#Rajab
5-6) #Hubachiisa : Sadarkaa baatii Rajabaa qofa adda durummaan hadiisni dubbatu hin jiru.
โ"Sadarkaa baatii Rajabiin wal qabatee, waa'ee baatii Rajabaa guutuu soomaan dabarsuu, guyyoota murtaaโe keessaa soomuu fi halkan Rajabaa tokko tokko dhaabbataan dabarsuu ilaalchisee, hadiisni Sahiihni Ragaadhaaf tolu nun geenye". #Ibnu_hajar Imaama Hadiisaa irraa.
โ Baatii Rajabaa keessa ibaadaan addaa tan sadarkaa qabdi jennee dalagnu hin jirtu. Wantoota akkanaa nama dalagu yoo argitan bid'aa tahuu isaa hin irraanfatinaa!.
โShari'aan duubatti nuti yeroo tokko yeroo tokko caalchisnee ibaadaa keessa dalaguu hin dandeenyu. Ibaadaan hadiisaa fi Qurโaana irratti hundaaโa.
Follow me๐
@tafak_or