Gareen kubbaa miilaa Kolen waggaa tokkoo booda gara Bundesliga Jarmanitti deebi'eera.🔥
@tatesports
@tatesports
@tatesports
@tatesports
Arsenaal Piriimiyerliigii Ingiliiz bara 2024/25 2ffaa bahuu isaa mirkaneesse.
@tatesports
@tatesports
@tatesports
@tatesports
Taphoota sagantaa Laaligaa Ispeen torbee 37ffaa
⏰ Boqonnaa Baarseloonaa Viilaariyaal 2 fi 1n 38' yamal ⚽️ 45+4 Fermin ⚽️
Seeviilaan Riyaal Maadriid 0 fi 0n
Atleetikoo Maadriid vs Riyaal Beetis 2 fi 0n
10' Alvaareez ⚽️ 45+3 Noormaandiif ⚽️
@tatesports
@tatesports
⏰ Boqonnaa Baarseloonaa Viilaariyaal 2 fi 1n 38' yamal ⚽️ 45+4 Fermin ⚽️
Seeviilaan Riyaal Maadriid 0 fi 0n
Atleetikoo Maadriid vs Riyaal Beetis 2 fi 0n
10' Alvaareez ⚽️ 45+3 Noormaandiif ⚽️
@tatesports
@tatesports
🚨 Jeremy Frimpong medical isaa milkaa'inaan xumureera, jijjiirraan isaa kan ifoomu erga kontiraata hanga bara 2030tti isa tursiisu mallatteessee booda ta'a.
[Fabzio Romano] 🎖
@tatesports
@tatesports
[Fabzio Romano] 🎖
@tatesports
@tatesports
Tapha Seeri'aa Xaaliyaanii kan injifate torbee xumuraa taphoota irratti kan murtaa'u ta'a.
Napoli dirree isaa irratti Cagliari waliin
Inter Koomoo waliin dirree isaan alatti taphatu. 🔥🔥🔥
@tatesports
@tatesports
Napoli dirree isaa irratti Cagliari waliin
Inter Koomoo waliin dirree isaan alatti taphatu. 🔥🔥🔥
@tatesports
@tatesports
Goolii eegaa Ispeen fi Gaanaars Deeviid Raayaan bara kana badhaasa Warqee yoo injifate, bara dorgommii 2ffaa Arsenaal keessatti goolii eegaa jalqabaa Guwaantii Warqee injifate ta'uun seenaa barreessa.
#Arsenal
#Oromo
#sportsmassage
@tatesports
@tatesports
#Arsenal
#Oromo
#sportsmassage
@tatesports
@tatesports
🚨 Taphataan lammii Biraazil kun pirojektii Maanchistar Yunaayitid dhiyeesse fudhatee jira. Haala dhuunfaatiin waliigaltee irra ga’uuf baay’ee dhihaateera. Wantoonni hafan tokko tokko erga walii galanii booda Here we go 🇧🇷 jenna
[Fabrizio Romano] 🎖️
#Tate Ispoortii
#Boonaa Baqqalaa
#Arsenal
#Makkoo Bilii
#Daily Mail Sport
@tatesports
@tatesports
[Fabrizio Romano] 🎖️
#Tate Ispoortii
#Boonaa Baqqalaa
#Arsenal
#Makkoo Bilii
#Daily Mail Sport
@tatesports
@tatesports
Afriikaan Kibbaa waancaa Afrikaa umrii 20 gadii Morookoo injifachuun injifatte🏆
@tatesports
@tatesports
@tatesports
@tatesports
Aleeksaandar Isaak Niwukaastil gadhiisuu akka danda'u himamaa jira.
Taphattoota bara kana Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti yeroo garii dabarsaa jiran keessaa tokko kan ta'e Isaak Niwukaastil gadhiisuu mala jedhameera. @tatesports
@tatesports
Taphattoota bara kana Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti yeroo garii dabarsaa jiran keessaa tokko kan ta'e Isaak Niwukaastil gadhiisuu mala jedhameera. @tatesports
@tatesports
🚨 Taphataan sarara gidduu Biraayitan Maatii O'Reelii kilaboota Seerii A, Bundesliigaa fi Piriimiyerliigiitiin barbaadamaa jira. Kilaboonni hedduun ganna kana taphataa kana mallatteessisuuf ni yaalu jedhamee eegama.
Maddi: [ Fabrizio Romano ]
@tatesports
@tatesports
Maddi: [ Fabrizio Romano ]
@tatesports
@tatesports
Taphoota kaleessaa 🏴 Piriimiyerliigii Ingiliiz Biraayitan 3-2 Liivarpuul injifate
🇪🇹 Piriimiyerliigii Ityoophiyaa
Bahardar siti 0-0 mechal Hadiya Hoseen 1-1 Shiree indasilase@tatesports
@tatesports
🏴 Har'a Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti
04:00tti | Kiristaal Paalaas fi Woolvis 04:00tti | Maanchistar Siitii fi Boornmaawuz
@tatesports
@tatesports
04:00tti | Kiristaal Paalaas fi Woolvis 04:00tti | Maanchistar Siitii fi Boornmaawuz
@tatesports
@tatesports
🇬🇧 Taphoota cufiinsa Piriimiyerliigii Ingiliiz torbee 37ffaa ⏰ Xumurameera
🇬🇧 Maanchistar Siitii 3 fi 1 Boornemaawuz 🇬🇧 ⚽ Marmoosh 14' ⚽ Joobison 90+6'. ⚽ Siilvaa 38'. ⚽ Gonzaalez 87'.
🇬🇧 Kiristaal Paalaas Wolves 4-2 🇬🇧 ⚽⚽ Niketiah 27', 33' ⚽ Agduu 24'. ⚽ Chilweel 50' ⚽ Laarsan 62'. ⚽ AZ 86'.
@tatesports
@tatesports
🇬🇧 Maanchistar Siitii 3 fi 1 Boornemaawuz 🇬🇧 ⚽ Marmoosh 14' ⚽ Joobison 90+6'. ⚽ Siilvaa 38'. ⚽ Gonzaalez 87'.
🇬🇧 Kiristaal Paalaas Wolves 4-2 🇬🇧 ⚽⚽ Niketiah 27', 33' ⚽ Agduu 24'. ⚽ Chilweel 50' ⚽ Laarsan 62'. ⚽ AZ 86'.
@tatesports
@tatesports
Jeems Maadisoon: "Yeroon Ispaarsiitti makamu namoonni baay'een yoo waancaa hin injifanne kophee kee fannifta jedhanii natti kolfaa turan, garuu abbaan koo fi obboleessi koo yoo gara Tootinaam deemte waancaa ni injifata naan jedhan."
@tatesports
@tatesports
@tatesports
@tatesports
Luka Modric Riyaal Maadriid 👋⚪️ keessaa bahuu isaa beeksise "Madriid Dilbata yeroon ani jireenya koo keessatti hin barbaanne ga'eera. Garuu kubbaa miilaa keessatti wanti hundi jalqabaa fi xumura waan qabuuf amma yeroon xumuraati. Dilbata tapha koo isa dhumaa Riyaal Maadriid waliin Santiyaagoo Bernaabootti nan taphadha." Riyaal Maadriid taphachuun akka namaattis ta'e akka taphataatti baay'ee na jijjiireera. Yeroo hin dagatamne kanatti qaama kilabichaa ta'uu kootti baay'een boona.
@tatesports
@tatesports
@tatesports
@tatesports
Taphoota Har'aa Ta'an
🏴 PREMIER LEAGUE ENGLIZII
12:00 | Burnemouth vs Leicester City
12:00 | Fulham vs Man City
12:00 | Ipswich vs West Ham
12:00 | Liverpool vs Crystal Palace
12:00 | Man United vs Aston Villa
12:00 | Newcastle vs Everton
12:00 | Nottingham vs Chelsea
12:00 | Southampton vs Arsenal
12:00 | Tottenham vs Brighton
12:00 | Wolves vs Brentford
🇪🇹 LIGII PREEMIYERAA ITIYOOPHIYAA
09:00 | Ityoophiyaa Medin vs Magaalaa Adaamaa
12:00 | Walaayitaa Dicha vs Machal
🇮🇹 SERIE A ITAALIYAA
03:45 | Atalantaa vs Parma
03:45 | Empoli vs Verona
03:45 | Lazio vs Lecce
03:45 | Torino vs Roma
03:45 | Udinese vs Fiorentina
03:45 | Venezia vs Juventus
🇪🇸 LA LIGA SPAIN
10:00 | Girona vs Atletico Madrid
11:45 | Villarreal vs Sevilla
04:00 | Athletic Bilbao vs Barcelona
@tatesports
@tatesports
🏴 PREMIER LEAGUE ENGLIZII
12:00 | Burnemouth vs Leicester City
12:00 | Fulham vs Man City
12:00 | Ipswich vs West Ham
12:00 | Liverpool vs Crystal Palace
12:00 | Man United vs Aston Villa
12:00 | Newcastle vs Everton
12:00 | Nottingham vs Chelsea
12:00 | Southampton vs Arsenal
12:00 | Tottenham vs Brighton
12:00 | Wolves vs Brentford
🇪🇹 LIGII PREEMIYERAA ITIYOOPHIYAA
09:00 | Ityoophiyaa Medin vs Magaalaa Adaamaa
12:00 | Walaayitaa Dicha vs Machal
🇮🇹 SERIE A ITAALIYAA
03:45 | Atalantaa vs Parma
03:45 | Empoli vs Verona
03:45 | Lazio vs Lecce
03:45 | Torino vs Roma
03:45 | Udinese vs Fiorentina
03:45 | Venezia vs Juventus
🇪🇸 LA LIGA SPAIN
10:00 | Girona vs Atletico Madrid
11:45 | Villarreal vs Sevilla
04:00 | Athletic Bilbao vs Barcelona
@tatesports
@tatesports
