TASHEE COMPUTER TRAINING CENTER
1.21K subscribers
764 photos
13 videos
17 files
850 links
Oddeeffanno Haaraa
Download Telegram
#New Vacancy at Ethio Telecom/For Fresh Graduate)

βœ… Ethio telecom wants to recruit employees in the following vacant positionπŸ‘‡πŸ‘‡

1: Telecom Service Creative Content Group.Creative Analyst

2: Graphics Production.Graphics Design Analyst

3: Creative Specialist

4: Graphics Design Specialist

πŸ“Œαˆ°αˆˆ αˆ°αˆ«α‹ αˆ™αˆ‰ αˆ˜αˆ¨αŒƒ αˆˆαˆ›α‹¨α‰΅ α‹­αˆ…αŠ•αŠ• αˆŠαŠ•αŠ­ α‹­αŒ α‰€αˆ™πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘‰Apply Online link:- https://harmeejobs.com/company/ethio-telecom/

πŸ”°αŠ¨α‰°αˆˆα‹«α‹© α‹΅αˆ­αŒ…α‰΅ የαˆ₯ራ αˆ›αˆ΅α‰³α‹ˆα‰‚α‹«α‹Žα‰½
α‰ α‹šαˆ… αˆŠαŠ•αŠ­ α‹Œα‰₯αˆ³α‹­α‰± αˆ‹α‹­ α‹­αˆ˜αˆαŠ¨α‰±α‰΅πŸ‘‡πŸ‘‡
=>See Detail:- www.harmeejobs.com

πŸ”΄Share and Support your friend /αŠ₯α‰£αŠ­α‹Ž αˆˆα‹ˆα‹³αŒ…α‹Ž α‹«αŒ‹αˆ©α‰΅

πŸ”° Telegram:- https://t.me/harmeejobs
MO'ATAA TA'UU YOO BARBAADDE
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✧ Kaayyoo qabaadhu!
✧ Galma qabaadhu!
✧ Tarsiimoo sirriitti fayyadami!
✧ Abdii hin kutatin!
✧ Miira kee to'adhu!
✧ Dandeettii waa murteessuu qabaadhu!
✧ Mul’ata kee irratti xiyyeeffadhu!
✧ Karoora mataa keen of hooggani!
✧ Namoota hin tuffatin!
🌟 Dandeettii kee fayyadamii
🌟Haala kee hin madalini
~Dhimma #Laptop(PC) keessatti #Corei3, #Corei5, #Corei7 jechuun maal jechuudha?

Kompiyutarri qaama baay'ee yoo qabaatu, CPU'n isa tokkodha. CPU jechuun #processor jechuudha, yookaan sammuu kompiyutaraa jechuunii dandeenya.

CPU ykn Processor jechuun sammuu kompiyutaraa guddicha yoo ta'u, hojiiwwan garaagaraa dabaree dabareen akka hojjechuu kan taasisuudha. Qaamota kompiyutaraa keessaa CPU qaama ijoo ta'eedha.

Akka isiniif galuuf:
Qaama 'Laptop'n hojiiwwan garagaraa saffisa ol’aanaatin akka hojjetu taasisu CPU ykn Processor jedhama.

Kompiyutaroonni durii sa'aatii tokkotti hojiidhuma tokko hojjeta ture. Fakkeenyaaf, Softweera Geemii taphataa jirta yoo ta'e maddiitti waan biraa dalaguu hin danda'u ture. Softweera biraa fayyadamuuf softweera Geemii cufuun dirqama ture. Wanni #CoreiX jedhamu kuni rakkoo kana furuuf dhufe.

'Core' jechuun qaama xiqqoo CPU keessatti argamu yoo taatu, hojiin ishee sa'aatii wal fakkaatutti hojiiwwan garaagaraa, saffisa ol'aanaa ta'een akka hojjetu kan taasisuudha.

Akka isiniif galuuf:
CPU'n sammuu 'Laptop' guddicha yoo ta'u, Core immoo sammuu xiqqoo 'Laptop' kan CPU keessatti argamtuudha.

Akkuma beektan Laptop'oonni si'anaa sa'aatii wal fakkaatutti hojiiwwan baay'ee hojjechuu danda'a. Fakkeenyaaf, 'Word' barreessaatii cinaatti 'YouTube' fayyadamuu fi softweerota biroo fayyadamuu nama dandeessisa.

Egaa Corei3, Corei5 fi Corei7 garaagarummaa isaanii maaloodha?

Garaagarummaa isaani dandeettii sa'aatii wal fakkaataa keessatti dalagaa dalaguu danda'uu fi saffisa isaanitu wal caala. Corei3 hamma Corei5 hin gahu, Corei5 immoo hamma Corei7 hin gahu jechuudha. Core isaaniitis wal caala.

Hub.
Haa ta’u malee, Corei7 jechuun Core 7 qaba jechuu miti, Core isaa 8 ta'uu mala, 6 ta'uu mala, kuni maqaama malee hamma lakkoofsa Core miti. Kuunis akkanuma.
#Update
#Exit_Exam

Guyyaan galmee dheeraatee jira.

Ministeera barnootaatti tajaajjilli qormaataafi adeemsa qormaata wajji walqabatu guyyaan galmee qormaata bahiinsaa sababa gaafilee adda addaa dhiyaachaa tureefi haala tokko tokko irra dhaabbachuun akka dheeratu taasisee jira.

Haaluma kanaan guyaan galmee kun hanga muddee 17/4/2018 guyyaa keeysaa sa'aa 10:00 tti xumurama waan taheen dhaabbileen dhuunfaafi mootummaas guyyoota kana keeysatti xumuru qabdu jechuun ministeerri barnootaa ibse.
πŸ‘1
Odeeffannoo!
Namoota Passport baafachuu barbaaddanuuf wantoota guuttachuu qabdan
1. Paaspoortii haaraa baafachuuf
Waraqaa eenyummaa gandaa kan haaromfame
Ragaa dhalootaa
2. Haaromsuuf
Suuraa gabaabaa
Koppii Paaspoortii
3. Passport bade baafachuuf
Waraqaa eenyummaa gandaa
Suuraa gabaabaa
Xalayaa ragaa waajjira poolisii
4. Umrii sirreessuuf
Ragaa dhalootaa
Suuraa gabaabaa
Passport Koppii
5. Maqaa jijjiiruu ykn Sireeessuuf
Suuraa Gabaabaa
Passport Koppii
Waraqaa Mana murtii

Teessoon keenya:- Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo Aanaa Noonnoo Waajjira Poolisii Fuul-dura Baankii Awaash irraatti argamna .
Odeeffannoo dabalataaf 0925730788 0920769352 0902533848

Naannoo kanatti dhiyoo warreen jirtan karaa online isin galmeessuu ni dandeenya.
Odeeffannoo!
Namoota Passport baafachuu barbaaddanuuf wantoota guuttachuu qabdan
1. Paaspoortii haaraa baafachuuf
Waraqaa eenyummaa gandaa kan haaromfame
Ragaa dhalootaa
2. Haaromsuuf
Suuraa gabaabaa
Koppii Paaspoortii
3. Passport bade baafachuuf
Waraqaa eenyummaa gandaa
Suuraa gabaabaa
Xalayaa ragaa waajjira poolisii
4. Umrii sirreessuuf
Ragaa dhalootaa
Suuraa gabaabaa
Passport Koppii
5. Maqaa jijjiiruu ykn Sireeessuuf
Suuraa Gabaabaa
Passport Koppii
Waraqaa Mana murtii

Teessoon keenya:- Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo Aanaa Noonnoo Waajjira Poolisii Fuul-dura Baankii Awaash irraatti argamna .
Odeeffannoo dabalataaf 0925730788 0920769352 0902533848

Naannoo kanatti dhiyoo warreen jirtan karaa online isin galmeessuu ni dandeenya.
Waliif Qoodaa πŸ™

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Filannoo Waliigalaa 7ffaa Caamsaa 24, 2018 gaggeessuuf hojiiwwan filannoo duraa hedduu gaggeessaa jira.Kanaaf Boordiin kun yeroodhaaf hojjettoota buufata filannoo walaba ta’an qacaruun filannoo gaggeessuuf barbaada.

Haaluma kanaan iyyattoonni ulaagaalee armaan gaditti tarreeffaman guutanii fi naannoo hundatti β€œBulchoota Buufata Filannoo” ta’uun tajaajiluu kan barbaadan hundi; Boordiin kun Mudde 19 hanga Muddee 28, 2018tti guyyoota 10 walitti aansuun liinkii armaan gadii https://nebe-election.org/recruitment fayyadamuun akka galmaa’an isin beeksisa.

Ulaagaaleen qacarrii: 1.1.

β€’ Umriin waggaa 18 ol, .
β€’ Miseensa dhaaba siyaasaa kamiyyuu kan hin taane, .
β€’ Ulaagaa barnootaa: 12ffaa fi isaa ol, .
β€’ Bakka hojii: Buufata filannoo boordii hundeesse irratti, .
β€’ Afaan hojii naannichaa dubbachuu fi barreessuu kan danda’u

β€’ Yeroo hojii: Ji’a 2f, .
β€’ Iyyattoonni dubartootaa ni jajjabeeffamu jedhu.

Muddee 19, 2018
http://tashecomputertraining.com/
Ammas Maamiloonni keenya Hojii Haaraa qabannee isiniif dhufaa waan jirruuf Hordoffiin keessaan nu waliin

Dabalataan, Ogummaawwan dijitaalan wal qabatan hunda furmaata nii laanna.

- Namoonni Passport bakka barbaaddanitti guuttanii maqaan keessanii fi Ashaaraan kennitan wal fakkaachuu dide(spelling error)
- Umurii
- suurii kan nama biraa ta'e yookis Maqaa
- Dhimmoota Waraqaa Eenyummaa digitaalaa
-Paasportii
- etrade
- Online registiretion
Fi kanneen biroo Hojii Maxxansaa beektu jedheenii
Vacancy at Oromia Bank( For Fresh Graduate)

πŸ”°Position: Associate Junior Officer
βœ… Experience: 0 year/ not required.
βœ…Education: BSc degree in Computer Science/Information Technology /Software Engineering ore other related fields of study.

πŸ“Œαˆ°αˆˆ αˆ°αˆ«α‹ αˆ™αˆ‰ αˆ˜αˆ¨αŒƒ αˆˆαˆ›α‹¨α‰΅ α‹­αˆ…αŠ•αŠ• αˆŠαŠ•αŠ­ α‹­αŒ α‰€αˆ™πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘‰Read Detail:- https://harmeejobs.com/job/associate-junior-officer/

πŸ”°αŠ¨α‰°αˆˆα‹«α‹© α‹΅αˆ­αŒ…α‰΅ የαˆ₯ራ αˆ›αˆ΅α‰³α‹ˆα‰‚α‹«α‹Žα‰½
α‰ α‹šαˆ… αˆŠαŠ•αŠ­ α‹­αˆ˜αˆαŠ¨α‰±α‰΅πŸ‘‡πŸ‘‡
=>See Detail:- www.harmeejobs.com

🍎Telegram:- https://t.me/harmeejobs
Ammas carraa addaa namoota Paaspoortii haaraa baafachuu barbaaddan hundaaf.

Akkuma beekamu kanan dura dhaabbanni immigration Itoophiyaa tajaajila Paaspoortii haaraa kan idilee ji'a 5 fi 6 gidduutti beelamaa turun isaa ni yaadatama haa ta'u malee yeroo amma kana E-Paaspoortii(paaspoortii haaraa) kanaan dura ariifachiisaa qofaan kennaa ture amma bifa Idilee(normal) tiin gara ji'a sadii fi torbe tokko gidduutti kennuu jalqabee waan jiruuf namoonni galmaa'u barbaaddan karaa toora miidiyaa hawaasaa keenyaafi karaa bilbila keenya

0925730788 irratti bilbila

0920769352 irratti bilbila
0902533848 irratti bilbila

nu qunnamuu dandeessu.

Hubachiisa:- Qaamaan yeroo dhuftan waraqaa eenyummaa kan Ganda keessaniif waraqaa ragaa dhaloota keessan qabattanii akka dhuftan!
Ammas carraa addaa namoota Paaspoortii haaraa baafachuu barbaaddan hundaaf.

Akkuma beekamu kanan dura dhaabbanni immigration Itoophiyaa tajaajila Paaspoortii haaraa kan idilee ji'a 5 fi 6 gidduutti beelamaa turun isaa ni yaadatama haa ta'u malee yeroo amma kana E-Paaspoortii(paaspoortii haaraa) kanaan dura ariifachiisaa qofaan kennaa ture amma bifa Idilee(normal) tiin gara ji'a sadii fi torbe tokko gidduutti kennuu jalqabee waan jiruuf namoonni galmaa'u barbaaddan karaa toora miidiyaa hawaasaa keenyaafi karaa bilbila keenya

0925730788 irratti bilbila

0920769352 irratti bilbila
0902533848 irratti bilbila

nu qunnamuu dandeessu.

Hubachiisa:- Qaamaan yeroo dhuftan waraqaa eenyummaa kan Ganda keessaniif waraqaa ragaa dhaloota keessan qabattanii akka dhuftan!
Namoota 6n jireenya kee keessaa ba'u qaban:

1. Namoota yeroo ati bira jirtu si jajanii, yeroo ati bira hin jirre immoo si qeeqan!

2. Namoota milkaa'umsaa fi hojii kee xiqqeessun kan isaanii olkaasan!

3. Namoota mul'ata kee hin deggerre

4. Namoota sababa xiqqo barbaaduun sin waldhaban. Sif miidhamu kan hin feene.

5. Namoota yeroo waa barbaadan qofa si barbaadan.

6. Namoota jireenya isaaniif karoora, mul'ataa ti abjuu hooma hin qabne.
πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘