Vet Services
2.26K subscribers
1.94K photos
28 videos
102 files
566 links
*Education and informations related to Veterinary Medicine and/Animal Health
*Animal production/farming
*Vacancy announcements/promotions
For your questions or ideas use Email address: ethiohs199@gmail.com
https://t.me/veterinary_service
Download Telegram
Summer Training Opportunity
July 17, 2024
Jimma University
*********
We are in the community !
Dhukkuboota Alala-guurtotaa (Ruuminantootaa) Talaalliidhaan Ittifamuu Danda'an
Diseases of Ruminants prevented by Vaccination

A. Dhukkuba Maasaa (FMD)
B. Heemorheejik Seeptiseemiyaa (HS)
C. Bilaak Kuwaartar (BQ)
D. Gachisiisaa (Biruseeloosisii)
E. Infeekshiyees Boovaayin Riinootiraakeeyitis (IBR)
F. Dhukkuba Saree Maraattee/Maraachisuu (Reebiisii)
G. Dhukkuba Abbaa Sangaa (Antiraaksii)
H. Teeleriyoosisii
Forwarded from Hussein Guye
Lukkuu Bovansi kan killee Busuu Eegalan naa qabaa Iddoon Roobee Baalee gatiin wali galteen
Sanyii Beeyiladaa Fooyyessuu/Jijjiiruu (Up Grading)

-Aap gireediing jechuun sanyii beeyiladaa dhawaata diqaalomsuun akka isa fooyyee qabuutti jijjiiruu jechuudha. Diqaalomsuun sanyii beeyiladaa oomisha xiqqaa qabanii fi oomisha guddaa qabanii jidduutti kan gaggeeffamu yoo ta'u, kaayyoon isaa oomishtummaa dabaluudha. Haaluma kanaan saawwan naannoo oomisha gadi aanaa qaban sanyii kormaa biyya alaa kan oomisha ol aanaa qaban waliin hojiin diqaalomsuu kennamaa jira. Yeroo sanyii beeyiladaa jidduutti diqaalomsuun raawwatamu bu'aan argamu akka asii gadiitti dhihaata.

*Sanyiin beeyilada kormaa biyya alaa (E/Exotic) (haa jennuu) sanyii beeyilada dhalaa biyya keessaa (I/Indigenous) (haa jennuu) waliin yoo diqaalomsaman:
*Aap gireediingii haala asii gadiitiin mul'isuun ni danda'ama:
*(100%I) X (100%E)
*F1🔙 (50%I:50%E) X (100%E)
*F2🔚 (25%I:75%E) X (100%E)
*F3🔚 (12.5I:87.5E) X (100%E)
*F4🔚 (6.25I:93.25E) X (100%E)
Haaluma kanaan itti fufuu danda'a.
Take care of such scammers!
Forwarded from Muhammed Seid
በወረዳችን ለረጅም ጊዜ በቀበሌ ህ/ስ/ማ የቆዩ ዘመናዊ ቀፎዎችን በመለየት ወደ ስራ የተገባ ሲሆን, ይህ በ03 ቀበሌ ለተደራጁ ወጣቶች ለቀጣይ ለህብረ ንብ ማዛወር ስራ የተዘጋጀ ቃሉ ወረዳ
Yeguaya zer (yeinsisat meno)
Sanyii gaayyaa
40 times...
Vaccinate your dogs