Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Si Caalatti Kan siif Yaadu
Hin Jiru. Sumatu ofiif Jira.
Sirra kan sitti aanu hin jiru.
Yeroo baay'ee maatiin keenya, namni nuyi baay'ee jaallannu nu irra nuuf wanta yaadan nutti fakkaata; garuu miti; si irra kan siif yaadu, eenyumtillee hin jiru yoo Uumaa kee ta'e malee. So, yeroo fudhuu ofii kee jijjiiruuf yaali! Ammayyuu ni dandeessa. Zeeroo fuutee tokko gochuu. Jabaadhu, Waaqni si waliin haa ta'u!
Yeroo tokko tokko hunda caalaa of jaalachuun maalif barbaachise beektaa?
Sababni isaa:
Ati yoo of hin kakaafne homtuu garagalee si hin ilaalu! Kan siif jiruu fi jiraatu suma! Akka ati of qabdutti eenyullee si qabuu hin danda'u!
Maarree maaliif of hin kakaaftu, maaliif of hin dadammaqsitu? Dammaqaa ta'uun hojii tokko dandeettii guutuu ta'een hojjechuuf si gargaara. Humnaa fi ayyaana uumamaan siif kennametti fayyadamuuf cimina siif laata. Dadammaqinni sababa uumamuu yookiin kalaqa waan tokkootiif ka'uumsa dha. Namni dammaqe rakkina isaa irratti dhiibbaa uumuuf qophiidha.
QAJEELFAMOOTA DADAMMAQIINSA JIREENYA ILMA NAMAATIIN WALQABATAN:
β. Kaayyoo ofiitiif bitamuu!
β. Xiyyeeffannoo qabaachuu!
β. Galma ofii beekuu!
β. Ejjennoo qabaachuu!
β. Jalqaba haaraan eegaluu
β. Karaa salphaa adeemuu
β. Mul'ata qabaachuu
β. Waan addaa uumuu
β. Beekumsa ofiitti fayyadamuu
β. Ofitti amanamummaa qabaachuu
Ati yoo of hin kakaafne
homtuu si hin kakaasu!
#Lafa kanarratti waan ofii kee yaadde #gaarii fi #qajeelaa taanaan #namni ni dandeessaafi hin dandeessu jedheef osoo hin taane, waan ofiif nan danda'a jette hojjedhu.
Waa'ee keef #ragaan si caalu hin jiru. Waan #hojjechuu dandeessu kan beeku #oollaa kee osoo hin taane si #mataa_keeti. Akka nama biraatti osoo hin taane akka #dhuunfaa keetti #jiraachuuf_uumamte.
@segnigudeta @WABIISG

β€1
GAGGEESSITOONNIS IRRAA BARADHAA!
Qabxiillee Jajjaboo Kudha Tokko(11) Lukkuu Haadhoo irraa Barataman
1. Osoo hin haammatin dura jalqaba hanqaaquu gahaa buufti
βKAROORA QINDAA'AA
2.Yeroo hanqaaquu ishee irra taa'uu jalqabdu ykn haammattu sochii ni xiqqeessiti
βNAAMUSA
3.Sababa hanqaaquu ishee hammattuuf nyaatas waan hir'istuuf, ulfaatinni qaamaa ishee ni hir'ata
βWAREEGAMAA FI OF KENNUU
4.Hanqaaquu lukkuu birootiif irra taa'uu ni dandeessi
βAL-LOOGUMMAA FI ARJUMMAA
5.Guyyaa digdamii tokko (21) hanqaaquu ishee irra teessee obsaan eeggatti, yoo jalaa shamtellee deebitee hanqaaquu biroo buufti
βAMANTAA, ABDII FI ABDII KUTANNAA DHIISUU
6.Hanqaaquu cuucii hin qabne adda baafattee kophaa baafti
βXIINXALAA FI HUBANNOO
7.Hanqaaquu manca'e dhiistee tokko qofa yoo ta'ellee ilmoolee kan qabdu kunuunsuu eegalti
βOGUMMAA, DAMMAQINAA FI DHUGAA
8. Cuucii ishee homtuu hin tuqu
βKUNUUNSAA FI JAALALA
9. Cuucii ishee hunda walitti qabdi
βTOKKUMMAA FI KAAYYOO
10.Ilmooleen ishee osoo of hin danda'in kophaa hin dhiistu
βITTI GAAFATAMUMMAA
11.Yeroo hunda ilmoolee ishee fuuldura deemti
βHOGGANSAA FI FAKKEENYUMMAA

π6β€3
Namoonni 500 ol leenjii of gahoomsuu karaa sarara Telegram fudhachaa jiru.
#Personal_development
# Networking marketing
π»π@guta6418
#Personal_development
# Networking marketing
π»π@guta6418
Boordii Daayirektarootaa
βοΈ Dr. Ewunetu Hailu
βοΈ Dr. Kenenisa Lemi
βοΈ Dr. Hana Yeshinegus
βοΈ Dr. Nugusu Legesse
βοΈ Dr. Yosef Negasi
Hayyoota kana walin Guddini itti fufaβΊβΊβΊ
Dhaabbata gudda #Breakthrough_Trading_SC baay'een isaani Hayyoota Sadarka barnoota Akkaadaamii nis baay'ee faagataniidha! iccitin akkasiin guddacha jiraachu isaa kanaadha!βοΈ Dr. Ewunetu Hailu
βοΈ Dr. Kenenisa Lemi
βοΈ Dr. Hana Yeshinegus
βοΈ Dr. Nugusu Legesse
βοΈ Dr. Yosef Negasi
Hayyoota kana walin Guddini itti fufaβΊβΊβΊ
Dhaabbilee nama dhunfaa, Waldaa Aksiyoonaa, dhaabbata motummaa fi miti motummaa kamiyyuu yeroo hundeeffamu seeraa qabeessa ta'u qabu.
Akkasumas 4P's of Marketing Mix qabaachuu qaba isaaniis
1ffaa. Product/Omishaa fi tajaajila dha. Dhaabbilee kamiyyuu yeroo hundeeffamu omishaa fi tajaajila ittin hawaasaa tajajiluu qabaachuu qaba
2ffaa. Price/Gatii/
Dhaabbilee kamiyyuu yeroo hundeeffamu omishaa fi tajaajila isaa ittiin gurguru qabaachuu qaba garuu gatii isa Fixed price ykn Variable price ta'u danda'a akkasumas Taxable or non taxable ta'u danda'a.
3ffaa. Place/Teessoo/
Dhaabbilee kamiyyuu yeroo hundeeffamu Teessoo mataa isa qabachuu qaba HO, DISTRICT, BRANCH, FRANCHISE OFFICE ta'uu danda'a.
4ffaa. Promotion/Beeksisa
Dhaabbilee kamiyyuu yeroo hundeeffamu omishaa fi tajaajila fayyadamaan gahuuf kara ittiin beeksisu qabachuu qaba beeksisa miidiyaa TV, RADIO, NEWS PAPER adda addaa fayyadame ykn Beeksisa Afaan /Mouth to Mouth advertising/ ta'u danda'a
@baro2017β @baro2017β

π1
#Xiyyeeffadhu!!!
Daandii milkaaβinaa irra deemaa jirta taanan, wantoota armaan gadii irratti xiyyeeffadhu!
πππππππ
β Of irratti xiyyeeffadhu.
πNamoota hordofuu dhiisi!
β Kaayyoo kee irratti xiyyeeffadhu.
πWaanuma hunda hojjachuu dhiisi!
β Sammuu kee irratti xiyyeeffadhu.
πSammuu kee isa ittiin hojjattu kunuunsi!
β Waan feetuf Dursa kennuu irratti xiyyeeffadhu.
πWaan hinfeenef yeroo kee hingubin!
β Of jaallachuu irratti xiyyeeffadhu.
πJaalalli jalqabaa of jaallachuudha of jaalladhu!
β Gammachuu kee irratti xiyyeeffadhu.
πYeroo hundumaa gammachuu qabaachuu shaakali!
β Ofii kee waliin nagaa qabaachuu irratti xiyyeeffadhu.
πWaldhabdeen hamaan kan ofii kee faana waldhabduudha ofii kee faana nagaa qabaadhu!
πJireenya Kaayyoo isin haa jiraachisu!
@guta6418

β€4π3
βοΈBaratoota Shamarranii Yuunivarsiitii Haramaayaa jirtaniif Gaafa guyyaa 22/2/2018 Galma Afran qallootti leenjii mata duree 'Goal setting, Time management, designing your future ' jedhu Waldaa Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireediingiin isiniif qophaa'ee waan jiruuf ganamaa sa'atii 2:00 irraa eegaluun hirmaadha!
βοΈFππ πππ Fπππππ sπππππππ ππ Hππππππ’π Uπππππππππ’, ππ πππ 22/02/2018, π ππππππππ ππππππ 'Gπππ πππππππ, Tπππ Mπππππππππ, Dππππππππ π’πππ Fπππππ' πππ ππππ ππππππππ πππ π’ππ ππ’ Bπππππππππππ Tππππππ Sππππ Cππππππ’ ππ πππ Aππππ πππππ ππππ. Tππππππππ, ππππππ ππππππππ ππππ 2:00 AM.
Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
ππΎππΎππΎππΎππΎππΎππΎππΎππΎππΎππΎ
Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG
tiktok.com/@sanyiigudataa2
Galatoomaa
Sanyii Guddataa

#Walkite_University π
Barattoota Shamarranii University Walqixxee jirtaniif Gaafa guyyaa 22/2/2018 Galma Gamoo Bulchiinsaa haaraatti leenjii mata duree Goal setting, Time management, designing your future jedhu Waldaa Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireediingiin siniif qophaa'ee waan jiruuf ganama sa'atii 2:00 irraa eegaluun akka hirmaattan!
Imalli gara Guddinaatti!

#Walloo_University π
Barattoota Shamarranii University WALLOO jirtaniif Gaafa guyyaa 22/2/2018 Galma Eebba Barattootaatti leenjii mata duree Goal setting, Time management, designing your future jedhu Waldaa Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireediingiin siniif qophaa'ee waan jiruuf ganama sa'atii 2:00 irraa eegaluun akka hirmaattan kabajaan affeeramtaniittu!