi gahumsa kee guutu safara jechuu hin dandeenyu. Formaalitif malee waan addaa maal qaba, yoo barnootaa namuu walumaan waggaa 16 ykn 17 baranne! Qorumsicha dabarteef jireenyi hundi milkaa'a jechuu miti, qabxicha dhabdeef immoo kufte jechuu mitis! Failure is inability to be open to learn and change, not scoring under your expectation!

Warreen #Exit_exam qabxii darbiinsaa hin galmeessine qabxii 1 haga 5 qofaaf akka ta'e beeka! Hiriyoota kee biraa gaafa waan xiqqoof gufattu sitti dhagahama, hiriyaa keettis hedduu dhagahama. Kuni garuu kufaati jettee yaadnan sin taajjaba. Deebite qorumsicha fudhattee ni milkoofta. Challenge keessa dabartee as geesse beekta kanaaf kuni si ajaa'ibuu hinqabu. Beektef qofa qorumsicha hin dabartu, wallaaltefis galmeessuu hin dadhabdu beeki. Haalota garaagaraa fi carraatu murteessa. Department baratamu gargari, haalli nuuf mijatu gargari, miirri nuti keessa jirrus gargari. Department salphaatti dubbifamee hubatamu jira, kanneen osoo hagamuu dubbiste siif galeeyyu gaafilee isaa salphaatti hin hojjannes jira. Every entity in this world is not competitive, it is unique in nature! Kanaafu department keerraatti yeroof milkaa'u dadhabde jechuun kufaati miti. t.me/segnigudeta erga isa yoo #jaallattan #share godha. yaada kennaa Viv Lalisaa.B
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#EEBBIFAMTOOTA HAARAAF
GORSAWWAN BARBAACHISOO

1.Cimina keenya beekuun qormaata barreeffamaa yookiin gaaffii afaaniif dhiyaachuuf baay'ee barbaachisaadha.Ta'us garuu qabxii olaanaa waan qabduuf qofa qacaramuu ni dandeessa jechuu miti.Gaaffii afaanii irratti adda duree ta'uu qabda.Qormaanni barreeffamaas yoo jiraate akka salphaatti akkamitti darbuu dandeenya kan jedhu beekuun murteessadha.Qabxiin jalqabarratti qormaata irratti dhiyaachuuf carraa nuuf kenna.

Carricha fayyadamuun immoo dhimma biraati.Gaaffiin afaanii baay'ee barbaachisaa waan ta'eef namootni baay'een waan hundumaa darbaniit asirratti geggeeffamu.Cimina keenya beekuu jechuun digirii waan qabnuuf qofa yookiin qabxii olaanaa waan qabnuuf jecha akka milkaa'ina guddaatti lakkaa'uu osoo hin taane hanqinoota keenya beekuu fi guutuun baay'ee barbaachisaadha

Qabxii olaanaa yoo qabaanne qormaata barreeffamaa,gaaffii afaanii fi qormaata gochaaf qophaa'uun gaariidha.Qabxiin keenya gadaanaa yoo ta'e immoo xiyyeeffannaan keenya muuxannoo hojii irratti ta'uu qaba.Ji'ootaaf ykn waggootaaf waan eebbifamteen hojii yoo hojjattee fi muuxannoo hojii seera qabeessa yoo qabaatte qacarrii fooyyee qabu
yoo barbaadde, muuxannoo hammam qabda? kan jedhu malee qabxiin yuunivarsiitii ykn kollejjii kee meeqa? jedhanii hin
gaafatan.Kanaafuu,hojii osoo hin tuffatin miindaan hammam iyyuu haa ta'uu hojiin ati hojjattu ogummaa ati ittiin eebbifamteen yoo ta'e akka qacaramtu ni gorfama.Muuxannoo yoo qabaatte gara hojii barbaadduutti dhufuu dandeessa.

2.Namootni hojii dhabdoota ta'an biyya kana keessatti naannoo miliyoona hedduu ta'a ta'u.Kanaafuu,ati warra kaanirraa adda taatee argamuu qabda.Akkamitti? Tolaan hojjachuun guyyaa eebbifamterraa eegalii kanfaltii malee
hojjachuu of barsiisi.Tajaajila tola ooltummaa kennuun muuxannoo fudhachuu fi akkamitti akka hojjatamu baruu dandeessa.Namni kanfalee ni barata.Kanaafuu,hanga qacaramtutti hin taa'in.Namoota dhuunfaa ykn dhaabbata si waliin hojjachuuf fedhii qabu waliin hojjadhu.Leenjiiwwan gaggabaabaa fi qormaata "COC" qoramuun waraqaa
ragaa kan kennan yoo jiraatan fudhadhu.

3.Ogummaa kee malee qarshiif hin bitamin.Qarshiif jettee hojii ogummaa keen wal hin qabanne yoo hojjatte gara hojii ogummaa ittiin eebbifamteetti carraan deebi'uu xiqqaadha.Yeroon erga deemeen booda digiriin kee akka ati homaa ittiin hin hojjanneetti lakkaawwama.Muuxannoon hojii kee 0'n yeroo itti fufu kan barattes ni dagatta.Kanaafuu,kanfaltii irratti osoo hin taane hojiin hojjadhu kun ogummaan baradhe waliin ni deemaa? jedhii of gaafadhu.Muxannoon hojii hammam barbaachisa? Yeroo xiqqoof ogummaa keetiin qarshii xiqqoon yoo hojjatte yeroo muraasa booda barbaadamaa taata.

4.Toorawwan intarneetii beeksisa qacarrii irratti hojjatan,miidiyaalee hawaasaa,telegiraamii,fesbukii
fi gaazexaa garaagaraa irraa beeksisa hojii hordofi.

5.Hojii osoo hin filatin ogummaa ittiin eebbifamteen yoo ta'e kanfaltii gadaanaa yoo ta'e iyyuu waan argatte hojjachaa hojii fooyya'aa barbaaduun barbaachisaadha.

6.Waajjiroota mootummaaf duursa kenni.Kanfaltiin waajjiraalee mootummaa fooyya'aa jira.

Akkasumas tajaajilawwan kanneen akka barnoota,mana,konkolaataa fi carraawwan biroo argachuu
dandeessa.Waajjiroota dhuunfaatti yeroo qacaramtu malee yeroo si baasan hin beektu.Sababniisaa,guyyoota muraasaaf rakkattee yoo hojii irraa hafte yookiin waajjirichi kasaaraa keessa yoo seene sababa funaanee hojiirraa si geggeessuu
danda'a.Carraa hojii dhaabbataa osoo qabduu dhiistee hojii kontiraataa hin hojjatin.

Sababni isaa,hojicha erga fixxeen booda deebitee hojii dhabaa waan taatuuf.

7.Qormaata barreeffamaa fi gaaffii afaaniif wayita waamamte,yoo argatteef namoota kanaan dura
achitti qacaraman ykn toora intarneetii irraa odeeffannoo barbaachisu funaannadhuu dhaqi.Hammamiyyuu ani cimaadha yoo ofiin jette namni odeeffannoo qabu si caala.
Kanaafuu, odeeffannoo qabaannaan luka tokkoon akka seente beeki.

8.Beeksisa hojii ogummaa kee waliin deemu hundumaa yaaluu qabda.Namni inni barbaadu tokkos ta'ee sanaa ol akkasumas miindaan isaa xiqqaas ta'u guddaa yaaluu qabda. @segnigudeta waliif #share
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Abdii kutuun Diina milkaaโ€™inaati

"Abdii kutannaan karaa kufaatiitti geessu
Isa amansiisaadha!" Genaa Showaalter

Wantonni jireenya dhalaa nama jijjiiruu danda'an hedduun galma hin ga'iin kan hafan abdii kutannaa dhala nama irraa kan ka'edha. Namni mo'u abdii hin kutatu, namni abdii kutatu immoo hin mo'u....!

Naannoon keessatti dhalatan kamuu carraa gaarii kan mataa Isa qaba. Rakkoo naannoon kee qabu irratti xiyyeeffattee abdii kutuu manna, carraa gaarii naannoon kee qabuti fayyadamuu irratti xiyyeeffadhu.

Seen~duubee kee ilaltee abdii hin kutiin, dandeettii qabduun sochii eegali, awwaala dhiibbaa seen duubee kee kan gara fuula duraatti akka hin deemne si daangesse keessaa ba'i.

Waan tokko hojjechuu yaaltee itti milkaa'uudha yoo baattee, sun kufaatii otoo hin taane muuxannoo dha
Muuxannoo san irraa waan guddaa tokko baratta. Jireenya kee keessatti abdii kutannoon diina kee isa guddaadha.

Fayyaa guutuu qabaannaan abdii kutachuuf sababa tokko ille hin qabdu. Jireenya kee keessatti sagalee wacaa naannoo kee jiruuf iddoo hin kennin. Qeeqa namoota sodaachuunis kaayyoo kee irraa gara boodaa hin deebi'in. Hojii kamiyyuu yoo hojjettee gaarii ta'u hamaa namonni si qeeqan yeroo hundaa ni jiru either Negative attitude or Positive attitude.

Jireenya kee raawwattee namoota kanniin hin madaaliin. Eenyuu iyyuu hin dorgomiin. Ga'umsa dhokataa keessa kee jiru gadi baastee ittin hojjechuuf qofa of dorgomi. Milkaaโ€™ina Kees ta'e kufaatii kee kan nama kamiitti iyyuu hin dorgomsiisin.

Namni kan ittin madaalamu madaallii sirriin namummaa isa qofa. Sanan ala madaalliiwwaan
jiran hunduu madaalliiwaan dogoggoraati.
Qoramaanni ati qoramtu kan namni qorame hin beekne miti. Haa guddatu haa xiqqaatus namni kam iyyuu rakkoo mataa isaa qaba. Kanafuu haala keessa jirtu ilaaltee abdii hin kutiin.

Kaayyoo dhaabbata malee rakkoo dhaabbata hin jiru! Namoonni yeroo baayโ€™ee maaliif abdii kutu......? Yoo #jaallattan #like #share #comment godha

Positive mind find opportunity in everything. While negative mind find fault in everything

https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Seenaa koo kanneen yeroon kaasu hiriyoota koof fakkeenya ta'uuf malee of himuuf akka hin taane himuun barbaada. Si'achi jireenya rakkisaa akkasii jiraachuu dhiisuu waanan danda'uuf! #BirqeeGassee

Fb irraa #Share godha
https://www.facebook.com/100070669717820/posts/pfbid0PEJvr6tiAkwrAaNcRn8xHndc9QYt9Vi975AHL1uoVxsczz7BjhGYZn4ihH3Bgc1yl/?app=fbl
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Maqaan Koo Birqee Gassee jedhama. Kanan dhaladhe Naannoo Oromiyaa, Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaa Coomman Guduruu, Magaalaa Gabatee 01 keessattidha. Barnoota sadarkaa tokkoffaa bara 2000ttin eegale. Kutaa sadaffaa irraa kaasee hojiiwwan humnaa tokko tokko hojjechuun meeshaalee barnootaaf na barbaachisan guuttachuun barnoota koo itti fufe. Yoo xiqqaate deemsa daqiiqaa 40f isaa ol ta'u aduu saafaa akka ibiddaa boba'u keessa lafoo adeemeen barachaa ture. Kan na guddise eessumni koos haadha manaa waan hin qabneef  isaaf nyaataa  bilcheessaan barnoota koo sadarkaa tokkoffaas itti fufe.  Ta'us rakkoowwan kunneen hunduu kaayyoof mul'ata koo karaatti  hin hambisne, inumaayyuu morodee qara na baase malee. Barnoota koo sadarkaa tokkoffaas kutaa lammaffaa irraa kaasee hanga saddeetiitti sadarkaa duraa qabachuun gaafa ayyaana maatii badhaasa guureen galaa ture. Bara 2008titti immoo gara bakka dhaloota kootti deebi'een barnoota koo sadarkaa lammaffaa eegale. Ergan gara biyyaatti deebi'ee boodas jireenyi daran natti hammaatte. Meeshaalee barnoota kanneen akka uffata dambii mana barnootaa kan mucaan adaadaa koo ittiin baratte fudhee, dabtara muraasa na hir'atee immoo dabtarawwanan duraan ittiin baradhe walitti hodhuun lakkoofsa isaa guuchiseen barnoota koo sadarkaa lammaffaa eegale. Yeroo gannaa guyyaa hojii ijarsaa hojjechaa, halkan immoo hojii ogummaa harkaa ykn hodhaa hodhuun bara barnootaa itti aanuuf meeshaalee barnootaa bitadheen of qopheessa. Haaluma kanaanis barnoota koo sadarkaa lammaffaa xumureen gara qophaa'inaatti darbe. Bara barnootaa kanas hojii Wal fakkaataa guyyaa sanbata xiqqaa fi dilbataa hojii ijaarsaa hojjechuun; bona waqtii midhaan sassabamu immoo guuraa xaafii fi quncisaa boqqolloo hojjechuun waantota humni maatii koo naaf guutuu hin dandeenye guuttachaan barnoota koo barachuu itti fufe. Uffata namaa miicuun, meeshaalee manaa qulqulleessuu fi midhaan namaaf qopheessuun hojiiwwan ani hiriyoota waliin kireeffadhee galu dhoksee hojjechaa turedha. Jireenya wal hin qixxaanne akkasii keessa darbuunis barnoota koo Mana Barumsaa Qophaa'inaa milkaa'ina guddaan xumureen kaadhimamtuu barattuu Yuunivarsiitii Asoosaa ta'e. Maatiin koos Waan qabu gurguree  gara Yuunivarsiitii Asoosaatti na erge. Anis achi akkan gaheen torban tokko booda bakka hojiin guyyaa itti argamu iyyaafachuun eegale. Guyyaa sanbataa fi dilbataas hojii idilee koo taasifachuun hojii ijaarsaa hojjechuun qaawwa jireenyaa tokko tokko guuttachaan  barnoota koo itti fufe. Waqtii gannaas osoon Yuunivarsiitii irraa hin galiin bakka hojii mijeeffaachuun na biratti baratamaadha. Haala kanaanis turtiin barnoota Kaampaasii keessaa qabu milkaa'ina guddaan xumuruun muummee Afaan Ingilizii irraa qabxii 3.94 fiduudhaan Yuunivarsiitii sanarraa gurra cabsaa taa'ee argamuun Geeba bara kanaa injifadheera.  Waanti kaleessa kuunnoo jennee fagootti ilaallu sun kunoo jennee ijaanis argineerra. "Gowwaan of irraa ilaalee bara; gamni garuu nama biraa irraa ilaalee bara," akka jedhu Oromoon, waantoonni ani olitti barreesse kunneen anaaf seenaadha, obboloota baay'ee na duubaan dhufaa jiraniif garuu barnoota, gorsa akkasumas muuxannoo ta'uu danda'a jedhee waanan yaadeefan seenaa jireenyaa koo muraasa isiniif qooduu barbaade.
                
                   ERGAA
Dhalli namaa hundi gaafa dhalatu jireenya addunyaa wal fakkaataatti hin dhalatu. Kanaaf  gaarii haa taatuu hamtuu hunduu hiree hiree isaa jiraachuuf dirqama. Jireenya  mo'atanii milkaa'uun immoo injifannoodha. Kanaaf  ani muuxannoo fi gorsa dhabuu irraan Kan ka'e fayyummaa qaamaa fi xiinsammuun midhamus akkasumas jireenyan dabarsuu qabu osoon hin dabarsiin hafus, obbolootni jireenya akkasii jiraachaa jiran yoo jiraatan barreeffama gababaa armaan olii kanarraa waan hedduu hubachuu danda'u jedheen yaada.

Hojiin xiqqoo hin qabu, hin tuffatamus, fayyummaa nama hanga hin miinettii fi safuu hawaasaa hanga hin cabsinetti kabajadha Waliif #Share
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Biiroon Haqaa Bulchinsa Magaalaa Finfinnee Abbootii Alangaa 40 (afurtama) muuxannoo kan hin gaafanne, qacaruu waan barbaaduuf ogeeyyiin seeraa ulaagaa armaan gadii guuttan itti dhiyaadhaa โš–๏ธ

1. Eebbifamtoota bara 2014 fi 2015 yemmuu ta'u dhiiraaf GPA 3.5, dhalaaf 3.25 akkasumas qaama miidhamtoota dhiiraaf 3.25, dhalaaf 3.00.
2. Qormaata ba'umsaa (Exit Exam) kan darban eebbifamtoota bara 2014 qabxii 51 fi isaa ol, eebbifamtoota 2015'f ammoo qabxii 64 fi isaa ol.
3. Leenjii hojiin duraa leenji'uuf fedhii kan qabu/qabduu fi leenjicha ga'umsaan xumuruu akkasumas iyyata qacaramuuf fedhii qabaachuu isaa/ishee ibsu kan dhiyeessu/dhiyeessitu.

3. Bakki Galmee:- Kutaa Bulchinsa Magaalaa Lidetaa (Caffee Muudaa) Marfata Meeksikoo (Caffee Aannanii) Gamoo Phillips jedhamee beekamu cinaa Biiroo Haqaa Bulchinsa Magaalaa Finfinnee gamoo 5ffaa Kutaa Bulchinsa Abbootii Alangaatti.

Guyyaa Galmee:-  Guyyoota hojii itti aanan 15 keessatti ta'a.

@segnigudeta Waliif #Share godha