Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Hubaachisa/Attention
#Kabajamtootaaf #Jaalatamtoota hordoftoota toora miidiyaa hawwasaakoo huundaaf Ani beeksisa guyyaa guyyan bahu isin gahu malee #Faddala miti hojataa fi hojachiisa waliit hin fidu ,Odeeffannoo beeksisa maxxansuu malee hojii nama galchuu hin danda'uu
Kanaafuu kabajamoo hordooftoota toora miidiyaa hawwasaakoo kan taatan martuu ani toora Facebookiis ta'e telegiramii kan isin ittin na beektan addatti akkan hin qabnee akka naaf hubattan kabajaanin isin gaafadha. Namoota maqaa nama daldaluu irraa of eeggannoo godha saaxila
#Kayyoon koo. Dhaloonni ilaalcha gaarii akka qabu barsiisuuf, leenjisuu fi fakkeenya ta'e jiraachuu dha..
Hojii idileeti. Ogeessa Baankiit, leenjiisaa PD, Tola Oola fi Abbaa Biizinasii of danda'a dha. #beeksisa wayitawaa guyyaa guyyan bahu maxxansuu qofa dha
➦➣Facebook Page #follow godha
https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820
Hordoftoota 49 ,910 kan qabu qofa
➦➣Telegiramii page
t.me/segnigudeta #Join godha
koo #Subscriber 127,728 ol kan qabu dha.

Yooyyaa!
Ammallee Yooyyaa!
Baga jala bultii Ayyaanna guddichaa
Oromoo Irreechaan sin gahe nu gahe.
Yuutuubii odeeffannoo Wayitawwa kan biyya keessaa fi biyya alaa hanga danda'e saffisaan isin biraan ga'u kana seenuun Subscribe gootanii akka hordoftan isin affeerreerra! #Subscriber gochuun Mallattoo bilbilaa tuquun all kan jettu irra kaa'aadhaa!
👇
https://www.youtube.com/@sidadamenaofficial.2536

YouTube
Naannoo Media
Oduu,seenaa fi wantoota garagaraa ni dhiyaata. ሀገራዊ ዜና እና የተለያዩ ቁምነገር እናቀርባለን !