Oromoonni PP jala hiriiranii Naannoo tokko deeggaranii naannoo biraa waraanuf bobba'aa jiran lola gatii hin qabnet of wareegaa akka jiran beekuu qabu. Motummaa rukutamee fi cabee kufaa jiruf, motummaa kufaatii irraa hin hafneef, barcuma jalatti utubuuf jedhanii dhumuuf deemun gowwummaa dha. Irra caalaa garuu, lola waraanaa cubbuu dhan uummata irratti labsame irratti hirmaachun yakka ta'uusaa beekanii, yoo lubbuun qabamanis seeraan akka itti gaafataman yaadachuu qabu.
#ItsNotYourWar! #No2War! #No_war_in_our_name!
#ItsNotYourWar! #No2War! #No_war_in_our_name!
የፋሽስቶች ደቦ ከሽንፈት አያድንም። እንደከዚህ በፊቱ አሁንም፣ ወደፊትም፣ በሕዝቦች ላይ የሚጠራ የጦር ደቦ በሕዝቦች ሃቅና እውነት አሸናፊነት ይጠናቀቃል።
#Abiy_Ahmed_is_a_terrorist!
#No_war_in_our_name!
#Abiy_Ahmed_is_a_terrorist!
#No_war_in_our_name!