โโโ๏ทฝโโโ
ุงููุณููุงู ู ุนูููููููู ููุฑูุญูู ูุฉู ุงููููู ููุจูุฑููุงุชููู
โกโกโกโกโกโกโกโกโกโกโกโกโกโกโก
โMaatii/ Mnseensota #tafakkur hundaaf.... !
๐บchannal heedduu aggarre kan yoo ati waa barreessite bakka itti siif hin kennine.
๐บgruop hedduutu jira kan jechaa fi gocha isaaniitiin hamilee kee si cabsan... akkasuma karoora kee si jalaa fashaleessan...
๐ Garuu isin #maatiin tafakkur gochootaa fi jechoonni keessan faallaa waan amma jenneeti MASHA ALLH ALEYKUM๐น
๐ฅฐHamileen keessan commentileen keessan , hirmaannan keessan hedduu namatti tola MASHA ALLAH ALEYKUMโกโกโกโก
๐ธGALATOOMAA... isiniin ka malu galata qofaa miti....
๐ฅฐMee #du'aa'ii tana #Aamiin na jalaa jedhaa....
๐คฒRabbiin taqwaa isiniif haa kennu... taqwaan jireenya keennaaf waan barbaachisu keessaa tokko.
๐คฒRabbiin yaadaa fi muraada keessan isiniif haa guutu
๐คฒRabbiin beekumsa isiniif haa kennu.
๐คฒHaala gaariin rabbiin isin haa bareechu. ( Husnal khuluq)
๐คฒRabbiin ofii isaatii isin jaalatee, malaa'ikoonni isaallee isin jaalatanii, ilmi namaallee isin haa jaalatu....
๐คฒUumamtoonni lafaa hundi isin haa kabajju.... โกโกโกโกโกโก
โ๐น#Aamiin... #Aamiinโ๐น
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf