sirbaa haraaa. isiinif gadhfameraa senaa dawaadhaa.
https://youtu.be/iVvbfj2XWs4?si=SnJ0HDSed41bVsDU

π2π₯2
"Na Qarqaari kaa"
sirbaa haraaa. Isiinif gadhfameraa senaa dawaadhaa. Nu jajjabessa family π
https://youtu.be/8m3502cjpBI?si=oy88kudjOX1g6SVf

β€3π2
π‘Claude is leading AI in coding, reasoning, and real-world problem solving.
@Tech360blog
@Tech360blog
@Tech360blog
@Tech360blog
π4β€1
https://t.me/Metaproo_bot?startapp=1320947246
Earn money by watching ads! Join using my link:

Telegram
Meta Pro
Meta Income Pro
Every refer 1 $
Every Task 0.10$
Minimum withdraw 5$
Every refer 1 $
Every Task 0.10$
Minimum withdraw 5$
π¨ ODUU GUDDAA! CARRAA KEE HIN DABARSIN! π¨
Namoonni hedduun yeroo carraan isaanii dhufu hin beekan. Garuu namni carraa isaa fayyadamu, jireenya isaa jijjiira.
Har'a immoo ati carraa sana qabda!
ποΈ Tikkeeta tokko = 200 Birr qofa
π Badhaasaawwan: π₯ 300,000 Birr π₯ 50,000 Birr π₯ 30,000 Birr
Maaliif hirmaachuu qabda?
βοΈ Qarshii xiqqoodhaan badhaasa guddaa mo'achuu dandeessa. βοΈ Namni kamiyyuu hirmaachuu ni danda'a. βοΈ Adeemsi hirmaannaa salphaa fi saffisaadha.
Akkamitti bitta?
β Qarshii 200 kaffali. β Ragaa kaffaltii ergi. β Tikkeeta kee fudhadhu. β Guyyaa baafamaatti carraa kee eegi.
β³ Yeroon eeggachuu miti; carraan nama hin eegu!
π² Tikkeeta kee amma KESSAAN Telegram Channel irraa bitadhu!
https://t.me/keessan3

360 TECH BLOGS
π¨ ODUU GUDDAA! CARRAA KEE HIN DABARSIN! π¨ Namoonni hedduun yeroo carraan isaanii dhufu hin beekan. Garuu namni carraa isaa fayyadamu, jireenya isaa jijjiira. Har'a immoo ati carraa sana qabda! ποΈ Tikkeeta tokko = 200 Birr qofa π Badhaasaawwan: π₯ 300,000 Birrβ¦
π₯ "Namni Yaale Qofa Moo'a"
Namoonni tokko tokko:
> "Silaa nan bita ture..."
jedhanii booda of gaabbu.
Namoonni kaan garuu:
> "Har'a nan hirmaadha!"
jedhanii carraa isaanii fayyadamu.
Ati isa kam ta'uu barbaadda?
π΅ 200 Birr qofa π 300,000 Birr si eeggachaa ta'uu danda'a!
asiin senaa

π1
Channel kana kessa Warronni forex trading tatan jirtu mee commentπ?
360 TECH BLOGS
Tamsaasa Kallattii Ministeera Barnootaa irraa dhimma qormaata kutaa 12ffaa ilaalchise daqiiqaa muraasa booda kallattiin isin qaqqabsiisfna.
qabxii yeroo laalluuf jetaan. network waan dafee hin hojeenef. isiinif ni lalaa share waliif godhaa
360 TECH BLOGS
qabxii yeroo laalluuf jetaan. network waan dafee hin hojeenef. isiinif ni lalaa share waliif godhaa
Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa har'a kennaniin, qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa ilaalchisee ragaa ifoomsaniiru. Akka gabaasa ifoome kanaatti, bara kana barattoonni kuma 563 fi 960 (563,960) qormaaticha fudhachuuf kan galmaa'an yoo ta'u, isaan keessaa barattoonni kuma 550 fi 210 (550,210) qormaaticha fudhataniiru. Ragaan qabxii barattootaa kun akka mul'isutti, barattoota qormaaticha fudhatan waliigala keessaa dhibbeentaa 12.8 (12.8%) qabxii darbiinsaa dhibbeentaa 50 fi isaa ol galmeessisuu danda'aniiru. Lakkoofsi kun haala qulqullina barnootaa biyyattii yeroo ammaa irratti xiyyeeffannoo fi marii bal'aa kan gaafatu ta'uu agarsiisa
360 TECH BLOGS
Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa har'a kennaniin, qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa ilaalchisee ragaa ifoomsaniiru. Akka gabaasa ifoome kanaatti, bara kana barattoonni kuma 563 fi 960 (563,960) qormaaticha fudhachuufβ¦
Guyyaan Qabxiin Qormaata Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu fi Sagantaan Barumsa Yunivarsiitii Ifa Ta'e!
Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa dabalataa laataniin, qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) guyyaa Wiixataa ykn Kibxataa ganama barattootaaf gadhiifamu ta'uu beeksisaniiru.
Adeemsa simannaa barattoota haaraa ilaalchisees, jalqaba irratti Yunivarsiitiin Finfinnee fi Yunivarsiitiiwwan Saayinsii fi Teeknoloojii ulaagaa isaaniitiin barattoota erga filatanii fi simatanii booda, yunivarsiitiiwwan hafanis saffisaan waamicha barattootaa akka taasisan qophiin taasifamaa jiraachuu ibsaniiru.
Tarkaanfiin saffisaa kun kan barbaadameefis, sagantaa idilee qabame eeguuf yoo ta'u, barnoonni dhaabbilee olaanoo bara 2019 (A.L.I) akkaataa karoorfameen Fulbaana 05 akka eegalamu gochuuf hojjetamaa jiraachuu piroofeesarichi hubachiisaniiru.

Guyyaan Qabxiin Qormaata Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu fi Sagantaan Barumsa Yunivarsiitii Ifa Ta'e! Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa dabalataa laataniin, qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) guyyaa Wiixataa ykn Kibxataaβ¦
Bu'aan qormaataa bara barnootaa 2018 barattoota kutaa 12ffaa ifoome
Barattoota Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 qoramaan keessaa harki 12.8 qofti qabxii darbiinsaa argachuu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa Miidiyaaleef kennaniin; barattoota kuma 550 qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa barattoonni kuma 70 fi 500 qofti qabxii dhibbantaa 50fi isaa ol galmeessan.
Magaalaan Finfinnee %32.3 dabarsuu naannoolee hunda irraa sadarkaa 1ffaa galmeessuu kaasaniiru.
Qabxiin olaanaa akka Magaalaa Finfinneetti galmaa'es 569.1 Mana Barumsaa Boolee tahus ibsameera.
Saayinsii Hawaasaatin Manneen barnootaa barattoota qormaataaf dhiyeessan keessaa 565 barataa tokkollee dabarsuu akka hindandeenye ibsaniiru.
Manneen barnootaa 88 guutummaatti barattoota isaanii akka dabarsanis dubbatan.
Akkasumas buβaa olaanaan barana damee saayinsii Uumamaatiin galmaaβe 591/600 (Mana barumsaa Odaa Special Boarding Adaamaa) saayinsii Hawaasummaatiin ammoo 576/700 (mana barumsaa Ifa Boruu Dodolaa) taβuu himaniiru.
Barattootni qabxiisaanii Wiixata ykn kibxaat toora interneetiifi karaa ergaa gabaabaatiin ilaaluu akka danda'anis himaniiru.

π3β€1
https://t.me/Acidcapitals_bot?start=ref_1320947246
I'm going for a free $10,000 account in the Acid Daily 30 β join through my link and we both get in.

Acid Capitals
Official Acid Capitals support - balance, payout, breach & general help. Real agents reply in 5-10 min.
360 TECH BLOGS
https://t.me/Acidcapitals_bot?start=ref_1320947246 I'm going for a free $10,000 account in the Acid Daily 30 β join through my link and we both get in.
Warroonni forex trader tatan ttade gochudham fund dhabdan hundaaf nama 5 qofa aferudhaan account 10k$funded account claim gochu ni dandeddessu carraa gaariii
360 TECH BLOGS
qormanii kutaa 12ffaa gadhifamee jiraa
galagalaa saati tokkoti gadhifaam jedhaan kaan turaan yoo tahuu amma garuu hojechaa jiraa.
carraa gariiπππ
carraa gariiπππ