TIKVAH AFAAN OROMOO
39K subscribers
7.44K photos
106 videos
8 files
207 links
Download Telegram
Naannoo Oromiyaatti Qorannoo Sa'aa 24 keessatti namoota 330 taasifameen vaayirasii koronaan kan qabamannama 7 (torba)

#BiirooFayyaaOromiyaa
Itoophiyaatti Ibsa Oolmaa Vaayrasii Noovelii (Koovid-19) Koronaa
Naannoo Oromiyaatti Qorannoo Sa'aa 24 keessatti namoota 519 taasifameen vaayirasii koronaan kan qabamannama 9 (Sagal)

#BiirooFayyaaOromiyaa
Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 16 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise.

Sa’aa 24 darbe keessatti qorannaan samuudaa 285 gaggeeffamuun, namoota 16 irratti vaayrasichi argamuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksiseera.

Naannoo Oromiyaa keessatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman 141 qaqqabaniiru.
Naannoo Oromiyaatti Qorannoo Sa'aa 24 keessatti namoota 363 taasifameen vaayirasii koronaan kan qabamannama 7 (Torba)

#BiirooFayyaaOromiyaa
Itoophiyaatti Ibsa Oolmaa Vaayrasii Noovelii (Koovid-19) Koronaa
Naannoo Oromiyaatti Qorannoo Sa'aa 24 keessatti namoota 293 taasifameen vaayirasii koronaan kan qabamannama 2 (lama)

#BiirooFayyaaOromiyaa
Itoophiyaatti Ibsa Oolmaa Vaayrasii Noovelii (Koovid-19) Koronaa
Itiyoophiyaatti dabalataan namoota 245 irratti vaayrasiin koronaa yoo argamuu lubbuun namootaa 7 darbeera.

Itiyoophiyaatti sa'aatii 24 darbe keessatti qorannoo namoota 5709 taasfamee namoota 245 irratti vaayrasiin koronaa argamuusaa, Ministirri Fayyaa Dr Liyaa Taaddasaa himaniiru.
Naannoo Oromiyaatti Qorannoo Sa'aa 24 keessatti namoota 686 taasifameen vaayirasii koronaan kan qabamannama 17 (Kudha torba)

#BiirooFayyaaOromiyaa
Ityoophiyaatti gabaasa qorannaa sa'aa 24tin namoonni 131 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa'e.

Sa'aa 24 darbeen qorannaan laabraatoorii samuudaa 3238 hojjetamee, namoonni 131 vaayrasichaan qabamuun mirkanaa'era.

Ityoophiyaatti waliigalaan lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 4663 qaqqabeera.
Itiyoophiyaatti dabalataan namoota 145 irratti vaayirasiin koronaa argamuusaa Ministeerri Fayyaa beeksise.

Sa'aatii 24 darban keessatti namoota 5570'f qorannoo taasifameen namoota 145 irratti vaayirasiin koronaa argamuusaa Ministirri Fayyaa Dr Liyaa Taaddasaa himaniiru.

Namoonni 5 dhibee kanaan lubbuunsaanii darbeera - #obn
Naannoo Oromiyaatti Qorannoo Sa'aa 24 keessatti namoota 719 taasifameen vaayirasii koronaan kan qabamannama 22

#BiirooFayyaaOromiyaa
COVID-19 Status Report - @tikvahethiopia
COVID-19 Situation Update :

Laboratory tests conducted within 24 hours : 7,334

Number of Confirmed cases within 24 hours : 704

Newly Recovered : 196

Total Recovered : 5,137

Total Death : 170

Total Confirmed cases as of today : 10,207

#Share #ሼር

Via @tikvahethiopia
COVID-19 Situation Update :

Laboratory tests conducted within 24 hours : 8,490

Number of Confirmed cases within 24 hours : 555

Newly Recovered : 181

Total Recovered : 5,966

Total Death : 209

Total Confirmed cases as of today : 13,248

#Share #ሼር

Via @tikvahethiopia
Yaa jaallatamoota fi kabajamoota hordooftota keenya, dargaaggoota ( Jaarmiyaa Baayisaa Lulu fi Boaz Birhaanu Tulluu ) maqaa dhabbaata Daboo Engineering plc tiin, bara darbee sadarkaa biyyaatti badhasaa fi beekamti kalaqaa fi hojii uumu irratti dorgommii Green Innovation and Agritech slam 2019 mo'ataan, bara kana sadarkaa Afrikaattis Itiyoophiyaa bakka bu'uun filatamaa filaatamtoota ta'uun MEST Africa challenge 2020 competition filannoo uummatatiif dhiyaataniru. Kanaaf yaa lammii keenya sagalee keessan nutti hin qoqobina jecha Debo engineering plc filaachuuf dura duuba armaan gadii hordoofa: 1. Tuqsiisa/link : https://www.eventbrite.com/e/mest-africa-challenge-2020-finale-tickets-114145546402
kana fayyadamuun jalqaba galamaa'a
2. Karaa email link Zoom isiiniif ergamuun gafa Hagayyaa 6,2012 saatii 12:00 irratti Kara Zoom application fayyadamuun Debo engineering filaachuu dandeessu
Naannoo Oromiyaatti Qorannoo Sa'aa 24 keessatti namoota 2272 taasifameen vaayirasii koronaan kan qabamannama 108

#BiirooFayyaaOromiyaa