Tsegaye R Ararssa
15.8K subscribers
1.71K photos
255 videos
164 files
2.56K links
TA
Download Telegram
#Alert

Yeroon ammaa kun yeroo Oromoon marti hoggantoota isaa mana hidhaa jiran ittin eeggatanii dha. Namuu haala deemaa jiru guyya guyyatti jala bu'ee hordofuu qaba. Gadheen bara akkanaa kanatti of galaafattee nama galaafatti!

#Oromoo_hogantoota_kee_tikfadhu!