#Qophii_Sinbirtuu qophii sin birtuu keenyaan waantota bashannansiisaa isin barsiisan isin biraan Geenya #SIMBIRTUU
๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข
JAALALA KOO SIMADHU..
Diyaamendii yoon dhabes
Isa gatiinsaa cimaa
Onneerraan si jaalladha
Jilbeenfadheen sitti hima!
------------------
Murteessaan warqee mitiim
Warqee isa gatii jabaa
Jaalalli dhugaa taanan
Abaaboon hiika qaba!
----------
Utuun onnee siif laadhee
Sagal kufee siif cabuu
Garaan kee amma kana
Natti jabaachuu hin qabu!!
---------
Kennaa waaqaatii malee
Jaalalli hin qabu cubbuu
Onneerraan si jaalladhaa
Tole naaf jedhi lubbu!!!!
(Yoo ofiif jette "share"godhii ittiin
ga'adhu.Anoo argadheeraa ishee warqee
fakkaattu!kkkkkkk
@NASAtechnotechIngprogram
Yaada qophii #SINBIRTUU irratti qabdan nuun ga'uuf๐๐
  ๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข
JAALALA KOO SIMADHU..
Diyaamendii yoon dhabes
Isa gatiinsaa cimaa
Onneerraan si jaalladha
Jilbeenfadheen sitti hima!
------------------
Murteessaan warqee mitiim
Warqee isa gatii jabaa
Jaalalli dhugaa taanan
Abaaboon hiika qaba!
----------
Utuun onnee siif laadhee
Sagal kufee siif cabuu
Garaan kee amma kana
Natti jabaachuu hin qabu!!
---------
Kennaa waaqaatii malee
Jaalalli hin qabu cubbuu
Onneerraan si jaalladhaa
Tole naaf jedhi lubbu!!!!
(Yoo ofiif jette "share"godhii ittiin
ga'adhu.Anoo argadheeraa ishee warqee
fakkaattu!kkkkkkk
@NASAtechnotechIngprogram
Yaada qophii #SINBIRTUU irratti qabdan nuun ga'uuf๐๐