๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
10.7K subscribers
556 photos
21 videos
22 files
1.89K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Ati_dhugamaan_Rabbiin_si_jaalata!๐Ÿ‘‡

Mallattoo Rabbiin si jaalachuu keessaa, qubsuma namaa si taasisuudha.
โž› ati nama idaa namarraa kafalu taanaan,
โž› ati nama yaadaan cinqame, yaada isaa irraa qoodatu taanaan,
โž› nama nama cinqame, cinqaa keessaa baasu taanaan,
โž› nama rakkataa rakkoo baasee, beelawaa nyaachisu taanaan,
โž› nama kadhataa qarqaaru taanaan,
โž› nama muddama keessa jiru baraaru taanaan... ati dhugama Rabbiin biratti jaalatamaadha.
Ati nama gahee akkanaa keessatti qooda qabu taanaan, yoomuu hin miidhamtu, hin xiqqaattu, hin rakkattus.

#Waan_dagate_seetaa!๐Ÿ‘‡
โž›Keeyrii ati dalagatte Rabbiin kee yoomuu hin dagatu,
โž› Rakkoo ati furte sana Rabbiin yoomuu hin irraanfatu,
โž› Ija imimmaaniin guutamte tan ati gammachiiste sana waan irraanfatu seetaa, hin iirraanfatu,
โž› Nama dhaaba dhabe kan ati utubaa taateef sana Rabbiin hin dagatu.
โž› Sadrkaan jireenya keetii jijjiiramus, ati yeroo kamuu namaaf gaarii dalaguu irraa uf hin qusatin....!
Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or