UNITY IS POWER πŸ”‹
147 subscribers
32 photos
3 links
If you join this channel
You get life change opportunity that is
: Personal Development
: Asset Building Business (NWM)

@guta6418
Download Telegram
Namoonni 500 ol leenjii of gahoomsuu karaa sarara Telegram fudhachaa jiru.

#Personal_development
# Networking marketing

πŸŒ»πŸ‘‰@guta6418
Tr.Kasu Jambo
Co-Founder of Breakthrough Trading S.C
Tr.Musa Abubeker
Boordii Daayirektarootaa Dhaabbata gudda #Breakthrough_Trading_SC baay'een isaani Hayyoota Sadarka barnoota Akkaadaamii nis baay'ee faagataniidha! iccitin akkasiin guddacha jiraachu isaa kanaadha!

⭐️ Dr. Ewunetu Hailu
⭐️ Dr. Kenenisa Lemi
⭐️ Dr. Hana Yeshinegus
⭐️ Dr. Nugusu Legesse
⭐️ Dr. Yosef Negasi


Hayyoota kana walin Guddini itti fufa⏺⏺⏺
Dhaabbilee nama dhunfaa, Waldaa Aksiyoonaa, dhaabbata motummaa fi miti motummaa kamiyyuu yeroo hundeeffamu seeraa qabeessa ta'u qabu.

Akkasumas 4P's of Marketing Mix qabaachuu qaba isaaniis

1ffaa. Product/Omishaa fi tajaajila dha. Dhaabbilee kamiyyuu yeroo hundeeffamu omishaa fi tajaajila ittin hawaasaa tajajiluu qabaachuu qaba

2ffaa. Price/Gatii/

Dhaabbilee kamiyyuu yeroo hundeeffamu omishaa fi tajaajila isaa ittiin gurguru qabaachuu qaba garuu gatii isa Fixed price ykn Variable price ta'u danda'a akkasumas Taxable or non taxable ta'u danda'a.

3ffaa. Place/Teessoo/

Dhaabbilee kamiyyuu yeroo hundeeffamu Teessoo mataa isa qabachuu qaba HO, DISTRICT, BRANCH, FRANCHISE OFFICE ta'uu danda'a.

4ffaa. Promotion/Beeksisa

Dhaabbilee kamiyyuu yeroo hundeeffamu omishaa fi tajaajila fayyadamaan gahuuf kara ittiin beeksisu qabachuu qaba beeksisa miidiyaa TV, RADIO, NEWS PAPER adda addaa fayyadame ykn Beeksisa Afaan /Mouth to Mouth advertising/ ta'u danda'a
@baro2017βœ…@baro2017βœ…
πŸ‘1
#Xiyyeeffadhu!!!

Daandii milkaa’inaa irra deemaa jirta taanan, wantoota armaan gadii irratti xiyyeeffadhu!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
βœ…Of irratti xiyyeeffadhu.
πŸ‘‰Namoota hordofuu dhiisi!
βœ…Kaayyoo kee irratti xiyyeeffadhu.
πŸ‘‰Waanuma hunda hojjachuu dhiisi!
βœ…Sammuu kee irratti xiyyeeffadhu.
πŸ‘‰Sammuu kee isa ittiin hojjattu kunuunsi!
βœ…Waan feetuf Dursa kennuu irratti xiyyeeffadhu.
πŸ‘‰Waan hinfeenef yeroo kee hingubin!
βœ…Of jaallachuu irratti xiyyeeffadhu.
πŸ‘‰Jaalalli jalqabaa of jaallachuudha of jaalladhu!
βœ…Gammachuu kee irratti xiyyeeffadhu.
πŸ‘‰Yeroo hundumaa gammachuu qabaachuu shaakali!
βœ…Ofii kee waliin nagaa qabaachuu irratti xiyyeeffadhu.
πŸ‘‰Waldhabdeen hamaan kan ofii kee faana waldhabduudha ofii kee faana nagaa qabaadhu!

πŸ™Jireenya Kaayyoo isin haa jiraachisu!

@guta6418
❀4πŸ™3
✍️Baratoota Shamarranii Yuunivarsiitii Haramaayaa jirtaniif Gaafa guyyaa 22/2/2018 Galma Afran qallootti leenjii mata duree  'Goal setting, Time management, designing your future ' jedhu Waldaa Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireediingiin isiniif qophaa'ee waan jiruuf ganamaa sa'atii 2:00 irraa eegaluun  hirmaadha!

✍️Fπš˜πš› πšπš‘πšŽ FπšŽπš–πšŠπš•πšŽ sπšπšžπšπšŽπš—πšπšœ 𝚘𝚏 HπšŠπš›πšŠπš–πšŠπš’πšŠ Uπš—πš’πšŸπšŽπš›πšœπš’πšπš’, πš˜πš— πšπš‘πšŽ 22/02/2018, 𝚊 πšπš›πšŠπš’πš—πš’πš—πš πšπš’πšπš•πšŽπš 'Gπš˜πšŠπš• πšœπšŽπšπšπš’πš—πš, Tπš’πš–πšŽ MπšŠπš—πšŠπšπšŽπš–πšŽπš—πš, DπšŽπšœπš’πšπš—πš’πš—πš πš’πš˜πšžπš›  Fπšžπšπšžπš›πšŽ' πš‘πšŠπšœ πš‹πšŽπšŽπš— πš™πš›πšŽπš™πšŠπš›πšŽπš πšπš˜πš› 𝚒𝚘𝚞 πš‹πš’ Bπš›πšŽπšŠπš”πšπš‘πš›πš˜πšžπšπš‘ Tπš›πšŠπšπš’πš—πš Sπš‘πšŠπš›πšŽ Cπš˜πš–πš™πšŠπš—πš’ 𝚊𝚝 πšπš‘πšŽ Aπšπš›πšŠπš— πššπšŠπš•πš•πš˜ πš‘πšŠπš•πš•. Tπš‘πšŽπš›πšŽπšπš˜πš›πšŽ,  πšŠπšπšπšŽπš—πš πšœπšπšŠπš›πšπš’πš—πš πšπš›πš˜πš–  2:00 AM.


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
πŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎ
Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


tiktok.com/@sanyiigudataa2

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa
#Walkite_University πŸ‘‡

Barattoota Shamarranii University Walqixxee jirtaniif Gaafa guyyaa 22/2/2018 Galma Gamoo Bulchiinsaa haaraatti leenjii mata duree Goal setting, Time management, designing your future jedhu Waldaa Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireediingiin siniif qophaa'ee waan jiruuf ganama sa'atii 2:00 irraa eegaluun akka hirmaattan!

Imalli gara Guddinaatti!


Sanyii Guddataa
#Walloo_University πŸ‘‡

Barattoota Shamarranii University WALLOO jirtaniif Gaafa guyyaa 22/2/2018 Galma Eebba Barattootaatti leenjii mata duree Goal setting, Time management, designing your future jedhu Waldaa Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireediingiin siniif qophaa'ee waan jiruuf ganama sa'atii 2:00 irraa eegaluun akka hirmaattan kabajaan affeeramtaniittu!

Imalli gara Guddinaatti!

Sanyii Guddataa
❀1