Vet Services
2.48K subscribers
2.13K photos
30 videos
168 files
609 links
*Education and informations related to Veterinary Medicine and/Animal Health
*Animal prodn/farming
*Vacancy announcements/promotions
For your questions or ideas use Email address: ethiohs199@gmail.com
Admin 👉 @vetEtf1
https://t.me/veterinary_service
Download Telegram
Yuunivarsiitiin Haramayaa teekinoolojii horsiisa re'oota mala ammayyaan diiqaalomsu eegale.

Ogeeyyiin fayyaa beeyladaa yunivarsiitichaa mala saayinsaawaa walhormaata namtolchee (Artificial Insemination) fayyadamuun re’oota diqaaloomsuun horsiisuu eegaluu isaanii beeksisan.

Sanyiiwwan re’ee adeemsa walhormaataa kanaan oomishaman foon hanga kg 15 fi aannan guyyaatti hanga liitira 3 dandeettii oomishu qabu jedhaniiru.

Kolleejjii Fayyaa Beeyladaa Yunivarsiitii Haramayaatti piroofeesara fayyaa beeyladaa fi hawaasaa kan ta'an Dr. Shimallis Mangistuu, adeemsi re'oota diqaalomsu dura ture hanqina waan qabuuf, Mala namtolchhee re'oota diqaalomsuu fayyadamuun Sanyiiwwan re'oota addunyaa irratti oomisha gaarii qabaniin bakka buusun horsiisuun barbaachisaa ta'uu ibsan.

Malli horsiisa namtolchee sanyii kormaa re'ee fuuchuun re’oota dhaltuuf kennuu bu’aalee aannaniifi foonii fooyya’aa akka argamsiisu ibsaniiru.

Beeylada diqaalomsuun heddumminaan kan barame loon irratti akka ta'e himuun, amma garuu hojiin adeemsa kanaan re’ootaa fi hoolota horsiisuu hojjetamaa jira jedhan.

Dr. Shimallis akka jedhanitti yuunivarsitiin Haramayaa Muuxannoo horsiisa hoolaa diqaalomsuu Naannoo kibba Itoophiyaa Dayyoomannaatti jiru gara bahaatti fiduudhaan,hojii oomisha foonii fi aannanii fooyya’aa ta’e argamsiisu hojjechuu eegaluu isaa himan.

Milkaa’ina hojii horsiisa re’ee diqaalomsuu namtolchee Yunivarsiitii Haramayaatti argameef waajjiraaleen akka, waajjira dhimma barnootaa yunivarsiitii Haramaayaa, waajjira Qorannoo fi Hariiroo Hawaasaa, wajjira itti-aanaa Pireezidaantii fi Giddu-galli Qorannoo Qonnaa Lafa Gadi-aanaa Idil-addunyaa 'ICARDA' kan isaan deeggeran ta'uu Dooktar Shimallis himaniiru.

Yunivarsiitii Haramayaatti ogeessa saayinsii beeyladaa kan ta'an Obbo Dhugaasaa Dassaleny akka jedhanitti, hojii hoolaa irratti milkaa’aa ta’e irraa muuxannoo erga argataniin booda ogeeyyiin yunivarsiitichaa sadii re’ee horsiisuu eegalaniiru.

Fedhii oomishaa olka'aa jiru ilaalcha keessa galchuun teeknoolojii walhormaata namtolchee fayyadamuun barbaachisaa ta’uu himanii, Hojiin re'oota diqaalomsuu re'oota 10 irratti eegalame bu'aan isaa madaalame haga iddoowwan Baha Itoophiyaatti argaman hundaatti kan babal'ifamu ta'uu himaniiru.

HU FM Radio
Yemishet yedabo megagrya machine. Bale sost batra. Hulet wor bcha yagelegele.
Adrasha: Adama akebabi
Waga: 240,000, tinish dirdir alew
Megzat yemitfeligu bewust mesmer anagrun.
https://www.facebook.com/groups/1153093882014917/permalink/1396568491000787/?app=fbl
በፓዌ ግብርና ምርምር ማዕከል በእንስሳት ምርምር ዘርፍ ለህብረተሰቡ የተሻለ ምርት ያላቸዉን የእንስሳት ዝርያዎች ለመለየት የተለያዩ የምርምር ስራዎች እየከናወነ እንደሚገኝ አስታወቀ፡፡
በኢትዮጵያ ግብርና ምርምር ኢንስቲትዩት የፓዌ ግብርና ምርምር ማዕከል ከሚያከናዉናቸዉ የምርምር ስራዎች መካከል የእንስሳት ምርታማነትና ዉጤታማነት ማሻሻል ላይ የተለያዩ የምርምር ስራዎች እየተሰሩ ሲሆን ከእንስሳት ምርምር ስራዎች ዉስጥም አካባቢዉን በመላመድ፣ በምርት፤ በጥራትና በሽታን ከመቋቋም አንጻር ላለፉት ሰባት ዓመታት በሶስት የፍየል ዝርያዎች ላይ የምርምር ስራዎችን በመስራት ከሶስቱ ተሽሎ የተገኘዉን ዝርያ በመለየት በቅርቡ ዉጤታማነቱ የተሻለ የፍየል ዝርያን ለህብረተሰቡ ለማሰራጨት በማህበረሰብ አቀፍ የዝርያ ማሻሻያ ፕሮግራም ለሚሳተፉ አርሶ አደሮች በፍየል እርባታና አያያዝ ዘዴዎች ላይ ያተኮራ የአቅም ግንበታ ስልጠና በመስጠት ዝግጅት ማድረጉ ይታዉቃል፡፡

በምርምር ዉጤቱ የተለየዉና የጉሙዝ ፍየል የተሰኘ ስያሜ የተሰጠዉን ዝርያ ለህብረተሰቡ በማቅረብ ተጠቃሚ ለማድረግ በፓዊ ወረዳ በአባት በለስ ቀበሌ አስተዳደር በተመሰረታዉ የዕድገት ፋና የጉምዝ ፍየል ዝርያ ማስፋፊያና ግብዓት አቅርቦት ህብረት ሥራ ማህበር የበለጠ ለማጠናከር በተዋቀሩት ቡድን አባላት አማካኝነት ለተመረጡት አርሶ አደሮች የማዕከል ዳይሬክተር ፤የእንስሳት ምርምር ስራ ሂደት፤ የፓዌ ወረዳ ግብርና ፅ/ቤት ሃላፊ፤በፓዊ ወረዳ መሬትና ህ/ሥራ ፅ/ቤት ባለሙያዎችና የማህበሩ ኮሚቴዎች በሉበት የጉምዝ አዉራ ፍየል ርክክብ ተካሂዷል፡፡
#ፓዌ_ግብርና_ምርምር ማዕከል
Forwarded from abdi Yusuf
Leenjii Qindeessumaa Gidugaleessa Laaboratoorii Eegumsa Fayyaa Beeyladaa Asallaatiin Walta'iinsa University Finfinnee damee fayyaa beeyladaa, Dhaabaata SPANA fi Biiroo Qonnaa Oromiyaa guyyaa sadiif magaalaa Bishooftuutii Piiroofesaroota (Pro) adda addaatiin ogeessa gidugaleessa Laabooratoorii Asalla, Hirna fi Yaabeeloo dabalatani aanaalee operational area keenya keessa jiran 25 kennama turee karaa milkii qabun xumuramee jira
Premixes are needed for animal feed processing. We need suppliers in Ethiopia. Contact us now!
Mail: ethiohs199@gmail.com
Forwarded from Vet Services (Vet focus)
Hello Veterinarians interested in Enterpreneurship in livestock sector. Let's change the sector through improving the productivity and assuring utilisation of our society.
Contact us we will show you some directions. We need to contact new graduates mainly!
Use addresses:
*Email ethiohs199@gmail.com
@veterinary_service